/======°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°=====/
♤Guyya tokko rassuulli keenya( S A W ) Akkana jechuun jibriil gaafii gaafate
👉Yaa jibriil Ati ergaan an asirraa deeme dachii tanaratti gad ni buutaa ja'een
👉jibriilis ee yaa Muhammad niin bu'a ja'een
👉Ergamaan rabbii s a w akkana ja'een yaa jibriil maal godhuuf buuta ja'een
👉Jibriilis akkana ja'een yaa Muhammad ani si booda yeroo afurin dachii tana irratti bu'a
1》Yeroon dura bu'u walqixxummaa haqaa dalaguudhaan dachii tanarraa fuudha !
2》yeroo lammaffadhaa barakaan dachii tanarraa fuudhuf bu'a
3》yeroo sadaffaa qaanfii Shamarran irraa fuudhufin bu'a (subhanallah 😓 )
4》yeroo Afraffaadhaa Quraanaan fuudhuu bu'a jadheen.
♡Akkasitti sayyidinaa jibriil yeroo afran tanaan bu'a jadhee deebiseef.
@Miyaahabiibi