Репост из: KENNAA
♥️QOPHII RAMADAANAA 🌹
□□□□□□□□□□□□□
Kutaa 4ffaa
••••••••••••••
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu kabajamtootaa fi jaalatamtoota obboloota koo!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Tokko lama otuu jennuu jiini kabajamaa fi jaalatamaan kan kheeyriin hedduun keessa jirtu dhufuuf guyyoota muraasa qubaan lakkaawamantu hafe. Nutis sagantaa keenya #qophii_Ramadaanaa jettu tana xumuruuf jirra. Qophii irraa gara ji'a kanaatti seenuuf jechuudha.
Isinoo obboloota koo!! Erga sagantaa kana hordofuu jalqabdani hammam qophaawaa jirtuu!?.
👉Jiini Ramadaanaa ji'a araaramaati, ji'a Rahmata Rabbii itti argatanidha. Ji'a ibidda jahannam irraa itti bilisoomanidha. Araaramni, Rahmanni fi bilisa bahuun ji'a guutuu keessatti argamu malee akka namoonni tokko tokko jedhan tartiibaan kurnan duraa, kurnan lammataa, fi kurnan boodaa wanti jedhu hin jiru. Hadiisni bifa sanaan dhufe sadarkaan isaa laafaa(da'iifa) waan ta'eef.
👉Jiinii Ramadaanaa kun ji'a keessa lubuu(nabsiyyaa) ofii akkaan leenjifatanidha. Sababni isaas Sheeyxaanni jallataa fi jallisaan waan hidhamuuf yeroo kanatti lubbuu teenya harkatti galfannee hojiiwwan kheeyrii wajjiin wal barsiisuu fi itti madaqsuu dandeenya.
👉Jiini kun ji'a Araaramaa waan ta'eef nutis nama kanaan dura nu miidheef dhiifneefii kan akka carraa miines yoo jiraate xiyyeeffannee dhiifama gaafachuu qabna. Sababni isaas ibaadaan namoota lama wal lolanii waliin oodanii jiranii hanga jarri araaramanitti hin fuudhamtu. Kanaaf ibaadaa keenya qulqulleeffachuuf jalqaba obboleessa ykn obboleettii teenya wajjiin araaramnee qulqullaa'uu qabna.
👉Akka Rabbiin garaa nuuf laafuufis nuti lubbuu teenyaaf, maatii keenyaaf, firaa fi ollaa keenyaaf, ummata muslimaa hundaaf , Dhala namaa cufaaf garaa laafnee bakka rakkatanitti birmachuu fii qabna. Namaaf birmachuun qabeenya guddaa qofaan osoo hin taane waanuma qabaniin ta'a. Yeroo nuti xiqqoo qabnuun waliif birmanne Rabbiin baankii isaa dhuma hin qabne irraa rahmata nuuf godha waan ta'eef!!!
♥️Keessumaa yeroo rakkisaa addunyaan keessa jirru kanatti furmaanni jiru bakkaa fi haaluma jirruun wal bira dhaabbachuudha♥️
Rabbiin balaa dhabaa fi dhukkubaa tana hunda jalaa bilisa nu baasee Ramadaan nuhaa gahu, warra irraa fayyadamus nuhaa taasisu!!!!!!!!!!!!
#Aamiin_Aamiin_Summa_Aamiin!!!!!!!!!!!!!!!!!
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost