@Oro true ways


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


Chanaalii sirriiti join godhaa.
For new information 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/orotrueways

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Репост из: Fast Islamic Bot
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
JOIN 👉 @yaa_adnani 👈


Pleas join👇👇👇👇




Dhiittaa mirga namoomaa fi hidhaan itoophiyaa keessatti ta'aa jiru kan isaan yaachise miseensonni kongiransii amerikaa lama sec pompeo(security of state) fi manni hojii isaanii waan danda'an hunda akka godhan gaafatan .


Itti gaafatamaa waajjira KFO kan ta’an Obbo Xurunaa Gamtaa dhaabni isaanii marii fi waliigaltee paartilee Oromoofi Amaaraa tibbana xumurameefi akka paartiin isaanii qaama waliigaltichaa ta'etti gabaafame keessa hin jirruu jedhan.
Fuulbaana 23, bara 2020 dhaabbileen Siyaasaa naannolee Oromiyaa fi Amaaraa keessa socho'an 10 dhimmoota waloorratti waliin hojjechuuf waliigalteerra gahuusaanii Paartii Badhaadhinaarraa mirkaneessineera.

Itti gaafatamaan damee idila addunyaa fi sabqunnamtii waajjira badhaadhinaa giddugaleessaa Biqilaa Hurrisaa (PhD) BBC'tti akka himanitti Marii kana irratti gama Oromootiin paartiilee akka ABO, Paartiin Biyyaalessaa Oromoo, Koongireesii Federaalawaa Oromoo, Adda Bilisummaa Oromoo - Tokkoome fi Paartiin Badhaadhinaa qooda fudhachu himanii ture.
''Dhimma faayidaa saba keenyaa hin eegnerratti, kaayyoo paartiin keenyaa hin geggessinerratti hirmaachuun fedhii keenya waan hin taaneef irraa gorreerra'' jedhu Obbo Dajaneen ammoo

@Orotrueways


#Oromiyaa

Ministeerri Barnootaafi Biiroon Barnootaa Oromiyaa waliin ta'uudhaan Manneen Barnootaa tibba darbe magaalota Nageellee Arsii fi Shaashamanneetti rakkoon irra gaheef meeshaalee barnootaa deeggaran.

Ministirri Deetaan Ministeera Barnootaa, Obbo Miiliyoon Maatiyoos deeggarsa amma kenname cimsanii akka itti fufan himaniiru.

Hogganaa Itti aanaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa, Obbo Alamaayyoo Asaffaa rakkoo mudateen hamileen abbootii qabeenyaa barnootarratti hojjatanii fi barattootaaf maatiin barattoota akka hin cabneef jajjabeessaniiru.

Hogganan Waajjira Barnootaa Godina Arsii Lixaa Aabbuu Osaa fi Kantiibaa Itti Aanaan Magaalaa Shaashamannee Ibraahim Kadiir deeggarsa manneen barnootatiif taasifameef galateeffataniiru.


Manneen barnootaa marsaa sadiin akka banaman murtaa'e.

1. Manneen barnoota baadiyyaa fi magaalota aanaa keessa jiran onkololeessa 9 bara 2013 irraa kaasee barnoota ni eegalu.

2. Manneen barnoota magaalota godinaa keessa jiran onkololeessa 16 bara 2013 irraa kaasee barnoota ni eegalu.

3. Manneen barnootaa finfinnee fi naannaawa finfinnee keessatti argaman onkololeessa 30 bara 2013 irraa kaasee gara barnootaatti akka galan murtaa'ee jira.




Qorumsa-Biyyaalessaa🇪🇹

Guyyaa qorumsi biyyaalessaa kutaa 12ffaa fi 8ffaa itti kennamurratti yaadni dhiyaate qorumsi biyyaalessaa kutaa 12ffaa 28/03/2013-01/04/2013tti akka kennamu yaadni kan ka'e yoo ta'u Ministiriin kutaa 8ffaa immoo sadaasa 22fi 23 akka kennamu yaadni ka'eera jalqabbiin barnootaas haala naannoo jireenyaa irratti hundaa'uun yeroo yeroon akka jalqabu yaadni dhiyaateera.

