BOKO SECONDARY SCHOOL


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


Похожие каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Guyyaa 25/02/2014
Barattoota Mana Barumsa keenyaa Qormaata Biyyooleessa bara2013/14 fudhatan hundaaf
============================
Boru gaafa 26/02/2014 Ganama sa'a 3:00 irratti 'Orientation' n waan kennamuuf barattootni Idilee fi
Dhunfaa hundi keessanu mana barumsaa keessanitti akka argamtan kabajaan isin beeksifna.Carraan keessan haa tolu.


Репост из: Free Education Ethiopia ️︎
#2_ሳምንት ብቻ የቀሩት የ2013 12ተኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ብሄራዊ ፈተና የጊዜ ሰሌዳ

የ2013 የ12ተኛ ክፍል አገር አቀፍ ብሄራዊ ፈተናን ከጥቅምት 29 እስከ ህዳር 02/2014 ድረስ እንደሚሰጥ መገለጹ ይታወሳል።

በዚህም መሰረት የሀገር አቀፍ ምዘናና ፈተናዎች ኤጀንሲ የፈተና መስጫ ጊዜ ሰሌዳውን አስታውቋል። የኢኮኖሚክስ ትምህርት ፈተና በዘንድሮው መርሃ ግብር ላይ የሚካተት እንደማይሆን መገለጹ ይታወሳል።

ፈተናው በ10 የትምህርት አይነቶች የተዘጋጀ ሲሆን፤ እንደበፊቱ በወረቀት የሚሰጥ ይሆናል ከ617 ሺህ በላይ ተማሪዎችም ፈተናውን እንደሚወስዱ ይጠበቃል።

#EUEE
@Free_Education_Ethiopia
Stay Safe!


Sagantaan Qormaata kutaa 12ffaa akka armaan Oli kana fakkaata.




Guyyaa har'a jechuun 15/02/2014 'Admission'kennuuf kan karoorsinee barattootni keenya irra Caalaan kitaaba dubbisuuf fedhi waan qabaniif gaafa 22/02/2014 tti kitaaba deebisuun akka fudhatan irra deebin foyyeessine.Carraa Gaarii.


Guyyaa 12/02/2014 A.L.l
BEEKSISAA
BARATTOOTA M/BARUMSAA SAD2FFAA BOKKOO KUTAA 12FFAA ONKOLOLEESSA 29,2014 QORMAATA BIYYOOLESSAA FUDHACHUUF QOPHIRRA JIRTAN HUNDAAF
====================================
'ADMISSION' kardiin dhufee waan jiruuf Qabeenya M/barumsaa isin bira jiru fidudhaan Gaafa 15/02/2014 sa'a booda Irraa jalqabee fudhachu akka dandeessan kabajaan isin beeksifna.Carra Gaarii


Репост из: Reta Negewo
Mana barnotaa keessan, Wajjira barnootaa godinaa/Magaalaafi gara Aanaatti akka gadi bu'u taasisuun akka maxxanu haata'u.


Репост из: Muzemil Abdela
Beeksisa kana ilaalaa dorgomaa


Репост из: Muzemil Abdela


Репост из: Muzemil Abdela


Репост из: Muzemil Abdela


Репост из: Muzemil Abdela


Репост из: Muzemil Abdela


Репост из: Muzemil Abdela


Репост из: Muzemil Abdela
Firii kutaa 8ffaa 2013 Aanaa Fadis.docx
168.7Кб




Guyyaa 11/01/2014
BARATTOOTA M/BARUMSAA SAD2FFAA BOKKOO KUTAA (10-12)HUNDAAF
=============================
Akkuma Beekkamu manni barumsaa sad2ffaa Bokkoo Hagayyaa 21,2013 A.L.I irraa jalqabee Galmee barattoota bara 2014 Galmeessaa jiraachuun isaa ni yaadatama.Haata'u malee maal na dhibdeen barattootni hangaa har'a osoo hin galmaa'in hafan jiru.kanaaf hanga guyyaa 15/01/2014 A.L.I Qofa kan galmeessinuu waan ta'eef yeroo kanatti fayyadamtani akka galmooftan kabajaan isin Beeksifna.
Hub:Barataa guyyaa jedhameen booda dhufu keessummeessu kan hin dandeenye ta'uu isin Hubachiifna.
=============================
M/Barumsaa Sad2ffaa Bokkoo irraa


Репост из: Tolla
Oduu Cabsaa
Qormaanni kutaa 12 onkololeessa 29/2014 hanga Sadaasa 2/2014 akka kennamu Ministeerri Barnootaa murteessuu isaa isin beeksifina. Isinis Manneen Barnootaa beeksisaa.





Показано 20 последних публикаций.

254

подписчиков
Статистика канала