Siin?
Boontuu" anaan Haroomayya na ga'eem"
Jetteen.
Moorkinis bira taa'ee dhaggeefataa jira
akkamitti Akka ilaalan gaafadhu nus hin
ilaallanna jedheen .
Qalbiseenis hin gaafatte waliin ilaalu eegalan
akkuma ilaalteen kan Moorkii ilaalte.
kan Moorkis Haroomaayya ga'e miira
Hoolannaan guutamteen koo eessa laata ?
jecha yeroo ilaaltu kan ishee Amboodha.
Qalbiseenis naatee bishaan taate. isheen
addunya kana ala takkaan dhabuu filatti
malee Moorkii waliin adda ba'uu hin
barbaaddu turte garuu hireen jireenya
addaan haxaa'eera furmaata dhabdee Ija
Isaa keessa ilaala waada akkas jedhu
seenteef.
ANI KEETUMA BARAN JIRAADHU KEESSATTI
SIIN ALA JIRAACHUU HIN FEDHU .jettee
imimmaan fuulaa ishee isa miidhaginaan
faayamee sana irra roobsaa morkiinis waliin
bo'uutti ka'e ergaa bo'anii fixaxani booda
bara tokko wal arguu dandeenya obsii
jedhanii wal jajjabeessan. utuu hin deemin
har'aa guyyaa akka wal argan murtteessan
naannoo isaanitti cidha guddaan waan tureef
maatiin lamaan isaanii mana cidha sanaa
deemaniruu.
Qalbiseenis sa'aati beellama ishee kabajjee
mana Moorkifaa dhufteetti.
Qalbiseef Moorkinis carraa kanatti
fayyadamanii wal argatanii miira addaan
guutamaniiru harmeen Moorkii mana waan
hin jirreef silas teessuma hin qabani citaa
haamama fi keesha irra rafan Mozvooldii
hiyyeessa sana irra ta'an.
Qalbiseen "Moorkiyye koo jettee itti siqixe
ofitti qabde. bareedaa koo an sin jaaladha
sagalee laafan akkas jetteen.
Moorkinis "bareeddu koo anis sin jaalladha.
ofitti qabee morma ishee jala galee
dhungoodhan bobeessu eegale nama tokko
fakkaatani siree irratti wal qabuu egalan
Isheenis
Qalbiseen miiraa addaan guutamte utuu isa
gadii hin lakkisin dugdaan ciiste Moorkins
achitti gadi itti
jedhee miilla isaa tokko lukaa ishee irra
kaawwate ofitti qabee dhungachaa osoo jiruu
Qalbiseen miilla Ishee gargara saaqaxee .....
Itti Fufa....
Nama Share godhee harki irra citee hin argineeti bira hin darbin #share godhi yaada
dhuufaan yoo qabaattan karaa @sool_dave INBOXn na dubbisaa