@𝗡𝗲𝘃𝗲𝗿 𝗚𝗶𝘃𝗲 𝗨𝗽


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


Self motivation channel work on change
gonkumayyuu abdii hin kutiinn.............
NAMNI ABDII KUTU WAAN WALITTI QABATE BITTIINSA
(Of jijjiri, sammu kee jijjiri,Jiireenya ke fooyeesii 😇😇❤❤👨‍💻👨‍💻 ) goonkuma harkaa hin keenin😇😇

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Nama tokko salphatti injifachuu ni dandeessa garuu moo'achuun baayyee sitti ulfaata.:- Dr. Abdul Kalam
@kanajib
@kanajib


Beekkumsi dhugaa amala namaa keessaan argama malee
Waraqaan Digrii fi diploomaa beekkumsa ibsuu hin danda'u.
Share and join
@kanajib
@kanajib


በዓለም ላይ የሚከብዱ ነገሮች

1፦ፀጉር መቁጠር አትችልም

2፦አይንህን በሳሙና መንካት አትችልም

3፦ምላስህን አውጥተህ መተንፈስ አትችልም

ኧረ አትጃጃል ምላስህን አስገባ
😜😜😜😜😜😜😜😜😜
አሁን ፈገግ አልክ
😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄
ብቸኛ ጅል ላለመሆን ሼር ለማረግ እያሰብክ ነው
😂😂🤣🤣😝
አትግደርደር ሼር አድርገው
@kanajib
@kanajib




🌼Jaarraan kun jaarraa mul'ataan injifaniidha malee jaarraa mufachuun injifatan miti.🦋🦋🦋
👇👇👇👇👇Share and join
@kanajib
@kanajib


💐Yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenya ati qooddachuuf eeggattudha.
👇👇👇👇share and join
@kanajib
@kanajib


🌍Addunyaa keessaa jirra moo addunyaatu nu keessa jiraa????
👇👇👇👇share ✨✨
@kanajib
@kanajib


-𝙄 𝙛𝙚𝙚𝙡 𝙡𝙞𝙠𝙚 𝙄'𝙢 𝙛𝙖𝙧 𝙖𝙬𝙖𝙮 𝙛𝙧𝙤𝙢 𝙩𝙝𝙞𝙨 𝙬𝙤𝙧𝙡𝙙

Share and join
@kanajib
@kanajib


Of beekuuf murtoo hin qabdu taanaan yoo of beektes murtoo hin murteessitu.
🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂
Share and join
@kanajib
@kanajib


Osoo nama hin ta'iin, namaaf ta'uun hin jiru
Share and join
@kanajib
@kanajib


Dubartoonni dhiirri tokko yoo sin jaallatee jilbeenfate nan
jilbeenfachiise jettanii hin gowwoomiina, humna addunyaa kana
jilbeenfachiisuu danda’u jaalalaaf akka jilbeenfate quba qabaadhaa.
🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂
Share and join
@kanajib
@kanajib


Gad-aantummaa×Hirkattummaa× ofawwaaluu=Ofwallaaluu.
🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂
Share and join
@kanajib
@kanajib


Mobile phones have 18 times more bacteria than toilet handles
@kanajib
@kanajib


Beekaa tokkorraa tuffattee hin baradhu jettee yoo dhiifte, hinuma
dhiista malee wallaalaa isa gochuu hin dandeessu.
Share and join
@kanajib
@kanajib


🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂
Bakka siin malle teessee namni maaliif na tuffate hin jedhiin, isaan
sirriidha. Waan sin beekneef si tuffatan, bakkake deemi achitti kabajamta

Share and join
@kanajib
@kanajib


Dubartoonni dhiirri tokko yoo sin jaallatee jilbeenfate nan
jilbeenfachiise jettanii hin gowwoomiina, humna addunyaa kana
jilbeenfachiisuu danda’u jaalalaaf akka jilbeenfate quba qabaadhaa.🎯
🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂

"The real destroyer of inner peace is fear and distrust. Fear develops frustration, frustration develops anger, anger develops violence."

- Dalai Lama

🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂
@kanajib
@kanajib
Share and join
@kanajib
@kanajib


𝗛𝗮𝗻𝗴𝗮 𝗱𝗮𝗻𝗱𝘀𝗲𝘀𝘀𝗲𝘁𝘁𝗶 𝗯𝗮𝗿𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗮𝗻 𝗷𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗸𝗲𝗲 𝗷𝗶𝗷𝗷𝗶𝗶𝗿𝗶 𝗺𝗮𝗹𝗲𝗲, 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗿𝗶 𝘄𝗮𝗹 𝘀𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗵𝗶𝗻 𝗷𝗶𝗷𝗷𝗶𝗶𝗿𝗿𝗲!

🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂
Share and join
@kanajib
@kanajib


Socrates was teacher to Plato and Plato was teacher of another great philosopher named Aristotle.

#history🗣
Share and join
@kanajib
@kanajib


Biyya Cuba fi N.koria keeysaatii coca colan akka hin gurguramne beeyta.

Share and join
@kanajib
@kanajib


🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂

Seliin ilma namaa percentagin 90% bacteria fi fungusi irra toolfamu

Share and join
@kanajib
@kanajib

Показано 20 последних публикаций.

222

подписчиков
Статистика канала