Репост из: Sule Awal
#OMN
GAMTAA BARATTOTA OROMOO IRRAA
Kabajamtoota ilmaan oromoo gocha aggaammiin duguuggaan sanyii nafxanyaa isinirra gahe nurra gahe hundaaf furmaataaf jennee qaamaa mootummaa sadarkaa barnootaa barnootaa federaalaa kaasee hanga mootummaa naannoo oromiyaatti gaafannee turre. Haata'u malee yaada walfakkaataa sagalee barattootaa kana ukkaamsu qofa nuu deebisaa turan.ta'us nutis hang furmaata argannutti egeree siyaasa biyya kanaatif barattoonni barnoota isaanii dhaban kun gaarummaa akka hin qabaanne akeekkachisa jiru itti himaa turree jirra.hayyuun keenyarree akka waa'ee keenya hin dubbanne nageenya buufne police naannoo baafne federaalatu bulchaa jira jechuudhaan kijibaa turan.dhugaan qallatti malee hin cittu akkuma jedhan baga gammaddan baga gammanne guyyaa har'aa kana hayyuu guddicha abbaa qeerroo bira deemnee haqa jiru carraa dhumaaf itti himnee turre.yaada keenyas 100% fudhatanii dhimma keenyarratti ajandaa haaraadhaan paartilee siyaasaa Oromoo waliin ta'uudhaan mootummaa murtii haqaa akka kennu nitaasifna jechuun waadaa nuuf galaniirBaalchaa
kanarra dhaabannee qabsoo keenya akka itti fufnu waamicha dabarsini.hundumtuu haa dhaga'u.koree gamtaa barattootaa Unv NA Finfinnee irra.1,Deribaa Gurmessa
2,Debisa Chimdessa
3,Dheeressaa Guyyaasaa
4,Jafar Adam
5,Tarreessaa Baalchaa
@OMNDAMEEJIMMA
@GADAAMELBAA1