Halkan gaafa sagaleen homtuu hin jirre bakka callisaa keessa dhufee isa guyyaa yaadnee itti dadhabne abjuun nutti haasa'ee nutti himaa! Guyyaa yeroo karaa deemnu guyyoota har'aa kana garas ifti haaraan akka jiru gurra keenyatti haasa'a.
Ammoo yaadi keenya haala keenya duukaa qaari'ee bakka jirruuf bakka namooti biroon jiran wal faana qabee yeroo humna nu buusu barbaadu, ati ilma mootiiti homtuu sitti hin hir'atu jabaadhu dhala koo nuun jedha.
Isa nuun kolfaa deemnu namni itti toleeti jedhee yaadus keessa keenyaan rakkina, jechaa hiriyaa, ceephoo jireenyaa dhokfachuuf yaalii goonus an hiriyaa dhugaa keeti haala kam keessattuu si dhiisee hin deemu nuun jedha.
Hafuura qulqulluu 🥺🙏
Holy spirit!
መንፍስ ቅዱስ!