✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Barattoota, Hojjettootafi Hordoftoota fuula miidiyaa-hawaasaa Yuunivarsiitii Jimmaatiif
***********************
Waa’ee vaayirasii sadarkaa idil-addunyaatti yaaddoo fayyaa ta’e Koronaa (COVID-19) ilaalchisuun odeeffannoowwan hinmirkaneeffamneefi nama diogoggorsiisan hedduutu kallattii garagaraan tamsa’aa jira. Dhimma Vaayirasichaa irratti maddeen odeeffannoo amanamoo tahan irraa qofa yaada fudhachuun of-eeggannoo akka taasiftan isin beeksisaa, madden armaan gadiitti eeraman odeeffannoolee mirkanaawan akka biyyaattiifi idil-addunyaatti hordofanii warra dhiyeessan keessaa tahuu isin hubachiifna.
-Ministeera Fayyaa (Ministry of Health)
-Institiyuutii Fayyaa Hawaasaa Itoophiyaa (EPHI)
-Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO)
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
ለጅማ ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች፣ ሰራተኞችና ለማህበራዊ ሚዲያ ገጻችን ተከታዮች በሙሉ
**********************
በዓለም አቀፍ ደረጃ የጤና ስጋት ስለሆነዉ ኮሮና ቫይረስ ያልተረጋገጡና የሚያሳስቱ መረጃዎች በተለያዩ መንገዶች እየተሰራጩ ስለሚገኙ ተአማኒነት ካላቸዉ የመረጃ ምንጮች ቢቻ የሚወጡ መረጃዎችን በመከታተል አስፈላጊዉን ጥንቃቄ እንድታደርጉ እናሳስባለን፡፡ ከዚህ በታች የተጠቀሱት የመረጃ ምንጮች በአገራችን ደረጃ እና በአለም አቀፍ ደረጃ ስለ ቫይረሱ ስርጭት በመከታተል ትክክለኛ መረጃዎችን በየጊዜዉ ከሚሰጡት ዉስጥ መሆናቸዉን እናሳዉቃለን፡፡
-የጤና ሚኒስቴር (Ministry of Health)
-የኢትዮጵያ ህብረተሰብ ጤና ኢኒስቲትዩት (Ethiopian Public Health Institute)
-የአለም ጤና ድርጅት (World Health Organization)
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Join @JUSU1
@JUSU1
@JUSU1
@JUSU1
🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