BORIFAN MEDIA

Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана

Giddu gala dhangaa aartii!

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций

Itoophiyaatti namoonni haaraan 14 koronaavaayirasiin qabaman
=================================
Akka Ministirri Fayyaa Itoophiyaa Dr Liyaa Taaddasaa ibsanitti sa'atii 24n darban keessatti namoonni 3,271 koronaavaayirasiif qoratamanii namoota 14 irratti vaayirasichi argameera.
Kunis lakoofsa namoota hanga ammaatti biyyattii keessatti qabamanii 365 irraan ga'eera.
Kanneen vaayirasichi irratti argame 14 keessaa 11 dhiira, 3 ammoo dubartootadha.
Hunduu lammiilee Itoophiyaa umriin isaanii ganna 9 hanga 68 gidduu jiruudha.
Namoonni haaraa qabaman kunneen 9 magaalaa Finfinnee, tokko naannoo Oromiyaa, sadii naannoo Somaalee fi tokko naannoo Tigraay irraati.
Walumaa galatti namoota kaleessa vaayirasicharraa dandamatan 4 dabalatee hanga ammaatti namoonni 120 ta'an bayyanataniiru.

Join,👌👌👌👌👌

https://telegram.me/borifmedianetwork

Qorannoo dhi'eenya kana Astiiroonomistoonni baasa irratti hunda'uun Mee qubee jalqabaa nama jaallattanii galchuun carraa siniif bahu ilaalaa..........

Репост из: Quality Button
Biiroon Barnootaa Naannoo Oromiyaa guyyaafi akkataa qormaanni biyyaalessaa kutaa 8ffaa fi 12ffaa kennamu irratti har’a xalayaa manneen barnootaa Oromiyaa keessa jiran maratti ergeera.......

#Leka_Pictures hojii ajaa'ibaa siniif qabatee dhufeera. Diraamaa gabaabaa kan isin kolfisiisaa isin barsiisu ''MIIXUU KORONAA''
#Coming_very_soon!!
Present @lekapictures

Present @leka_pictures

#Leka_Pictures hojii ajaa'ibaa siniif qabatee dhufeera. Diraamaa gabaabaa kan isin kolfisiisaa isin barsiisu ''MIIXUU KORONAA''
#Coming_very_soon!!
Present @leka_pictures

Репост из: Qualitymovbot
Jeneraal Taaddee Birruu Meeqan keenyatu jaallata??👍👍❤❤

Показано 19 последних публикаций.

151

подписчиков
Статистика канала