ABDII SABAA (2)


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @abdii_sabhaa!
@Barattoota_bot

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Dargaggeessi ganna 14 Itoophiyaa kun "qorataa dargaggeessa cimaa Ameerikaa" jedhamuun badhaafameera.

Dargaggeessi umrii kurnanii keessa jiru Heeman Baqqalee, saamunaa kaansarii gogaa ittisu hojjechuun dorgommii doolaara kuma 25 injifate

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

📡MIIDIYAA📡
ABDII_SABHAA

📡MIIDIYAA📡
ABDII_SABHAA


Israa'el haleellaa Hamaas irratti raawwateef haaloo bahuuf jechan namoonni nagaa kaaba Gaazaa keessaa akka bahaniif ajajje.Ajaja kan hordofunis namoonni baayyeen gara hospitaala naannoo jedhameen alatti argamuutti dahatan.Haata'u malee hosptaalichi haleelamuun namoonni hedduun ajjeeffaman.

via
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA


Hojjettoonni mindaa argatan biliyeenaroota caalaa gibira mootummaaf kaffalu jedhame.

Abboleen qabeenyaa Biliyeenaroonni qabeenya addunyaa walakkaa ol to'atanillee gibira hin kaffalan jechuutu salphaadha jedha qorannoon Paaris keessatti geggeeffame.



SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA
Chaanaala haara
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @Qaroo_sabaa
@Qaroo_sabaa


📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA


Yuunivarsiitiin Finfinnee hayyoota Yuunivarsitii torbaaf piroofeesarummaa guutuu kenne.


1. Piroofeesar Yoonaas Cebuudee (Orgaanikii Keemistiriitiin)

2. Piroofeesar Ahimad Mustafaa (keemistiriidhaan)

3. Piroofeesar Nuurillinyi Tafarraa (Keemikaal Injinariingiitiin)

4. Piroofeesar Ambisaa Qana’aa (Barnoota Waliigalaatiin)

5. Piroofeesara Fiqaad Gaashawu(fiiziksiidhaan)

6. Piroofeesar Abbabaawu Yiriggaa( Barnoota Olaanootiin)

7. Piroofeesar Taaddasee Bariisoo

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA
Chaanaala haara
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Qaroo_sabaa

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA


Репост из: ABDII SABAA
Hidhamtoonni seeraa 4 qormaata ba’uu kutaa 12ffaa bara 2015'nii Bishooftuu fi Qaallittiitti dudhatan qabxii seensa Yuunivarsitii galmeessan.

Haala kanaan bara barnootaa 2015tti hidhamtoota 49 qormaata kutaa 12ffaa Bishooftuu fi Qaallittiitti fudhatan keessaa barattoonni afur qabxii darbiinsaa galmeessaniiru.

Barattoota qabxii Seensa Yuunivarsitii galmeessan kanaaf bulchiinsa mana amala sirreessaatiin beekamtiin kennameefii jira.

Barataan saayinsii hawaasaa kan ta'e Yordaanoos Girmaa hidhamtoota qabxii seensa yunivarsiitii galmeessan keessaa tokko yoo ta'u, Firiin isaa akka carraaqqii isaa gaarii ta'uu baatus qabxii 362 kan Yuunivarsiitii seenuuf isa dandeessisu argachuu dubbata.


ABDIISABAA.ORG

http://nebsefte.net/4/6246757

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
Chaanaala haara
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+YmiidH_1UV9kNGU0
https://t.me/+YmiidH_1UV9kNGU0

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA


Biyyoottan Afrikaa Hedduun Hojii Misooma Bu’uraaf Ba’aa Liqaa Dhaaba Chaayinaa Tokko Jala Jiru

Join godhaa
@Qaroo_sabaa
Biyyoottan Afrikaa heedduun yeroo ammaa hoojii miisooma bu’uuraa hedduu fi ba’aa liqii dhaaba chaayinaa “Road and the Belte” jedhamu jala  jiru. Yeroo ammaa biyyoottan adduunyaa 150 ta’an tu sochii dhaaba Chaayinaa kana keessatti hirmataa jira. Caalaan isaanii biyyoottan Afrikaati. Kana irratti gabaasaa Maariyaa Diyaaloo qopheessite qabna.