1🌿Naannawa baadiyaatti Onkololeessa 9/2013 akka eegalu

2🌿Magaalotaafi naannolee hunda irratti Onkololeessa16 akka eegaluufi

3🌿Godina addaa Oromiyaa naannawa finfinneefi Magaalaa finfinneetti Onkololeessa 30 akka eegalu yaadni dhihaateera.
Please share for other friends
https://t.me/orotrueways


#ትምህርት_ሚኒስቴር ‼️

ትምህርት የሚጀምረው በሶስት ዙር ነው።

1ኛ-ጥቅምት-9
፦ በገጠር የሚገኙ ትምህርት ቤቶች

2ኛ-ጥቅምት 16
፦ በሁሉም ዞንና ክልል ከተሞች የሚገኙ

3ኛ--ጥቅምት 30
:- Addis Ababa ና በዙሪያው የሚገኙ

🔗 የ 8ኛ ክፍል ብሄራዊ ፈተና ሕደር 22-
ና 23 ቀን ይሰጣል።
🌱የፈተና ይዘቱ የ 7ኛ ክፍል ትምህርት ና የ 8ኛ ክፍል እስከ 1ኛ ሴሚስተር የተማሩትን ያጠቃልላል

🔗 የ 12ኛ ክፍል ብሄራዊ ፈተና ሕደር 28-ታህሳስ 1 ቀን ይሰጣል።
🌱የፈተና ይዘቱ የ 11ኛ ክፍል ሙሉ ትምህርት ና የ 12ኛ ክፍል እስከ 1ኛ ሴሚስተር የተማሩትን ያጠቃልላል።

⚠️የሚቀየር ነገር ካለ እናሳውቃለን።


ጥያቄ ና አስተያየት ለመስጠት
 

            Share share🙏🙏
ለተጨማሪ መረጃ👇👇👇👇
https://t.me/orotrueways


Yeroon qorumsi biyyaalessaa Itoophiyaa kutaa 8ffaa fi 12ffaa itti kennamuufi yeroo manneen barnootaa baadiyaafi kan magaala Finfinneetti eegalan ilaalchiisuun Ministeerri Barnootaa yaada dhiyeesse.

Haaluma kananis Sadaasa qorumsi biyyaalessaa Itoophiyaa kutaa 12ffa Sadaasaa 28 hanga Mudde 01 bara 2013 akka kennamu yaadni dhiyaate.


@bbcAfaanOromoo ..
========Read more===⤵️


Oromoo Maccaa
Oromoon Maccaa gosa Oromoo Oromiyaa Dhihaa keessa
Seenaa
Oromoon Maccaa naannoo kana kan qubate jaarraa 16ffaa walakkeessa lammaffaa keessa yeroo Oromoon gara kibba Mormoritti babaallachaa tureti. Mootummaan duraan naannoo san ture Impaayera Itoophiyaa fi Sulxaana Adaal bulchinsa Ahimad Giraanyi jalaltti waraana geeggeeffamen kan dadhabe yoo ta'u waraana fi buttaa garbaa kan abbootin waranaa warra Kiristaanaa geggeessaa turaniin ummannii duraan naannoo sana ture bayyee xiqqeesseti ture.
Qubsumni Maccii naannoo amma jiraataniitti godhe kun garee guguddaan odoo hin taane garee xixiqqoon kan godhame ture, maqaan gosoota Maccaa ammallee akka maqaa iddoowwaniitti bakka baayyeetti tajaajilaa jira. Ummanni afaan Omootiikii fi Naayiloo-Sahaara dubbatu kan duraan naannoo sana ture jalqaba gabaro (gabbara) yoo godhaman dhawaata garuu gosa Maccaatti makamanii Oromoo ta'an.
Oromoon Maccaa Oromoo Tuulamaa wajjin sirna Gadaa tokko kan qabu yoo ta'u caffeen isaan kibba Finfinnee harraa kana ture. Jaarraa 16ffaa gara dhumaa keessa, Oromoon Maccaa sirna Gadaa mataa isaa kan dhaabbate yoo ta'u Caffeen isaas Odaa Bilii /Tute Bisil ture; kunis yaa'aa olii Gibee keessatti argama. Makkoo Bilii gadaa Maccaa kana waame. Addaan bayiinsa kanaaf Maccaa fi Tuulamni walii walii isaanii itti gaafatamaa godhu.
Bara 1963tti, Waldaan Wal-gargaarsa Maccaa fi Tuulamaa irra caalaa Oromootan yoo dhaabbatu dabalataan gosoota ummattoota kibba Itoophiyaas keessatti hirmaatanii jiru. Waldaan kun jalqaba waa'ee dhimmoota naannoo irratti kan socho'uu fi guddina kan jajjabeessu kan ture yoo ta'u, yeroo gabaabaa keessatti bilisummaa siyaasa fi aadaa Oromoo hundaaf falmuu jalqabe. Haaluma kanaan, bara 1967tti waldaan kun akka hin sochoone dhorkame; bara 1994tti waldaan kun lammata yoo dhaabbatu yeroo lammataaf bara 2004tti dhorkame.
Gosoota Maccaa
Macci ijoollee shan qaba, isaanis shanan Maccaa jedhamu. Shanan Maccaa kunis: Liiban, Jaawwii, Guduru, Daallee (Daadhii) fi Jidda.
Ijoolleen Maccaa shanan eenyuun horan jennee yoo gaafannu:
Sadan Liiban – Ammayya, Waliso fi Kuttaaye.
Ja'an Jaawwii – Amuuru, Horro, Jimma, Ebantuu, Libaan fi Jidda.
Torban Guduruu – Maloolee,Looyyaa, Aammillee, Illaamuu, Lukkuu, Sirbaa fi Hndaraasa.
Torban Daallee (Daadhii) – Obo, Sayyo, Sibuu, Tummee, Limmu, Noonnoo fi Daanno.
Arfan Jiddaa – Akaako, Jimma,Laaloo,Biloo,Qoree, Sadacha fi Badii.

