Sololo media network ✅


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


Dhaabbata miidiyaalee hawaasaa hunda irratti afaan keenya gudisuun qooda keenya ha bahannu carraa arganneen lammii keenyaaf Sagalee ha taanu
@odeeffanno_bot
Oduuf odeeffannoo woktawaa sin biraan geenya guddina afaan oromoo irrattis ni hojjenna

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Репост из: Beeksisa keenya
Oduu gamachiisa namoota channel qabdan hundaaf!!
Promotion channaali oromootiif
namoonni creator channel taatan maraaf link channel keessan erguun galmaa'u dandeessu
@Rokkeeti

Akkuma beekamun oromiyaan akka biyya keenyaati hedduu balloodhas guddoodha taanaafu nuuti Afaan keyya kallatti hudan guudisu qabna odeeffannoo,barnoota fi bashanana fi k k f.. Dabarsuun kanaaf channalota Afaan keenyaaf iddoo haa laannu.

Akkasuma warren channel keessan galmeefatan channel. @beeksisa_keenya
kan join godhaati wan haraya asirati egadha
Galatooma.


Репост из: Sule Awal
Yaadannoon kun bara 2016 keessa guyyaa 3 osoo nyaata hin nyaatin kan waliin turreedha!
👇👇👇👇
Hiriyaakoo Artistiifii Miseensa WBO kanta'e #Jaalataa_Lammii badii tokko male wareegama Haceetiin walqabatee Jimmatti erga harka diinaatiin qabamee mana hidjaa turee booda amma Murtiin itti laatame.
Hidhaa waggaa tokkoofii(1) qarshii kuma tokkoo(1000) itti murtaahee jira.
Jaalataa lammii nama jireenya isaa guutuu Oromoof jiraataa jiruudha.
Garuu maalgodha biyya haqxi keessa hin jirre keessa waan jirruuf galanni qabsaahotaa murtii abbootii irreetiin mana hidhaa taa'uu ta'e.


Репост из: Beeksisa keenya
Channel Telegram fi group guddifachuu worri barbaaddan kunoo jalqabneerra

Kaffaltiifi tolaan kan hojjetamuudha worri tolaan galmooftanu
member keessan 2k ol ta,uu qaba

Inbox me @Sule_awal
Inbox me @sule_awal


MY CHANNEL @beeksisa_keenya
MY GROUP @beeksisa_keef_galmaaha

MEMBERS(500) Birr150
MEMBERS(1000)Birr 300
MEMBERS(2000)Birr 600
MEMBERS(4000)Birr 1200
MEMBERS(5000)Birr 1500

Channel keessan galmeeffachuuf link armaan gadii tuquun nu qunnamtu. 👇👇👇
#Admin👉 @Sule_Awal
Channalota keenyaa gurguddaa afaan oromootiin hojjetanu kana woliin hojjenna

🖤❤️🤍🖤❤️🤍
@Kuush_united

🖤❤️🤍🖤❤️🤍
@Yasin_Temam

🖤❤️🤍🖤❤️🤍
@jimmaa_post

🖤❤️🤍🖤❤️🤍
@sololo_media_network

🖤❤️🤍🖤❤️🤍
@Riqicha_Tokkommaa

🖤❤️🤍🖤❤️🤍
@TokkummaaOromo_cimsina

🖤❤️💭
@dhwalaloo

⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️
@AAAAAFEFUIMmBHEZxZgKDA #Gadaa_Tube

🖤❤️🤍🖤❤️🤍
#Gaaddisa_Keenya
https://t.me/joinchat/AAAAAFGgw-yw1B6iqFnqxw

⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️
@mubee_shariif

https://t.me/joinchat/RSAS9fx8gELfQqCE
@beeksisa_keenya
🖤❤️🤍🖤❤️🤍
https://t.me/Faaiz


Репост из: Yasin Temam
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Pirezdantin Amerikaa duraanii DONALD J TRUMP white house gad Lakkiisani bahaaniruu kan isaan bahaan daqiiqaa Muraasa dura video isaa Daawwadhaa by trump😁😁😁

@Yasin_Temam
@Yasin_Temam


#Jawween_Ha_Hiikami_Aangootti_Ha_Muudamu_Jedhaa_Bakka_Hundatti.

https://t.me/Sololo_media_network/177


Репост из: Dejene gutema
Jawar faa Jimaata beellama qabu. Abukaatoon isaanii Kadir Bulloo “Jawar faa haal duree tokko malee himanni dhaabatee hiikamuu qabu” jedhe. Ummatni Oromoo guutuunis akkas jechaa jira. Kanaafuu Jawar faa hatattamaan hiikamuu qabu!
https://t.me/Jimmaa_Post/299