📡MIIDIYAA 📡
@ABDII_SABHAA


Well I don't know what is your health now 😕


#Oduu_Ajaahibaa

Maqaan ishee Obi'aanujuu Antooni'aa Ibi'aanuu yemmuu jedhamtu Lammii Naayijeeriyaati.

Dubartiin kun heerumtee waggaa diigdamii shan (25) booda daa'imman sagal (9) argatte.

Dubartiin kun ijoollee dhabdee eega abdii kutatteen booda, eerumtee waggaa 25'n booda daa'imman sagal(9) bakka tokkotti deesseetti.

Suuraa isii rakkoon network waan na mudateef niin fidaa na ofkolchaa.

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA


#Yuunivarsitii_Walqixxee

👉Finfinee irraa km 192 hoji jaallattoota jedhamuun kan beekaman ummata guraagee keessaa magaalaa walqixxeetii xiqqoo bahee gubree bakka jedhamtutti argama.

-walqixxee irraa amma gubreetti qarshii diigdama(20)

-gubree irraa kaasee hanga mooraatti qarshii 5

👉 yoom hundeeffame?

-2004 E.C

👉damee meeqa qaba?

2 qaba

-Tokko achuma Mooraa isa guddaa.

-Inni tokkommoo kan fayyaati.

👉fiildii maalfaa qaba?

- fiildii gosa hudumaa qaba kanneen akka fayyaa(medicine),fi fkk'dha

- social kessaa journalis'ti hin qabu.

Kan isarraa hafe hundumaa qaba.

👉 haalli qilleensaa maal fakkataa?

- haalli qilleensaa gaaridha.
bona baay'ee ho'a, ganna immo ni qorra, bona irra ganna namatti tola.

1.Moorichi maalin beekama?

-haariyuudhaan: jabaatanii hin hojjetan taanaan carraan jiru hariyatamuudha.

-naamusa(discipline)
👊Wal-loluu (fighting )🚫
☝️Gandummaa(racism)🚫
☝️Wanti Mooraa keessatti hin hayyamamne gocha kana fakkaataniidha.

2.Haalli Nageenyaa akkami?

Waggaa keessaa guyyaa 365 guyya kessatti sa'atii 24 nagaadha.

Garuu gidduu kana rakkoo uumameen malee rakkon hin jiru.

3.Nyaataan
Moorichi mooraa biraarra baay'ee gaariidha 👌

👉 Yeroo ammaa haalli Nyaataa moorichaa akkami?

-ciree: guyyaa afur ruuzii fi daabboo, gaafa Roobii shaayii fi daabboo, gaafa dilbataa(sanbata guddaa) firfirii fi daabboo'dha.

Laaqana:misira, shiroo, kiikkii

Irbaata:
- torbaniti guyyaa lama
therefore(foon)

-guyya 2(lama) dinnicha fi cabolii(raafuu maraa) wajjin hojjatame.

-isa irraan kan hafe misiraa fi kiikkii'dha.

👉 kaaffee barataan ala mooraa keessaa maallaqa keessaniin fayyadamuu yoo barbaaddan.

- Mooraa keessa laawonchii 3( barataaf gatii gadi bu'aan kan gurguran) fi kan barsisoota galagala fayyadamuun ni danda'ama inni ammoo lamatu jira.

-nyaata gosa adda addaa 30-35
-paastaa 25-30
-dinnicha 25-30 fi kkf dha.

Kan barsiisotaa xiqqoo ni dabala.

👉Wanta ho'aan

- buna birri 10
- shaayii birri 5
- qishirii birri 10
- aannan birri 15

👉 wantoota gara galgalaa nyaataman.

-Irxibii birrii 20 kan kaachaappii qabu birrii 25 Fi kkf

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA


Saayintistiin lammii Tarkii qabduu harmaa haaraa kalaqan. Qabduu harmaa kunis keessattuu dubartoota kaansarii harmaatiif saaxilamo ta’aniif kan mijatudha jedhameera.

📡MIIDIYAA 📡
@ABDII_SABHAA


#Beeksisa_Dhuunfaa

Barattoota Riimiidiyaala fudhachuun dabartan maraaf akkasumas barattoota bara kana qormaata seensa fudhachuun milkooftan.

