𝗝𝗲𝗰𝗵𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘁𝗼𝘁𝗮𝗮
✰ Nama tokkoo ol jaalatta taanaan keessa kee kan jiru memory cardii dha malee Onnee miti.
Roobart Mugaabee.
✰ “Mo’attoonni waan adda ta’e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta’een hojjetu.”
Shiiv keeraa.
✰ “Namni kamillee miilla dhoqqeedhaan sammuu koorra akka ejjetuuf hin eeyyamu.”
M. Gaandii.
✰ “Dukkanni dukkana hin ibsu; Ifatu dukkana ibsa. Jibbi jibba in ari’u; jaalalatu jibba ari’a.”
Maartiin Luuter Kiingi.
✰ “Muka ija qabutti dhagaan darbatamu baayyeedha.”
Shiiv keeraa.
✰ “Hin danda’amu kan jedhamu wanta hin hojjetamne qofadha.”
N. Maandellaa.
✰"Dukkana guddaa keessa ifa xiqqoon darbuu dandeessa"
Abdii Taammanee.
✰ "Gaa'ela osoo qabduu barattoota dubaraatu si gammachiisa yoo ta'e haadha warraa keef yuunifoormii barataa bitiif."
Roobart Mugaabee.
✰ “Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu ta’uu qaba hin jedhin.”
Maartiin Luuter Kiingi.
✰ “Addunyaan kun bor ni baddi yoo naan jedhan illee har’a sanyii facaasuu hin dhiisu.”
Maartiin Luuter Kiingi.
✰ “Namni tokko yommuu kufu hin injifatamu, yommuu abdii kutatu injifatama.”
Riichaard Niiksoon.
✰ "Of wallaaluun of awwaaluudha"
Miratuu Shaanqooo.
✰ "Namni waan siin jedhu hindhabu ofiinuu waa jedha waan ta'eef"
Abdii Taammanee.
✰ “Namni dogoggora hojjetee hin beekne nama homaa tokko yaalee hin beeknedha.”
Albeert Inistaayin.
✰ “Nagaan waliigalteedhaan malee humnaan hin argamu.”
Albeert Inistaayin.
✰ “Sababan gatiittii namoota gurguddoo irra dhaabbadheefan namoota kaan caalmaatti fageessee ilaaluu danda’e.”
Iyezak Niiwtan.
✰ "Of beekuuf murtoo hinqabdu taanaan of beektes murtoo hinmurteessitu"
Miratuu Shaanqoo.
✰ “Hiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora kee miti, carraadha. Hiyyeessa taatee du'uun garuu dogoggora keeti.”
Biil Geet.
✰ "Haasaa abbaan barbaade bulbulu ani hindhugu"
Abdii Taammanee.
✰ “Karaa milkaa’inatti geessu hin beeku yoon ta’ellee karaa kufaatiitti geessu nan beeka, innis namoota hundaa gammachiisuuf dhama’uudha.”
Biil Koosbiil
✰ “Kun hundumtuu ta’ullee ammayyuu ilmaan namootaa gaariidha jedheen yaada.”
Haannaa Firaank.
✰ “Maqaa diinota keefi hojii isaan si irratti hojjetan hin irraanfatin, balleessaa isaaniif garuu dhiifama godhi.”
Joon F Keenedii.
✰ “Addunyaa kana irraa wanti baay’ee nama gaddisiisu utuu ija qabanii mul’ata dhabuudha.”
Heelen Kiiler.
✰" Waaqatu na muude, isatu na buusa"
Roobart Mugaabee.
✰ “Hiyyumnis ta’e sooromni bu’aa ilaalcha keenyaati.”
Naappooliyoon Hiil.
✰ “Carraatti cimseen amana yoon jabaadhee hojjedhe immoo carraawwan hedduu akkam argadhus nan amana.”
Toomaas Jeefersen.
✰ “Kaleessa caalaa bortu sitti dhihoodha.”
Miratuu Shanqoo
👇Guyyaa 25 qofaatu #hafe List ta'uuf #Ani Doolara 309 #hojjedheera #Isinoo ?
👉Hiriyyoota kessan #Invite gochuu qofaan #NamaTokko isa booda #Doolara 50 #Bonus fudhattu #qoosaa dhiisaa dalagaa
✅Deemsi Tarkaanffii #Tokko irraa Eegala dhugaa jiru hojjetanii baru #Jabaadhaa hojjedhaa #Telegramii irraas galii argadhaa
Gareen haaraa kunoo👇
✅Telegramii irraas galii argadhaa
Link kanaan seenaa, Walaffeerraa Hojjedhaa
✅ jalqaba #Dolara10n argattu nama #Invite gochuu qofaan $60 Ol argachuu dandeessu
👇
Eegaluuf liinkiin kunooti
👇✅👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404