Репост из: Tokkumaa oromo
Kabajamtoota maatiiwwan Tokkumma oromoo Jirtuu nagaa keessanii group tokkumma oromoo sagantaa marii torbanitti yeroo lama geggeefamu daqiiqaa muraasa qofatu nu hafe kottaa wol dubbisaa jirra jedhaa inaaftuu pp fi nafxanyaa garaa isii bobeessaka kottaa jaallanko qaalii woliin miidhagna worri Join hin godhinis join godhaa kottaa woliin marii,ana
👇
https://t.me/Riqicha_Tokkommaa


Репост из: Beeksisa keenya
Channel Telegram fi group guddifachuu worri barbaaddan kunoo jalqabneerra

Kaffaltiifi tolaan kan hojjetamuudha worri tolaan galmooftanu
member keessan 2k ol ta,uu qaba

Inbox me @Sule_awal
Inbox me @sule_awal


MY CHANNEL @beeksisa_keenya
MY GROUP @beeksisa_keef_galmaaha

MEMBERS(500) Birr150
MEMBERS(1000)Birr 300
MEMBERS(2000)Birr 600
MEMBERS(4000)Birr 1200
MEMBERS(5000)Birr 1500

Channel keessan galmeeffachuuf link armaan gadii tuquun nu qunnamtu. 👇👇👇
#Admin👉 @Sule_Awal
Channalota keenyaa gurguddaa afaan oromootiin hojjetanu kana woliin hojjenna

🖤❤️🤍🖤❤️🤍
@Kuush_united

🖤❤️🤍🖤❤️🤍
@Yasin_Temam

🖤❤️🤍🖤❤️🤍
@jimmaa_post

🖤❤️🤍🖤❤️🤍
@sololo_media_network

🖤❤️🤍🖤❤️🤍
@Riqicha_Tokkommaa

🖤❤️🤍🖤❤️🤍
@TokkummaaOromo_cimsina

🖤❤️💭
@dhwalaloo

⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️
@AAAAAFEFUIMmBHEZxZgKDA #Gadaa_Tube

🖤❤️🤍🖤❤️🤍
#Gaaddisa_Keenya
https://t.me/joinchat/AAAAAFGgw-yw1B6iqFnqxw

⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️
@mubee_shariif

https://t.me/joinchat/RSAS9fx8gELfQqCE
@beeksisa_keenya
🖤❤️🤍🖤❤️🤍
https://t.me/Faaiz




Репост из: Beeksisa keenya
Channel Telegram fi group guddifachuu worri barbaaddan kunoo jalqabneerra

Kaffaltiifi tolaan kan hojjetamuudha worri tolaan galmooftanu
member keessan 2k ol ta,uu qaba

Inbox me @Sule_awal
Inbox me @sule_awal


MY CHANNEL @beeksisa_keenya
MY GROUP @beeksisa_keef_galmaaha

MEMBERS(500) Birr150
MEMBERS(1000)Birr 300
MEMBERS(2000)Birr 600
MEMBERS(4000)Birr 1200
MEMBERS(5000)Birr 1500

Channel keessan galmeeffachuuf link armaan gadii tuquun nu qunnamtu. 👇👇👇
#Admin👉 @Sule_Awal


Репост из: Sule Awal
Waamicha kana hin dhageenye Akka hin jenne torban tokkoof isin waamaa turree jirra Marii dhimma oromummaa fii Tokkummaa oromoo irratti qeerroon bilisummaa Godhaa jiranu irratti akka Hirmaatan affeeramtaniitu Tokkoon Tokkoon keenyaan Riqicha Tokkummaa ta,uu qabna Akkuma beekamu gareen Tokkummaa oromoo torbanitti yeroo lama Marii dhimma oromummaa fii sihaasa diinagdee oromoo irratti mari,ata

@Riqicha_Tokkommaa

Add member godhuun nu jajabeessaa

@Riqicha_Tokkommaa

Join shere gochuun keessan nuhiif xinnoo miti jirbiin wolitti dabalamtee arba hiiti jedha lammiinko

@Riqicha_Tokkommaa

T.me/Riqicha_Tokkommaa


Репост из: Tokkumaa oromo
Hordoftoota Amantii kirstaanaa Hundi keessan Baga woggaa geessan Ayyaani cuuphaa Ayyaana Jaalalaafii gammachuun geggeefamu isinii ha ta,u
@Riqicha_Tokkommaa
@Riqicha_Tokkommaa
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲 #Join 🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲 #Shere 🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
Ayyaana cuuphaa sababeeffachuun gareen keenyas Sagantaa bashananaa tokko fudhatee dhihaataa jira guyyaa borii qophii addaatiin isiiniif dhufna Hiryaaf maatii keessan mara qophii ayyaanaa kanatti affeeraa
@Riqicha_Tokkommaa
@Riqicha_Tokkommaa


