Guyyaa 14
Har'a waaqayyo abbaakee akka siif ta'uufi maatii waaqayyootti dabalamuu ni barbaaddaa? Deebiinkee eeyyee akka ta'u hin shakku. Cubbuu fi yakki kee maatii waaqayyoo akka ati hin taane si gochuu hin qabu, sababni isaa Waaqayyo karaa Yesus Kiristoos haal duree tokko malee waan si jaallateef, gatii cubbuu keetii kaffalee akka ati maatii isaatti dabalamtu afeerraa siif dhiyeessa. Kanaafiyyuu akka nama gatiin homaa itti hin kaffalamnee utuu hin ta'iin, maatii kankoo jettu, kan itti hin qaanofne akkasumas jaalalaa fi boqonnaa bara baraa kan keessatti argattu kanatti dabalamuu hin barbaadduu?
#Yesus_nama_hundumaa_ni_jaallata
#tesfa #hope #abdii
Follow Tesfa on:
Instagram | Facebook | Telegram | TikTok | Youtube | Threads
Waldaa Amantoota Guutuu wangeelaa Itiyoophiyaa
Website | Youtube |Facebook | Telegram | Instagram |LinkedIn | Twitter | Pinter
t.me/Ifa_Dhalootaa

Kanaafuu isin siʼachi saba Waaqaa wajjin lammii fi miseensota warra mana Waaqaa jiraataniiti malee ormaa fi alagoota miti
Efesoon 2:19