Tilmaama Sharafa Alaa guyyaa irratti Boonasii Harka lama!
Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa
በእለቱ የዉጭ ምንዛሪ ተመን ላይ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ!
ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ
Exchange Rate Applicable for Friday, December 20, 2024, in all Oromia Bank branches.
Kabajamtoota Maamiltoota keenya,
Karaa bakka bu’oota mallaqa daddabrsan nu waliin hojjetaniin maallaqa biyya alaa irraa firaaf aantee keessaniin isiniif ergame Baankii Oromiyaa irraa wayita fudhattan, baankii keenyaa irraa fudhattanii wayita qusattanii fi mallaqa biyya alaa harka keessan irra jiru dameelee Baankii Oromiyaatti wayita sharafattan tilmaama Sharafa Alaa guyyaa irratti Boonasii Harka lama tajaajila saffisa qabu waliin argattu.
ውድ ደንበኞቻችን!
ከእኛ በሚሰሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል፣ ከወዳጅ ዘመድዎ ከውጭ ሀገር የተላከልዎትን ገንዘብ ከባንካችን ሲቀበሉ፣ በባንካችን ተቀብለው ሲቆጥቡ እና በእጅዎ የሚገኙትን የውጭ ሀገር ገንዘቦች በባንካችን ቅርንጫፎች ሲመነዝሩ በእለቱ የውጭ ምንዛሪ ተመን ላይ ተጨማሪ የ2 በመቶ ጉርሻ ከፈጣን መስተንግዶ ጋር ያገኛሉ፡፡