Gosa barnootaa LOGIC AND CRITICAL THINKING fi kan biroos bifa hawwataa ta'een Afaan keessaniin @Qaroo_sabaa barsiisuu eegaleera.

Carraa kanatti fayyadamuun, yeroon galmeen osoo hin dhumin galmaa'aa.

Gosa barnootaa: Logic and Critical Thinking

Galmaa'uufi barnoota eegaluuf Semisteera tokkoof Qarshii 200 qofa.

Galmaa'uuf karaa @Qaroo_sabaa n nu dubbisaa.

Fulbek adda kan taassisu barsiisota muuxannoo waggaa dheeraa qabaniiniifi dandeettiin isaanii mirkanaa'een isin barsiisaa.

Namoonni hanga yoonaa galmaa'an barnoota keenya jaallachuun ergaa galataa nuuf barreessa jiru.

Kaayyoon @Qaroo_sabaa barattoota keenya sababa Afaanii barnoota isaanii irratti milkaa'uu dadhaban deeggaruudha.


📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA


📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA


#YUUNIVARSIITII_ARBAA_MIINCI

Bakka Argamaa?

👉kibba Itoophiyaa Godina Gaamootti argama.

👉Finfinnee irraa 515km fagaata.

👉Kaffaltiin konkolaataa qarshii 500.

👉Kaampaasii 6 (jaha) qaba
isaanis.

1.Mooraa guddicha (Engineering students)

2. Kaampaasii caamoo( Social students)

3. Kaampaasii Nacci saar (Health students)

4. Kaampaasii Abbayaa (Computitional science students)

5. Kaampaasii Kulfoo( Agricultural students)

6. Kaampaasii Saawulaa

👉#Haala_Nyaataa nyaata

Nyaanni Foonii torbanitti yeroo sadii ture, amma yeroo lama qofa.

#Qarshiidhan Bunni qarshii 10, shaayii qarshii 5, nyaata gosa adda addaa qarshii 50.

#Haala_WIFI moora guddicha

keessatti bayyeedha akkasumas saffisa gudda qaba.
moora hunda keessa iyyuu jira.

👉Bakka bashannana DSTV 1 qaba

👉Muummee(field) hunda qaba Medicine, law, software engineering....

👉Haala nageenyaa gaariidha garuu halli qilleensa ni hoo'a

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA


#Yuunivarsitii_Wolloo

👉Bakka Argama isaa?

Naanno Amaaraa Godina Walloo kibbaa Magaalaa Dasee keessatti Argamti.

👉Finfinnee irraa km meeqa akka fagaatu?

Finfinnee irraa km 403 irratti argamti.

👉Haalli Nyaataa Yuunivarsitichaa akkami?

Haalli Nyaata bareeda Akkaan qulqullina kan Eegateedha.

Nyaani isiin Qabdu
Ganama yeroo ciree Ruuza/Firfirii, Yeroo laaqanaa Buddeena shiroon/Ataraan/Misiraan, Zerfooriin Torbaanitti Yeroo sadii (Wiixata,Kamisa,Sanbata)

👉Haalli waayifaayii moorichaa akkami?

Waayifaayiin baayyeetu jira ture, yeroo waraanni mootummaa fi TPLF gidduutti gaggeffamaa ture barbaadaa'e, Amma garuu firii 3 qabdi kan saffisini isaa giddu gala ta'e.

👉Gatiin nyaataa, bunaafi shaayii mooraa keessaa meeqa?

Gatiin nyaataa kan giddu gaaleessa taheedha.

Gatiin bunaa birrii 5
Shaayiin birrii 3

👉Magaalaa Finfinnee irraa kaffaltiin konkolaataa meeqa?

Taataa 450
Baasii 900

Walumaa galatti gatiin Taarifaa Guyya guyyaan jijjiiramaadha.

👉Bakki bashannanaa akka DSTV 'faa jiruu? Meeqa?

Rakkinni bishaani hin jiru, Dstv ni jira lama.

👉Haalli nageenyaa mooorichaa akkami?

Haalli Nageenya moriichaa Kan namatti toluudha,garuu haala karaa faatu sodaachisa.

👉Moorichi Muummee(field) meeqa barsiisa?