#share godhi

https://t.me/orotrueways


Lakkoofsi namoota koronaavaayirasiin Ameerikaa keessatti du’anii 200,000 akka caale ragaan yuunvarsiitii Joon Hoopkins agarsiisa.
Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamaniis miliyoona 6.8 darbuun, biyya addunyaa kamiyyuu dursaa jirti.

@Orotrueways
@Orotrueways


#661
Itoophiyaa (#Ethiopia)🇪🇹

FULBAANA 13

•Namoonni qabaman = 71,083
•Har'a kan qabaman = +661
•Qorannaan laabraatoorii har'aa = 8,115
•Qorannaan laabraatoorii waligala taasifame = 1,226,297
•Namoonni du'an = 1,141
•Har'a kan du'an =+14
•Namoota bayyanatan = 29,253
•Har'a kan bayyanatan= +262
•Namoonni Yaaliraa kan jiran = 40,687
•️Haala ulfatarra jiran = 269

@Orotrueways
@Orotrueways


የትምህርት ሚኒስቴር የኮሚኒኬሽን ጉዳዮችን ዳይሬክተር ሐረጓ ማሞ ለቲክቫህ ኢትዮጵያ በስልክ እንደገለፁት ፥ የትምህርት ሚኒስቴር አመራሮችና የክልል ትምህርት ቢሮ ሃላፊዎች በቀጣይ የትምህርት ሁኔታ ላይ ውሳኔ ለማሳለፍ እያካሄዱት ያለው ውይይት ዛሬ አልተጠናቀቀም ፤ ነገ ጥዋት መግለጫ ይሰጣል ብለውናል።

የተወሰደው ከTIKVAH


Ajajaan poolisii magaalaa Buraayyuu sababa ajaja mana murtii hojiirra hin oolchineef to'atamanii akka dhiyaatan ajaje!

Mishaa Cirrii mirgi wabii akka eegamu ajaja manni murtii dabarse hojiirra waan hin oolleef ajajaan Poolisii magaalaa Buraayyuu Poolisiin too'atamanii akka dhihaatan manni murtii ajaje.

Lammummaa Ameerikaa kan qabu Mishaa Cirrii meeshaalee teeknolojii heeyyama telekoomiin alatti diriirsuufi hojiirra oolchuudhaan kan himatame.

Abukaatoo isaanii Obbo Kadir Bulloo BBC'tti akka himanitti, guyyoota 15 dura manni murtii olaanaa federaalaa mormii abbaan alangaa fi abukaatonni dhiheessan erga dhagaheen booda Mishaa Cirrii wabii birrii kuma 20 tin akka lakkifamu ajajee ture.

