GULLALLEE POST


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


Channel kana keessatti
☆Oddeeffannoo adunyawwaa ☆☆
♧Gorsota adda addaa♧♧♧

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


#𝐎𝐝𝐮𝐮_𝐀𝐦𝐦𝐞𝐞
👇
#𝐓𝐢𝐠𝐫𝐚𝐲_𝐄𝐭𝐡𝐢𝐨𝐩𝐢𝐚 #𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐜𝐢𝐭𝐮𝐟𝐮𝐮
•𝐏𝐫𝐞𝐬𝐢𝐝𝐞𝐧𝐭 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐢𝐠𝐫𝐚𝐚𝐲 #𝐃𝐫𝐃𝐚𝐛𝐫𝐚𝐭𝐬𝐢𝐨𝐧 𝐢𝐛𝐬𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐚𝐣𝐚𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐬𝐞𝐞
𝐓𝐢𝐠𝐫𝐚𝐲 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐨𝐟 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐭𝐚𝐭𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐱𝐢𝐢𝐥𝐞 𝐢𝐣𝐨𝐨 𝐤𝐮𝐝𝐡𝐚𝐧 𝐛𝐚𝐬𝐞𝐞... 𝐒𝐞𝐞 𝐦𝐨𝐫𝐞.....


Namoonni dabalata 3 du'an‼️
Sababa vaayirasii koroonaan Itoophiyaatti sa'aatii 24 darbee keessatti namoonni 3 lubbuun darbeera.


✅Haala namoota lubbuun isaanii darbee:

1⃣ Koorniyaan dhiira; lammummaan Itoophiyaa; jiraataa Magaalaa Finfinnee; umriin ganna 38; vaayirasichan qabamuun yaala irraa kan ture.

2⃣ Koorniyaan dubartii; lammummaan Itoophiyaa; jiraattuu naannoo Somaalee; umriin waggaa 19; vaayirasichan qabamuun yaala irraa kan turte.

3⃣ Koorniyaan dubartii; lammummaan Itoophiyaa; jiraattuu naannoo Somaalee; umriin waggaa 40; vaayirasichan qabamuun yaala irraa kan turte.

♨️Namoonni waliigalatti du'an 78 gahee jira.‼️

@GULLALLEE_POST
@GULLALLEE_POST


Itoophiyaatti sa’aatii 24 darbanitti namoonni 115 Covid-19 irraa bayyanatan
*
Itoophiyaan sa’aatii 24 darban keessatti namoota 3775’f qorannoo taasiftee namoota 185 irratti vaayirasichi argamuu Ministeerri Fayyaa biyyattii ibseera.
Kanaanis lakkoofsi namootaa hamma ammaatti qabamanii 4,848 gaheera.
Gama kaaniin ammoo sa’aatii 24 darban keessatti namoonni 115 kan bayyanatan yoo ta’u, kunis lakkoofsa namoota hamma ammaatti bayyanatanii gara 1412’tti ol guddiseera.
Lakkoofsi namoota bayyanatanii haga kanaa galmaa'uun, isa amma dura 118 galmaa'een itti aanee lakkoofsa olaanaa lammeessooti.
Gabaasni kallattii itti fufeera - dhiyaadhaa
JOIN GODHA ODDEEFFANNOO ADDA ADDAA ARGACHUF
👇
@GULLALLEE_POST


​​💌 Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatu jaalalloowwan koo hundi nagaafii rahmanni rabbii isiniif hajiraatuu jechaa waamicha ykn gahee amantaan koo islaamummaan narraa qabu isiniin gahuun barbaada innis waamicha gara barnootawwan dursuu qaban kan akkaan barbaachiisoo tahan kan isiin maletti amantaan keenyaa fi dalgaan amantaa keenyaa dhaabbachuu ykn qeebalamuu indandeenye barnoonni sunis maali yoo jettan kunoo kanneen gadii kana ⤵️ 👇

➡️ Barnoota Toohidaa

➡️ Barnoota Aqiidaa

➡️ Barnoota waa'ee iimaana

➡️ Barnoota Seenaa/siiraa

Obboloowwani fi obboleettin koo hundi akka gama barnoota kanaa dhuftanii barattan hiriyoottan keessanis garas affeeruun ykn ergaa keenya kana shear forward gochuun Gahee amantaan keessan isinirraa qabu bahadhaa isiniin jenna
⤵️ kan gadii kana tuqaa👇


#Channel_oromoo gurguddaa odeeffannoolee dhugaa dabarsan fi kanneen ittin bohartanis jira join gochuun hordofaa👇


#Channel_oromoo gurguddaa odeeffannoolee dhugaa dabarsan fi kanneen ittin bohartanis jira join gochuun hordofaa👇


👉Oddeeffanno COVID kan biyya kami barbaada?