Field isiin qabdu 86

college/school Institute 7

♦️College mataa isaanii filed hanga isaan of jalaa qaban lakkofsaan.

1 Engineering college(16)
2 Information college(4)
3 college of natural scince(8)
4College of Health and medicine(14)
5 college of Agriculture and school of Veterinary(16)
6 college of business and Economics(6)
7 college of social scince and humanities school of law and institute of teachers Education and behavioral science(22)

👉Moorichi Kaampaasii Meeqa qaba?

Kaampaasii lama qaba.

1 Dasee Kaampaasii Guddicha
2 kombolchaa

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA


#Yuunivarsitii_Asoosaa

👉Bakka Argama isaa?

Naannoo Beenishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaatti yoo argamu, Giddu gala magaalaa irraa gara Kaaba lixaatti taskii Qr 10 baajaajiin 15.

👉Finfinnee irraa km meeqa akka fagaatu?

Finfinnee irraa KM 670

👉Haalli Nyaataa Yuunivarsitichaa akkami?

Haalli nyaataa Yuunivarsitichaa akka Yuunivarsitii Itoophiyaa hundaatti yoon tilmaamu giddu galeessa natti fakkata.

Cireen ganamaa guyyaan sadii ruuzii + Lama silsii(Timaamtima), Daabboofi shaayiin guyyaa1 dha.

Laqaana guyyaan 5 atara kikkii fi misira Kikkiidha.

Guyyaan tokko therefore Kan bara darbee lama ture Amma guyyaa sanbaata ( 1 qofa )
Akkasuma irbaatilleen shiroon guyyaa Lama isarraan Kan hafe misira kikkii Fi atara kikkiidha.

👉Gatiin nyaataa, bunaafi shaayii mooraa keessaa meeqa?

Nyaata 1 Qr 40-60
Buna 7-10
Shaayii 5-10

👉Magaalaa Finfinnee irraa kaffaltiin konkolaataa meeqa?

Konkolataadhaan 1200-1800
AirPlane 3800-4000

👉Haalli waayifaayii moorichaa akkami?

Wifi illeen bayyeessa moora keessaa Bayyinaan ni argaama 💪

👉Bakki bashannanaa akka DSTV 'faa jiruu? Meeqa?

Hin jiru

👉Rakkoon bishaanii jiraa?

Rakkoo bishaanii Bayyinaan hin mul'atu, bara darbe guyyoota muraasaaf nuu mudateera.

Naannoo Social tokkotti hanqinni bishaanii ni mul'ata.

👉Haalli nageenyaa mooorichaa akkami?

100% peace'dha federal police tu jira Haala gaariitti kunoo Irreecha Hora Asoosaa kabajne.

👉Moorichi Muummee(field) meeqa barsiisa?
Gara 47 qaba

No medicine
No architecture


👉Moorichi Kaampaasii Meeqa qaba?

Ammaaf Kan tajaajilaa jiru 1 qofa, garuu Kan matakkal jiru ijaarsi isaa xumurameera jedhama, garuu haala nageenyaaf jecha hojii hin jalqabne.

Haalli qilleensaa isaa ni ho'aa



📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA


#Yuunivarsitii_Arsii

👉Teessoon:-  Oromiyaa Finfinnee irra 150km fagaatee Kan argamuudha.

Yuunivarsitii Hadhuura biyyatiitti dhiyoo ta'an keessaa isa tokko yoo ta'u, Bakki argama Isaas Godina Arsi Magaaala Asallaati.

👉Haalli qilleensaa Ji'a Onkololeesaa malee Ji'a kaawwan baayyee namatti tola.

👉Kaampaasii  4  qaba,
3 Magaaalaa Asallaa jira 1 Magaaala Boqqojjii Asallaa irraa 56km fagaatee argama.

Barattoota social freshman simatee barsiisa, Kan hafan immo Natural barsiisu.

( Ardu , Dinsho, Health campus ) Fildi Social fi Natural heddu ni qaba keesattu fayyaa fi seeraaf baayyee filatamoodha garuu 'Engineering'  barsiisuu hin eegalle.

👉Haalli nyaataa baayyee mijataafi fi Qulqullina Kan qabuudha, barattoonni baayyee fayadamoodha Torbeetti therefore'n guyyaa 3, Kan dhuunfaas ni jira Mooraadhuma keessa.

