☆ Wallagga Lixaa #Mana_sibuu Guyyaa har'aa jechuun Amajjii 31/ 2024 akka odeeffannoo argannetti fincilli diddaa ummataa ganamarraa itti fufee jiraachuu keessa beektotni himaa jiru.
Bakka hiriira kanaa fi suuraa akkasumas viidiyoo isaa akka nu qaqqabeen isin qaqqabsiisna.
Bakka hiriira kanaa fi suuraa akkasumas viidiyoo isaa akka nu qaqqabeen isin qaqqabsiisna.