Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Kaameeraa bilbiila keessaniin Scan gochuun qofa haala salphaan kaffalttii raawwaadha!
Baankiin Oromiyaa tooftaa kaffalttii ammayyeessu keessatti gahee olaanaa qabu sirna kaffalttii Dijitaalaa Haaraa Santim Pay waliin ta’uun ifoomsuun ni yaadatama. Haaluma Kanaan, kaffaalttii Kaaffee, Suppar Markeettii, Maneen Barnootaa, fi kkf haala salphaan kaameeraa bilbiila keessaniin QR Code qofa scan gochuun kaffalttii raawwachuu dandeessu.
Duraa duuba fi haala itti fayyadama sirna kaffalttii kanaa beekuuf qajeelfama sur-sagalee armaan gadii hordofaa!
በስልክዎ ካሜራ እስካን በማድረግ ብቻ በቀላሉ ክፍያዎችን ይፈጽሙ!
ኦሮሚያ ባንክ ከሳንቲም ፔይ ጋር በመሆን የግብይት ስርዓቱን ያዘምናል የተባለው አዲስ የዲጂታል ክፍያ ስርዓት ማስተዋወቁ ይታወሳል። በዚህም መሠረት ለካፌዎች፣ ሱፐርማርኬቶች፣ ትምህርት ቤቶች እና የመሳሰሉት ክፍያዎችን በስልክዎ ካሜራ QR ኮድን ስካን በማድረግ ብቻ በቀላሉ ክፍያ መፈጸም ይችላሉ።
የዚህን የክፍያ ስርዓት ቅደም ተከተል ለመረዳት ከዚህ በታች ያለውን ምስለ ድምዕ መመሪያ ይከተሉ።