Bunni aannaniin  birrii 10 shaayiin birri 5 nyaanni qarshii 30-45
👉 Haalli nageenyaa mooraa hundarrattuu baayyee gaariidha.

Kan Magaaalaa keessaas Saamichi darbe darbee muldhata malee baayyee namatti tola.

👉Bishaan ,mana fincaanifi WiFi.

Hamma tokko rakkinni Bishaanii jira malee, WiFi mooraa hundayyuu Jira( campus 4 ), bishaanis yeroo tokko tokko ni bada malee yeroo baayyee ni jira, baayyee baratootaratti rakkina hin uumu.

👉 Haalli doormii barattootaa Mijataadha, garuu yeroo jalaqabaa kana Haalli baratoonni baay'inaan waliin galan ni muldhata rakkina doormin wal gahuu dhabuutiin,  garuu irra caalan isaa namoota 8-10 to doormi tokko keessa seenu.

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA


#Yuunivarsitii_Hawassa

👉Argama:-Naannoo Kibbaatti argama. Amma garuu sidaamaa jedhamuun waamamti.

👉Fageenya:-219Km Magaalaa Finfinnee irraa.

👉Haala Nyaataa

Nyaanni Foonii duraan Guyyaa lama ture, garuu amma kennamaa hin jiru dhaabbateera jechuudha.

Dilbata Ganama Daabboo tokkoofi Ruuziidha,guyya kaan garuu shaayii fi daabboon guyyaa sadii,shaayii fi firfiriin guyyaa sadii jechuudha, Laaqana irratti roobii fi jimaata paastaa daabboo tokko waliin kennama.kibxata,kamisaa fi sanbata xiqqaa immoo misiraa kenna.wiixata fi sanbata guddaa immoo shiroo kenna jechuudha.gara Irbaatatti yeroo dhufnu guyya guyyaatiin waljijjiraa shiroo fi dinnichatu kennama haalli nyaataa kana fakkata.

👉Haala Nageenyaa

Haalli Nageenyaa moorichaa keessa jiru baay'ee gaariidha.

👉Gatiin shaayii tokko qarshii 7 Gatiin bunaa 15

Haala shaayiifi buna irratti mooraa irraa mooraatti adda adda ta'uu danda'a maaliif yoo jettan mooraa 7 waan qabduuf jechuudha.

👉Kaffaltiin Konkolaataa Finfinnee irraa qarshii 227.

👍Rakkinni bishaanii hin jiru bishaan gahaatu jira.

👉Tajaajilli waayifaayii jira garuu ga'aa miti.

👉Idoo bashannanaa moora hunda hin jiru garuu mooraa Guddicha keessa Dstv 1 qofaatu jira .

👉Moorichi Muummee(Field) hunda qaba, Law fi Medicine dabalatee.

👉Muummee(Field) 'Engineering' fi 'Technology' hundaa qaba.

Walumaagalatti field hinqabne hin qabu jechuun ni danda'ama.

👉Yuunivarsitiin kun Kaampaasii 7 ykn branch 7 qaba jechuudha.

Isaanis Main, Tecno, Agriculture, referral, awada, wendo genet fi daye campus

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA


#ASTU

Iddoo Argamaa:- magaalaa Adaamaa

Fageenya:- Yuunivarsiitiin ASTU magaalaa Finfinnee irraa kallattii kibba bahaatti Km 99 kan fagaatee argamuudha.

Haalli nyaata ciree Kiibxata mokoroonii, shaayiifi dabboodha.

Sanbata xiqqaa immoo ruuzii, shaayiifi dabboodha.

Kanarraan kan hafe torbee guutuu shayiifi dabboo(buuddeenaa muraaf) fafatoo(firfiriidha)
Laaqanni Wiixata ruuzii zeerfooriidhaan dabboo lama ykn buuddeenaa tokko waliin
Dilbata paastaa dabboo lama waliin ykn buuddeena tokko waliin, Laaqanni guyyaa kaan buuddeena shiroo ykn misiraani.

Irbaanni guyyaa lama Kibxataa fi kamisa zeerfooriidha.

Guyyaa kan shiroo ykn misiira.

