Gaaffii obboleewwan keenya kiristaanaatiif
Maatiyoos 9:12-13
"ኢየሱስም ሰምቶ፦ ሕመምተኞች እንጂ ባለ ጤናዎች ባለ መድኃኒት አያስፈልጋቸውም፤ ነገር ግን ሄዳችሁ፦ ምሕረትን እወዳለሁ መሥዋዕትንም አይደለም፡ ያለው ምን እንደ ሆነ ተማሩ፤ ኃጢአተኞችን ወደ ንስሐ እንጂ ጻድቃንን ልጠራ አልመጣሁምና፡ አላቸው።
"Yesus garuu kana yommuu dhaga'e, "Namoonni fayyaan ogeessa qorichaa hin barbaadan, dhukkubsatootatu barbaada malee; inni 'Gara-laafinan barbaada malee aarsaa miti' jedhu maalitti akka hiikamu dhaqaa baraa! Anoo warra gara-qajeelota waamuu hin dhufne, warra cubbamoota waamuufan dhufe malee" jedhe."
✍️ Waaqayyo gooftaan keessan gara laafinan barbaada jedheera.
Egaa Waaqayyo gara Laafummaa isaatiin biyya lafaa kana fayyisuu osoo danda'uu, Yesuusiin diinatti dabarsee kennuu maaliif barbaachise?
Yesuus dhiitamee, kabalamee, waraanamee, dhiigsamee, ajjeeffamee, fannifamee, gadi buufamee, awwaalamee, ammas kaafamuun kun hundi maal fiduufi?
https://t.me/Know_to_Islamic