Репост из: ☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA
🌿☘🌿☘🌿☘🌿☘🌿☘🌿
Ajrii Bakka Namni nama bira hin jirretti du'aa'ii Namaaf kadhachuun qabu
☘🌿☘🌿☘🌿☘🌿☘🌿☘
قَال رَسُولَ اللَّهِ - ﷺ - : « مَا مِن عبْدٍ مُسْلِمٍ يَدعُو لأَخِيهِ بِظَهرِ الغَيْبِ إِلاَّ قَالَ المَلكُ ولَكَ بمِثْلٍ » . رَواه مُسلم .
Ergamaan Rabbii ﷺ Akkana jedhan:
«Namni muslima tahe tokko obboleessasaatiif bakka inni bira hin jirretti du'aa'ii kadhateefii hin hafu Malayikaan kanuma akka ati isaaf kadhatteetu siif jira jettuun malee
Muslimtu odeesse
Miseensa chaanaal keenyaa tahuu yoo barbaaddan link
Asii gadiikana tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@b_islaamummaa