Репост из: Quality Button
Biiroon Barnootaa Naannoo Oromiyaa guyyaafi akkataa qormaanni biyyaalessaa kutaa 8ffaa fi 12ffaa kennamu irratti har’a xalayaa manneen barnootaa Oromiyaa keessa jiran maratti ergeera.......