MV TUBE🌹


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


Meeshiin vine▶😂

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Galata Rabbii Kunoo As Geenyee
Jirra Daawwattota keenya
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍




Репост из: Mijuu Walaloo
Eenyuutti himaturee
Caba onnee keessaa
Hundumtuu si cabsuuf
Mana gumaa si geessaa,
~
~
Taankiif Baankii malee
Wal faana biyyaaf kaanee,
Harra garuu orma mitii
Walitti diina jabaa taanee,
~
~
Yoo dubbatte rakkoodha
Dhiifnaanis kan caaluu,
Coba imimmaan keenyaa
Rabbiin qoftii haa ilaaluu,
~
~
Waan jennu wallaallee
Hundumtuu wal gaadaa
Yoo ati yaada kee himtee
Hunduu afaan si qadaadaa,
Safuudha!




Репост из: Taphaa fi qoosaa™
Yoon chaanaala kana hiriyyoota khiyyaaf 'share' godhuu baadhe, rabbiin balaa natti haa buusu!
.
.
.
😊
.
.
.
😁
.
.
.

😂
.
.
.
.
😃
.
.
.


🤣


Share godhikaa ree abbaa khiyya maal eeyda? Kakattee jirtaa bar 😁




Репост из: Mijuu Walaloo




,kkk kolfaan dhuneebar
😄😆😆😆😆😆😆😆😆

Bar abiyoot kaasaayetuu
Maal jadhe ni beeytaa?

Karaarratti 🛣wal argineeti bar
An= Abiyot eessatti deemta
Jannaan
Abiyot= bar mucaa takka jaladhetin,😍😍😍😍😍
Mana saaniitti deema bar naan
Jadhe,🙊🙊🙊🙊
An= maal goota ree biraa jannan
Abiyot= bar mucaan gandi
Saanii narraa fagoodhaa
Akkamittiin wal argaan jadhee
Nama gaafannan?

"Imo" dhaan seeniif kaa! Naan
Jadhanii bar, saniin anis
Biratti deemaa,🚶 jiraa

An= maal goota dubo goowwicha? Jaannaan

YOO MAAL JADHE GAARI?
👇👇

An bilbilli kiyya Na didee
Dhaqeetiin imo ishee
Seenaaf kaa haa na laaltuu
Hin jadhu seetaa,😋😋😋😋😋😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Waan seenan sehe imo

Abiyot kasaye Yaaduu dhiise
Jachuu fadheeti

By,📝 Abdii bilisummaa


ARRA NAAF DHUMATTE,😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

Bar tokkootuu mucaa takkarra
Qabamnaan bilbila ishee
Barbaaddateetuma dawwalef,
Amma waa hunda walgaafataniituma walii
Taanaan😍😍

Wal haa agarru jadhaniituma
Wal affeerratanii bar,😋
Yeroo bakka affeerraa dhaqani
Wal argan , isiin aboo ati obboleessa
Ayyaantuutiimii hinjattuun
Seeta 🙊🙊🙊🙊🙊

Inniniis An obboleessa ayyaant
Tuutii miti , jadheetuma itti
Falmee bar , isiiniis dhiifteetuma
Hayyee dawwalee gaafadhuu
Jatteenibar

INNINOO YOO MAAL JADHEN
GAARIIDHA ?👇👇👇👇

Ayyantuu teenyarratti
Dawwalteemoo? hin jadhuun
Seetaa,😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

Bay 📝 Abdi Bilisummaa


ARRA NAAF DHUMATTE,😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

Bar tokkootuu mucaa takkarra
Qabamnaan bilbila ishee
Barbaaddateetuma dawwalef,
Amma waa hunda walgaafataniituma walii
Taanaan😍😍

Wal haa agarru jadhaniituma
Wal affeerratanii bar,😋
Yeroo bakka affeerraa dhaqani
Wal argan , isiin aboo ati obboleessa
Ayyaantuutiimii hinjattuun
Seeta 🙊🙊🙊🙊🙊

Inniniis An obboleessa ayyaant
Tuutii miti , jadheetuma itti
Falmee bar , isiiniis dhiifteetuma
Hayyee dawwalee gaafadhuu
Jatteenibar

INNINOO YOO MAAL JADHEN
GAARIIDHA ?👇👇👇👇

Ayyantuu teenyarratti
Dawwalteemoo? hin jadhuun
Seetaa,😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

Bay 📝 Abdi Bilisummaa




Loogoon chanaalii koo kana hubadhu warri gaafate san,,🤔🤔


Репост из: Taphaa fi qoosaa™
Barnoota herreegaa waliin michuudhaan ture. Garuu guyyaa inni "gatii X" fi "gatii Y" na barbaachisuu jalqabe walitti buunee wal dhiifne!😋


Репост из: Taphaa fi qoosaa™
Muuxxannoo khiyya kan bara dheeraa isiniif qooduu ?
Yeroo barnoonni baname isin warri hin dubbifne akkas godhaa; yeroo qormaataa barataa cimaa qofa eeguun dirqamaa miti. Barataa baay'ee dadhabaa bira taa'i. San booda yeroo inni DHUGAA godhu ati immoo SOBA goota yeroo inni SOBA godhu immoo ati DHUGAA gootakhaa abbaa khiyya. Yeroo inni akkuma amala isaa 1/10 fidu ati immoo meeqa fidda jechuudha¿ 9/10 fiddakhaa bro!🤣🤣🤣


New drama hattuu killee,😂😂
Meeshiin vine tube




Репост из: Taphaa fi qoosaa™
Jaalallee baay'ee qabaachuun kee atiitu bareeda jachuu miti, obboleeytii tiyya!!

Meeshaa rakisha(gatii baay'ee nama hin gaafanne) nama hundaatu itti haajama jachuumaafii malee!!😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😘😜😜😜
Aaruun dhoorgaadha!!


Репост из: Taphaa fi qoosaa™
👰Waaniin harka keessaa qabu tana beekhi

🗣 mallattoo isii naaf himi

👰 isiin killee fakkaatti, adii dha, osoo hin hin bilchaatin dura dhangala'oodha, dhandhamaan killee fakkaatti, fooliiniis killee fakkaatti, isa dhumaa ammaas isii lukkuutu dhalaa naaf beekhi!

🗣 ahaaaaaa beekhe baqqaa! Salphaa dhaa bar!

👰 Hayyee maali inni?

🗣 Keekii dha gaa😳
😜😜😜😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😅🙊😅


Репост из: Taphaa fi qoosaa™
Qalbii akkaan hin qabne guyyaan aruuza namaa sandal kaayyadhee dhaqee boottii👢 kaayyadhee galeen bare😂😂😂😂😂😜😜😜😜😜😜

Показано 20 последних публикаций.

20

подписчиков
Статистика канала