Gatiin bunaa fi shaayii qarshii 10

Kaffaltiin konkolaataa magaalaa Finfinneerraa qarshii 150 dha.

Wifi mooraa baayyee gaariidha.

Bakki bashannana dstv tokko fi tv tokko akkasumas Istaadiyeemii 4 isaaniis

1.Istaadiyeemii Biyyaalessaa kubbaa miilaa.

2.kan kubbaa harkaa.

3.kan kubbaa kaachoo fi

4.kan kubbaa teenisaati.

Rakkoo bishaanii jira.

Muummeewwan Asii gadii barsiisaa👇

1. School of Applied Natural Science.

1.1 Applied Biology Program.

1.2 Applied Chemistry.

1.3 Applied Physics

1.4 Applied Geology.

1.5 Applied Mathematics.

1.6 Industrial chemistry

1.7 Pharmacy program.

2. School of electrical engineering and computing.

2.1 Computer Science and Engineering program.

2.2 Electronics & Communication Engineering program.

2.3 Electrical Power and Control Engineering program.

2.4 Software Engineering program.

3. School of civil engineering and Architecture

3.1.Architecture program.

3.2 Civil engineering program.

3.3 Water Resources Engineering program

4. School of Mechanical, Chemical and Materials Engineering

4.1 Chemical Engineering program.

4.2 Material Science and Engineering program

4.3 Mechanical Engineering

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA


#Yuunivarsitii_Dirree_Dhawaa

Finfinnee irraa gara bahaatti 515 km fagaattee argamti.

~Haalli nageenyaa gaaridha.
~tajaajila waayifaayii gahaa qabdi.
~finfinnee irraa giddugaleessan qarshii 600 -800 ni gaafata.
~Haalli nyaataa torbaanitti guyyaa 2 (kamisaa fi sanbata xiqqaa) therefore , guyyaa 1(wiixata) ruuza, kanarraa kan hafe galgala dhaabbataa buddeenaa fi daabboo shiroodhaan, guyyaa immoo misiraa fi shiroonis ni jira.

~ Iddoo bashannanaa tokkollee hin qabdu.
~Rakkoon bishaanii ni jira garuu Amma hanga ta'e tokko fooyya'aa jira.

~ Shaa'iin Qr 5 , bunni Qr 10.
~ muummee hunda ni qabdi medicine fi law dabalatee.

~Muummee (field) engineering and technology hunda ni kenna

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA


#Yuunivarsitii_Salaale

👉Argama:-Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa kaabaa

👉 Haala qillensa baddaa fi qorraa kan ta'e.

👉Fageenya:- 114 km Magaalaa Finfinnee irraa

👉Haala Nyaataa

Torbanitti Zerfooriin(Nyaanni Foonii)  Guyyaa lama.

Ganama Daabboo, Shaayii fi Firfirii/ Qinceedha.

Laaqanaa fi Irbaata irratti ammoo buddeena ittoodhaani kan guyyaa zeerforii alattti .

👉Haala Nageenyaa

Haalli Nageenyaa moorichaa gaariidha.Mooraan yunivarsiitii galgala sa'aatii 12:00 LT iratti ni cufama.

👉Gatiin shaayii tokko qarshii 5, Gatiin bunaa ammoo qarshii Saddeeti.

👉Kaffaltiin Konkolaataa Finfinnee irraa qarshii 150.

👉Tajaajilli waayifaayii jiraatus ga'aa miti hin jiru yoo jenne wayya.

👉Rakkoon bishaani ni jira. Bishaan yeroo baayee ni bada.


👉Idoo bashannannaa/ DSTV hin jiru.

👉Moorichi Muummee(Field) hunda qaba, Law fi Medicine dabalatee.

👉Muummee(Field) 'Engineering muraasa qaba.

👉Yuunivarsitiin Barattoota idilee/regular kan itti barsiisu Kaampaasii lama Magaaluma fiichee keessaa kan qabudha.

1. Kaampaasii Abbabach Goobana Mummee fayyaa kan itti barsiisuu fi
2. Main Campus Kaampaasii Jeneral Taddadaa Birruuti.


Odeeffannoo Barnootaaf
@Qaroo_sabaa

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA

Показано 20 последних публикаций.

188

подписчиков
Статистика канала