Haa ta'u malee poolisiin ajaja manni murtii kenne kana hojiirra oolchuu dhabuudhaan osoo gadi hin lakkifamne hafe.

Manni murtii federaalaa dhadhacha Lidataa olmaa har'aatiin dhimma Mishaa Cirrii irratti poolisiin Federaalaa fi Poolisiin Oromiyaa maaliif ajaja mana murtii hojiirra akka hin oolchine gaafateera jedhan.

Poolisii federaalaa bakka bu'uun dhadhacha irratti kan hirmaatan himatamaan kuni akka hin gadhiisne abbaa alangaa irraa ajajni waan nutti kennameef osoo hin gadhiisin hafne jechuun dubbatanii jedhan.

Poolisiin Oromiyaa garuu dhadhacha har'aa irratti waamichi taasifamuufis osoo hin hirmaatin hafuus eeran Oboo Kadiir.

Abbaan seeraas ajaja manni murtii kenne hojiirra oolchuu dhabuudhaafi waamicha taasifame irraa hafuu isaanitiif ajajaan poolisii Magaalaa Buraayyuu beellama itti aanurratti poolisiidhaan to'atamanii akka dhihaatan ajajuu himan.

Manni murtichaa dhimmicha ilaaluuf Fuulbaana 13tti beellama kan qabe yoo ta'u, dhadhacha har'aa irrattis bakka bu'oonni Imbaasii Ameerikaa argamuu Obbo kadir Bulloo himaniiru.

Maddi: BBC

@orotrueways
@orotrueways


መልክት ለሁሉም ተማሪዎች ‼️
#part_1

የ 8ኛ ና 12ኛ ክፍል ብሄራዊ ፈተና ተፈታኞች የሆናችሁ ካሁኑ በቂ ዝግጅት ማድረጋችሁን ቼክ ማድረግ ይኖርባቸዋል። በተለይ የ 12ኛ ክፍል ተማሪዎች አሁን ካላቹበት ስነልቦናዊ ችግር እራሳችሁን ሙሉ ለሙሉ ወደ ትምህረት ማስገባት ይኖርብናል።

ሌሎች ተማሪዎችም ቀጣይ የተለያዩ ፈተናዎችና ጫነዎች ተደራርበው እየመጡ ስለሆነ ለመቀበል ዝግጁ መሆን ይኖርብናል።

ከትምህርት አለም ለስድስት ወር የተራራቀ ጭንቅላት በአንዴ ወደ ትምህርት ይመለሳል ተብሎ ስለማይታሰብ ተማሪዎች ትምህርት ቤት ሳይከፈት እራሳችሁን ማሳመን ና ወደ ህይወታችን እንመለስ።
ሳትዘናጉ ካሁኗ ሰዓት ጀምሮ መጽሃፍቶቻችሁን ማገላበጥ ጀምሩ።

Everyone #Share to all friends

https://t.me/orotrueways






👆Siidaan Artist #Hacaaluu Hundeessaa bakka hojjetame eebbifameArtisti
****************** **
Yaadannoo #Haacaaluu_Hundeessaaf Siidaa Yaadannoo Artisti Haacaaluu Hundeessaa fi Giddugala Aadaa fi Seenaa Oromoo Magaalaa Ambootti ijaaruuf dhagaan bu’uura kaa’ame.

📌Yaadannoo Artisti Haacaaluu Hundeessaaf Siidaa Yaadannoo fi Giddugala Aadaa fi Seenaa Oromoo ijaaruuf pireezadantin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa guyyaa har’a Magaalaa Ambootti dhagaa bu’uura kaa’aniiru.

📌Siidaan Artisti Haacaaluu Hundeessaa bakka awwaalchaatti hojjetame guyyaa har’a eebbifameera.
Sirna kana irraatti Qondaaltoonni Mootummaa Olaanoon,Artistoonni fi dinqisifattoonni Artisti Haacaaluu Hundeessaa argamaniiru.

📌Yuunvaarsiiti Ambootti Kaampaasiin #Awwaroo maqaa Artisti Haacaaluu Hundeessaan akka moggaafamuu ibsameera.

@Orotrueways

Показано 20 последних публикаций.

306

подписчиков
Статистика канала