𝑰𝒔𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂𝒏 𝑻𝒖𝒏 𝑭𝒂𝒂𝒚𝒂𝒂
إِنَّ الدِّينَ عِندَ اللَّهِ الْإِسْلَامُ ۗ
Dhugumatti amantiin Rabbiin biratti [fudhatama qabu] Islaama qofa. [3:19]
Ar-Rum 30:30
فِطْرَتَ ٱللَّهِ ٱلَّتِى فَطَرَ ٱلنَّاسَ عَلَيْهَاۚ لَا تَبْدِيلَ لِخَلْقِ ٱللَّهِۚ ذَٰلِكَ ٱلدِّينُ ٱلْقَيِّمُ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَ ٱلنَّاسِ لَا يَعْلَمُونَ
Uumaa Rabbii ishee inni irratti nama uumes (qabadhaa) Uumaa Rabbii jijjiiruun hin jiru Santu amantii qajeelaadha Garuu irra hedduun namootaa hin beekanu.
عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ ـ رضى الله عنه ـ قَالَ قَالَ النَّبِيُّ صلى الله عليه وسلم “ كُلُّ مَوْلُودٍ يُولَدُ عَلى الْفِطْرَِِ , فَأَبَوَاهُ يُهَوِّدَانِهِ وْ يُمَجِّسَانِهِ
Abu Huraira (R.A.) akka odeessetti Nabiyyiin (صلى الله عليه وسلم) akkana jedhan: "Namni dhalatu hundi uumaa (Islaamummaa) irratti dhalata. Garuu maatiin isaa Yihudii ykn Kiristaana ykn Majuusaa (warreen abidda gabaru) isa godhu." Jedhani.
(Bokhaarii 23, Hadiisa 138)
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1068