Gaaddiddaawun Aduu Ityoophiyaa Dabalatee Kutaalee Biyyoota Addunyaa Garagaraatti Uumameera

•Gaaddiddaawun Aduu kun Ityoophiyaatti Wallagga Lixaadha ka’ee gama Kaabaan muldhateera.

Naannoo Baahir Daar Injibaaraatti %98 dukkana akka ture eerameera.
Laallibaa fi Naannoo Affaaritti sa’aatii garagaraa irratti mallattoo qubeelaa guutuun muldhateera.

•Giduugala Koongootti kan ka’e gaaddidduun Aduu kun Oomaan, Yaman, Paakistaan, Hindii fi Chaayinaa qaxxaamuruun xumurri isa galaana Paakistaanidha.

Photo Credit: Ethiopian Press Agency

@GULLALLEE_post
@GULLALLEE_POST


​​Ministeerri Barnoota Biyyatti Bara Barnoota dhufuufi kan Bara kana akkamitti Akka waliin Itti fufu qabu irratti maal akka yaadan jiran Ifa godhaniiru.
Odeeffannoo Gutuu isaa dubbisuuf JOIN godha dubbisaa.
@GULLALLEE_POST
@GULLALLEE_POST


​​#Finfinnee |Gaaddiddaawuu Aduu

@GULLALLEE_POST
@GULLALLEE_POST


​​Gibxii (Egypt) dhimma Laga Abbaayirratti waliigalteen bara 1902'tti Axee Minilikiin mallattaa'e akka naaf kabajamu jechuun UNSC'tti (Dhaabbata mootummoota gamtoomaniitti) ol iyyatteetti.

Waliigalteen bara 1902'tti bakka bu'aa Itoophiyaa Axee Minilik fi koloneeffattuun Egypt (Gibxii) yeroo sanaa Great Britain (Ingiliiz) waliin mallatteessan;
jedha.

Minilik laga Abbayyaa kana Ingiliizitti gurguratee Qawwee achii argateen ummata Oromoo fixaa ture.
~
Mootummaan Itoophiyaa waliigaltee yeroo kolonii kana kabajuuf dirqama hin qabu.
Kanaafuu, Mootummaan yoo dhuguma hidhicha guutuuf karoora qabaate sababa Gibxii ol iyyannaa dhiyeeffatteef of duuba deebi'uun irra hin jiraatu. Harka tokkoon mari'achaa harka kaaniin hidhicha guutuu jalqabuu qaba.
👇
JOIN.....


​​Ijaan ilaaluun dhorkaadha❗️

Haguuggiin aduu bor waxabajjii 14 2012 , Ganama sa'aati 12:49 irra hanga sa'ati 3:30 biyya keenya kessati uumamuu ijarratti miidhaa ni qaqqabsiisa waan ta'eef of eeggannoo ciman godhachu qabdu.

Haguuggii (Gaaddidaa'u) aduu ijaan laalun qaroo ijaa balleessu waan danda'uuf ilaalurra of qusadha.!!
Ijoolle mana hin baasina!!


@GULLALLEE_POST
@GULLALLEE_POST


​​@ GULLALLEE POST
#COVID19
HAALA DHUKKUBSATTOOTA

Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e keessaa namoonni 398 lammii Itoophiyaa yoo ta'an 1 lammii biyya alaati.

▸Umurii isaani waggaa 4 - waggaa 85 yoo ta'u,
▸koorniyaan dhiira 195 fi dubartii 204.

Namoonni qabamu isaani mirkanaa'e:

135 iddoo tursiisa Yunivarsiitii Siivil Sarviis,
132 iddoo tursiisa Dawallee fi Gaalillee,
86 magaala Finfinnee,
18 naannoo Amaaraa,
2 naannoo Tigraay,
9 naannoo Oromiyaa,
1 naannoo Somaalee,
1 naannoo Kibbaa,
14 magaala Dirree Dhawaa,
1 naannoo Gaambeellaa irraati.

