📲📲📲📲📲📲📲📲📲📲📲📲📲📲📲📲📲📲📲📲Akkuma karaa keessaa namoonni hedduu na gaafachaa turtaniin Sim hojjetu bilbilatti yeroo galchinu maaliif hojjechuu dida kan jedhuuf furmaata qabannee dhiyaanneerra 👇👇
⚠️Jalqaba kan baruu qabnu Sim Card sun rakkoo network akka qabuu fi hin qabne dha
👇👇👇👇
❇️Sim tokko rakkoo network qaba jechuuf waantonni armaan gadii mul'achuu qabu👇👇
👉No Service
👉Emergency Call
👉Regisretion Failed
👉Invalid Sim ...
Warreen gubbaatti dheeraman rakkoowwan gad jiraniin ta'uu danda'a
👉Rakkoo IMEI NO
👉Antrna (Hardware Problem)
👉Rakkoo Network IC (Hardware Problem)Garuu yeroo baay'ee 90% kan ta'u rakkoo IMEI NO dha. Furmaatni jirus IMEI NO jijiiruu dha.
IMEI NO bilbila botanii(kan lakkoofsaa) fi Tech screen irratti garaagara dha.
Har'a garuu bilbila botanii qaburratti akkamiin akka jijjiiruu dandeenyun ilaala.
Kanas jijjiiruu kan dandeenyu code armaan gadii galchuuti dha.
*#0160# baay'inaan bilbila Techno irratti hojjeta
*#0161#
*#0162#
*#0066# baay'inaan bilbila Isim irratti hojjeta
*#0011# baay'inaan bilbila Smadel irratti hojjeta
*#346#
*#020*#
*#0120#
*#1120#
*#*#601*#*#
*#8378#1# bilbiloota bootanii hundarratti hojjeta
Jal qaba *#06# yeroo galchitan IMEI bilbila keessanii siniif fida fknf:-354688225789335 yeroo kun dhufu kana balleessitanii bakkasaa IMEI ofii keessanii digit 15 barreessitu
Original post by @Oro_hacker
❇️ Sim Card Hardware Problem yoo ta'emmoo kan armaan gadii fida
👉Insert Sim Card #sim_card_otuu qabuu
👉No Sim Card Present #sim_card_otuu qabuu
👉No Sim Card Interted #sim_card_otuu qabuu
👉Sim Card Regitortion Faild #sim_card_otuu qabuu
Original post by @Oro_hacker
👆👆Yoo waantota kana fide rakkoo bakka sim galuu ta'uu waan danda'uuf mana suphaa bilbilaa geessuun hojjechiisuun furmaata dha.
PLEASE #SHARE
@Oro_hacker