Humna Dhiifama: 1.1.
Torban lama dura fuulaa fi mataa isaanii waraanaan kan rukutaman Luba Mar Maarii Amaanu'eel miidhaan irra gahe irraa dandamachuun har'a gara tajaajila isaaniitti deebi'aniiru. Erga reebamanii boodas dhaqanii dhiifama gaafatan.Isaan ajjeesuuf akeeka seexanaa ture garuu, Waaqayyo gidduu seenee isaan fayyise. Tajaajila isaa har’aa keessatti 1Qor.13:8 fi
Waa’ee dhiifama Maatewos 18:21-22;
Achiis Pheexiroos gara Yesuusitti dhufee, "Yaa Gooftaa, obboleessi koo yommuu cubbuu narratti hojjete si'a meeqa dhiifama nan godha? Hanga si'a torba?"
22 Yesuus deebisee, "Ani sitti hima, si'a torba osoo hin taane, si'a torbaatamii torba."