@GULLALLEE_POST
@GULLALLEE_POST


@ GULLALLEE POST
#COVID19
HAALA DHUKKUBSATTOOTA

Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e keessaa namoonni 398 lammii Itoophiyaa yoo ta'an 1 lammii biyya alaati.

▸Umurii isaani waggaa 4 - waggaa 85 yoo ta'u,
▸koorniyaan dhiira 195 fi dubartii 204.

Namoonni qabamu isaani mirkanaa'e:

135 iddoo tursiisa Yunivarsiitii Siivil Sarviis,
132 iddoo tursiisa Dawallee fi Gaalillee,
86 magaala Finfinnee,
18 naannoo Amaaraa,
2 naannoo Tigraay,
9 naannoo Oromiyaa,
1 naannoo Somaalee,
1 naannoo Kibbaa,
14 magaala Dirree Dhawaa,
1 naannoo Gaambeellaa irraati.

@GULLALLEE_POST
@GULLALLEE_POST


​​#Dinquun_Jagna Oromooti
========
========
"Balleessan Obbo Dinquu kan kanaan isa geessisuu
mitii. Lafaas yoo ta’ee karaa seeraan ni deebisaa,
nama miidhees yoo qabatee karaa Jaarsummaan ni xumurama.
Duulli midiyaa sirrii miti. Dhabbachuu qaba.
Dinquu Dayyaasaa Jagna Oromooti maleesaamtuu Oromoo miti.
Ammas dhimmi Obbo
Dinquu Dayyaasaa, Jaarsummaadhaan akka dafee xumuramu barbaanna.


Manni uummataa gubate, namooti nagaanis hidhaman jedhan

ONN: Waxabajji 18,2020

Shawwaa Kaabaa aanaa Dagam Ganda Aannaa Jirruu keessatti manni uummataa hedduun gubate. Manni jireenya hawwaasaa gubate kun kan namoota kudhanii akka ta'e nuu himan.

Namoota manni jalaa gubate muraasa ONN bilbilaan argatee dubbisee jira. "Ani jiraataa Shawwaa Kaabaa aanaa Dagam Ganda Aannaa Jiruu Gadaayiiti. Sababa tokko malee qaamni mootummaa humni addaa Oromiyaa jedhamu, Shanee qallabda jechuun manakoo na jalaa guban. Qabeenya humaa baafadhe hinqabu waanin qabu hunda qabeenya maallaqa kuma dhibba shanitti tilmaamamu na duraa barbadeessan" jedhan nami manni isaanii duraa gubate.

Manni isaa kan gubate Qorqorroo sadiif mana citaa tokko ta'uus nutti hime. Mana isaanii keessatti midhaan gara kuntaala shantamaa olii gubachuus nutti himan. Qaamni mana isaa gube ammoo eenyu akka ta'e gaafannee deebii nuu kennaniiru. "Qaamuma mootummaa shanee qallabda naan jechuun na duraa gube" jedhan.

Ofiis baqatanii qe'ee isaanii gadhiisuu nutti himan. Maatiin isaaniis qe'ee irraa baqatee jira akka yaada nama kanaatti. Namni manni duraa gubachuu nuu himan kun Qote bulaa ta'uu nutti himanii, Waqti Qotiisaa kana illee qabiyyee lafa isaanis akka hinqotanne taasifamuu isaanii nuu himu. Uummati Jigii bahee qotuufiif jedhus akka naaf hinqotne dhorkan jedhu.

Waan qaamni mana keessan gube ittiin isin himatu keessaa harka qabduu? Jennee gaafannerra. "Ani shanee isaan jedhanuu argee hinbeeku. Ano Qote bulaadha. Humaa waan isaan jedhan keessaa hinqabu!" Jedhan

"Ani mana bakkan itti galu dhabee, lubbuudhaanuu na barbaadu dhokadheetani kanin jiru. Koolu galtuu taanee, uummata harkaa fudhannee nyaachaa jirra" jedhan

Nama manni duraa gubate gara biraafis bilbillee jirra. Manni isaanii duraa gubachuu nutti himan. Ofiis dhokannee jirra jedhu. Eenyu akka mana isaanii gube yoo gaafannus "qaamuma seeraatitu foolisootumatu guyyuma saafaa gube. Uummati dhaamsuu jennaan illee akka hindhaamsine dhorkan" jedhu jiraataan Aanaa Dagam Ganda Aannaa Jirruu Gadaam.

