HARMEE KOO
Yaaduu nan gaafatu barreessuuf waa'ee kee
Jechootas hin Dhabu dubbachuudhaaf kankee
Isa anaaf goote isa anaaf taate
Gonka nan qaanessu ifatti yoon base
Isa anaaf raafamu corri mar'umaan kee
Isa jijjiirame naaf jedhee biftikee
Isa buusaan qaama kee naaf jecha leelofte
Isa ana sooruuf bar m.....