#Imimmaan_Ija_Tokkoo_Asoosam_Gabaabaa_Kuta_6ffaa
kutaa hafan @jaalala_dhuga jalaa dubisi
Dubbisa Gaarii
....Qalbiseenis bo'icha qabachuu dadhabde.
kan sila harmee Moorkiin obsaa jechaa turte
Qalbisees qabaan dadhabe mana mana
gaddaa fakkeessan utuuma isaan lama
ta'anii bo'a jiranii Moorkiin bakkeedha dhufe
Harmee....harmee....harmee jechaa ol
seenee dur sa'aati 6:00tti gala har'a garuu
harka isaa sibiilli muree jennaan hojjechuu
dadhabee Sa'aati 5:30ti gale.
yeroo ol seenuu bishaan ta'ee samii lixuuf
itti fagaate dachee seenuf itti jabaate .akka
nama bishaannii nyaatee kan qabe kan
gadidhiisu wallaale. waantii akkas isa godhe
keessaa tokko Qalbiseen maalif dhufte?
akkamittiin dhufte?
Harmeef Qalbiseen maalif bo'uu?
yaadoota kana buusee baasaa "Harmee maal
taataan" ?ittin jedhe homa hin taanee mucaa
koo rakkoon hin jiru . jette sammuu mucaa
isheeti tasgabeessuf yaalte.
lamaan Isaanii tasgaba'aa dhufan.
Moorkii "harmee callistee maalif mataa kee
of dhukkubsita"? jedheen.
harmeen isaas akka mucaan ishee
gammaduuf humnaan garaa ishee duuba
kofalte.
Qalbiseen gocha harmeen isaa sammuu
mucaa ishee Kana tasgabbeessuf yaalte
kanatti hedduu raajamte.
Moorkins gara Qalbiseetti deebi'ee..."Qalbii
akkamii "?jedheen
Qalbisee "Nagaa kooti maalan ta'a jetteeti
utuu ati jirtuu" jetteen .
Moorkin xiqqoo seeqee jettere Jedhe.?
isheenis jedhera garuu waa sii gaafachufan
dhufe qabxiin gadii lakkifameera an qabxii
kiyya ilaalladhera kee sii gaafachufan dhufe.
Moorkii "an maalin ilaala jette garuu kan kee
meeqa" ? jedhee gaafate
Qalbisee" 280n fide kan kee immoo meeqa
jettee yaadda laata "? bilbila Ishee gadii
baaste ilaaluufif jette.
Moorkinis koodii isaa Qalbiseetti
himate. yeroo isheen ilaaltu qabxiin Isaa 310
Ture
yeroo qabxii kana agartu jalqaba haadha
isaa haammatte baga gammaddan Jetteen
harmeen isaa garuu hirriba keessa bu'uuf
jechaa jiru . gara Moorkiitti deebite
Haammatte Fuula Isaa keessa ilaala Morkii
koo baga gammadde jettee hidhii isa kan
gadii hidhii isheen Qabdee harkifee itti ba'uu
diddee. daqiqaa muraasa
erga turte gadi lakkiste gurbaan dafqa lakkuu
illee isa irraan Xaph.....Xaph..... Godhe.
Qalbiseen haadhii Moorkii akka isheen jirtu
dagatteetti Moorkiin garuu yaadii isaa
harmee isaa bira ture. harmeen isaa waan
dhukkubsattuf utuuma isaan waliin haasoftuu
sillim jette hirriba keessa seente.
Moorkinis haadhii isaa erga rafuu ishee
argee gammachuun waan kiiloo hedduu
dabalee fakkaata.
Mana barumsa Najjoo keessaa qabxiin
Moorkii isa jalqabaati hunduu waa'ee qabxii
Isaati gammaduuf baga gammaddeen lafa
dhiphisuu.
Moorkiin darbuuf shakkii tokkollee hin qabu
ture. garuu yaaddoon haala deemsaafi
uffannaa mataa isaa dhukkubsuu egale.
Ji'a 2 (lama) booda
Moorkin taa'ee yaadda'a jira akkamittin akka
hucuu bitatuu sammuu isaa wajjin
wal'aansoo wal qabaa jira. kana gidduutti
Qalbiseen "warra manaa jette". sagalee
qalbisee ta'uu gaafa dhaga'uu utaalee lafa ol
ka'ee miira naasuun guutameen akkas
jedheen.
Qalbii "De...De...Deemuuf kaatee nagaa natti
dhaamuu dhufte"? moo jedheen miira
naasuun?
isheenis " eyyee Moorkii koo jetteen.
Isa" Miilli kee kun maaltu akkas sii godhe?
akkamittiin akkas taatee jedheen?
ishee" an utuun waa'ee nama onnee koo
bitee jiru osoon yaadun akkas ta'eem homaa
miti qeensii kiyya anaaf siidaa hin
dagatamneedha bagan akkas ta'ee jetteen.
innis "gara samii ol ilaalee intala akkas
jaalalaa fi kabajaa beektu argachuu isaatti
baayyee gammadee.
suuta jettee kana siifan fideeti hucuu achii
Keessaas uffadhuu ilaalimee abbaan kiyya
waan naa arge natti fakkaatayyuudha
dhokseen siif fideem Jetten.
Moorkinis" jaalallee koo dhugaati ati anaaf
jiraadhu gatii kee siifan deebisa umurii
arraagessan siif hawwa jedhen.
isheenis homaa miti jette osooma waliin
dubbacha Jiranii bilbillii Ishee Kilil.....Kilil....Kilil... Jette. miiraa naasuun abba kootu
naaf bilbile Yeroo jettee bilbila ilaaltu .kan
bilbilee abbaa ishee osoo hin taanee hiriyyaa
ishee Boontuudha.
Helloo " jette
Boontunis utuu nagaa hin gaafatin eessa sii
ga'ee jetteen ?
Qalbiseen naatee biyyatu gadi lakkifame
moo?
Boontuu " eyyee"
Qalbisee "eessa sii ga'eree..👇👇