Isaan kunis manni duraa gubate Qorqorroo ta'uu nuu himan. Manni gubate kunis "kan abbaa kiyyaa mana sadii, kiyya ammoo mana tokko, kan nama Fiqaaduu Gonfaa jedhamuu durbii abbaa kiyyaa ammoo mana qorqorroo lamaaf mana citaa tokko akkasuma mana horiin keessa galu qorqorroo tokko gubate. Kan nama Asheetuu Addunyaa jedhamuu jiraataa ganda sanii mana qorqorroo sadii gubate" jedha Barsiisaa Mulgeetaa Abbabaan

"Walii galatti gara mana kudhani gubates" jedha Barsiisaan manni isaa duraa gubate kun

Manni keessan gubachuu qaamolee seeraaf himtaniittuu? Jennee gaafanneerra.

Barsiisaa Mulgeetaan "nuti ammaa maal itti dhiyaannaree, obboloonni kiyya hidhaa jiran, abbaan kiyya dhokatee jira. Hinbarbaadamtan nuun jedhanii" jechuun sodaa qaban himu.

Dhimma kana addaan baasuuf itti gaafatamaa waajjira Foolisii Komaandar Sanbataa Alamaayyoo bilbilaan argannee jirra. "Komiin hawwaasaa nu gahuu qaba. Komii hawwaasaa nus dhaggeeffachuu qabna. Garuu Hanga ammaatti hawwaasi mannikoo gubate jedhee nu biratti komate hinjiru. Qaamni isin biratti gabaasu sun nuti qaama mootummaati nu biratti gabaasuu qaba, yookaan nu biratti himachuu qaba" jedhu Komaandar Sanbataa Alamaayyoo

"Wanni gubates hinjiru. Oduu hurufa adeemu isin illee astanaaggaduu hinqabdani" nuun jedhan. "Kan mana gubaa jiru Shaneedha isaan gaafachuu dandeessa. Garuu bakkoota ati amma jettee mana gubate gabaasa of harkaa qabnu hinjiru" jedhaniis nuu himan.

Oduu wal fakkaatuun Shawaa Lixaa Aanaa Ada'aa Bargaatti hawwaasi waraanni mootummaa nama nagaa qabee hidha jechuun ONN tti himan.

Hanga ammaattis:-
1 Baqqalaa Madaksa
2 Darajjee Baqqalaa
3 Girmaa Galataa
4 Baatuu Hayiluu
5 Dinquu Dirribaa
6 Kaasuu Galaanaa
7 Baacaa Guutaa
8 Gaddisaa Garrama kan jedhaman hidhamuu nuu gabaasan. Namooti kunneen seeraan ala hidhaman jechuun jiraataan Adaa'aa Bargaa Bilbilaan yaada nuu kenneen nutti hime.

Itti gaafatamaa poolisii aanichaa Inispekter Agarii dhimma kanaan wal qabsiiisanii ONN'f yaada laataniiru. "Odeeffannoo isaa gadi kottuu qulqulleeffadhu." Nuun jedhan. Namoota akkas jedhaman


Dukkannii dukkana balleessuu hin danda'u; Ifa qofatti balleessa.

Jibbii jibba balleessuu hin danda'u; Jaalala qofatti kana tolcha.

✍Xachee Jilootiin!

@GULLALLEE POST
@GULLALLEE POST




Репост из: Oro Entertainment
Ministerii barnoota bara barnotaa dhufuu fi kan baranaa bakka tokkottii waliittii fidee waan dhogoo yaada jiruu beeksisee jiraa.

Beeksisichaa guutu isaa dubbisuuf #JOIN gadii xuuqaa.


💫💫WANTOONI BARBAADAN HUNDU JIRA


➺MIDIYAALE BABEEKAMO
➺WAA'EE BARNOOTAA
➺SEENAA GOOTOAA
➺WAA'EE AMANTII
➺SIYAASA
➺OROMUMMAA
.
.
.
.
.
HUNDU JIRA ITTI MAKAMAA

Показано 20 последних публикаций.

234

подписчиков
Статистика канала