Guyyaa Juma'aa tokko akka tasaa tahee imaamni masjidaa khuxbaarraa turraan Tiraafikni (Traffic Police) tokko ka'ee #MINBARA irra bahe.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
🎙Tiraafikichis Afaan hojii isaatin khuxbaa eegale.
☆ " Yaa ilmaan Namaa! Hayyama imaana keessanii
haaroymfadhaa!
☆ Qabattoo sodaa rabbii hidhadhaa !
☆ Saffisa Dilii dalaguu hir'isaa !
☆ Niyyaan teessan akka qulqulluu taate mirkaneeffadhaa !
☆ Matoora qalbii teessanii qulqulleeysaa !
☆ Mallatoolee Ifaa Qur'aanaa hordofaa !
☆ Karaa Diin gubbaa imala keessan godhaa !
☆ Fuul dura keessan iddoo sakata'insaa (Fittashaa) jabduutu jira. Namni waa balleesse dhufe adabbiin isaa ibidda jahannam
tahuutu mala. "
Jachuun Gorsa isaa xumuree bu'e ! #mayafb