Dhiifama namni hin kabajne, nama nama hin kabajne.
○Dhiifamni dhiiga lola'eewu araarsa
○Dhiifamni biyya wal waraane walitti araarsa
○Dhiifamni Jireenya kee tasgabbeessa
○Dhiifama nama dhiisii Rabbiinuu namaaf godha.
○Dhiifamni mootiidha.
Namni dhiifama hin jaalanne nama namummaa hin jaalanneedha
#Dhiifama 🫲