Репост из: Tokkumaa oromo
Kabajamtoota Ilmaan oromoo bakka garaagaraa jirtan kan biyya keessaafii kan ala jirtan Hundi Baga Gammaddan Sagantaa marii Tokkummaa oromoo jedhu Qeerroon oromoo Jalqabee Jira Maarree Isinis Qooda Fudhattoota Marii kanaa Ta,uuf kaallattumaan Group @Riqicha_Tokkommaa #join Godhaa Hiryootaafii Jaalleewwan keessan Bakka Garaagaraa Jiran Add member Godhaa Dirqama lammumaa bahadhaa


Kabajamtoota maatii garee Tokkummaa oromoo hirmaannaa keessan hin quufamne sanaaf garanumaan teessooko irraa ol ka,ee isin galatoomfachiin barbaada galanni keessan injifannoo saba keessaniiti Group kana yoo guddifnu oromoo bakka garaagaraa wolitti dhiheessuu qofa osoo hin taanee namoota kennaa addaa qabanu kan keessatti adda baafannee kennaa isaallee itti fayyadamnu waan ta,eef hiryoota keessan
@TokkummaaOromo_cimsina
@Riqicha_Tokkommaa
@Riqicha_Tokkommaa
@Riqicha_Tokkommaa
@Riqicha_Tokkommaa
@Riqicha_Tokkommaa
#Add_Member Godhaa Galatooma




Репост из: Kaanuu
Akkam jirtu qomooyyan koo?

Oromoon humna qabnu wallaallee hanga geenyu dagannee waan jirru natti fakkaata.

Dhiifama hanguma hubannaa kootii sadarkaa imaammatni Oromiyaa irra jiru irraa isinii qooduun hawwii qaba.

Oromiyaan biyya guddoo taatee gadi dhaabbachuu qofaatu ishee hafe yoon jedhe haqa lafarra jiruu fi kan firaa fi halagaan beekuudha.

Kanaaf ragaan gahaan impaayerri itoophiyaa cabuun gargaarsi biyyoota harma hoosisaa hoosisaa turan irraa harma gu'uun beelaa saaxilamuu isheeti.

Oromiyaan imaammata ishee sirna gadaa jalatti kan biyyoota gaanfa afirkaa fi biyyoota imaammata keenya hordofan (michoota Oromiyaa) hedduutu waliin dhaabbatee jira.

Garuu faallaa kanaa yeroo Oromoo sirna bade kan impaayera itoophiyaa maqaa nafxenyaa jedhu kenneefii abaaraa oolu dhageenya.

Oromiyaan qabsoo lammiilee iahee waliin gooteen injifattee jirti. Saboota ollaa ishee jiran waliinis biyya guddoo akka imaammata qabdu kan addunyaan hundi fudhateefii beekamtii kenneef tahuuf waan xiqqooptu ishee hafe.

Kanaaf guduunfaa qabsoo biyya hundeeffachuu olaagaa addunyaan nurraa eegdu guutuuf mootummaa nafxeenyaa fi sirna itoophiyaa fi PP (Abiyyi) fkkfn waan jedhamu maqaa dhahuu dhiisuun sirna gadaa Oromoo fi imaammata Oromiyaa qofa dhaadhessuu qabna jedheen dhaamsa koo isinii qooduun yaada koo goolaba. Kana yoo goone yeroo gabaa eessatti akka goolabnu mamii hin qabu.


Репост из: Sule Awal
Gaazexeessaa Siraaj Sabaa OMNtti dabalame. Yooyyaa jennaan! https://fb.watch/343QZWKYGy/

Shere godhaa jajabeessaa jechuudhumaafi
@kuush_United


Репост из: Tokkumaa oromo
Sagantaa marii tokkummaa oromoo biyyoolesaa garee tokkummaa oromoo biyyoolesaa jalatti aragamaa hirmaadhaa @Riqicha_Tokkommaa


Репост из: Tokkumaa oromo
Akkam jirtu maatiiwwan tokkummaa oromoo jiruun jireenyi dalagaan akkami garee kana keessa kan jirtanu hundi qaaliiwwanko hundi wollaahii onneerraan isin jaalladha bor cidhan qaba cidha koorraa yoo haftan isiniin komadha hadaraa bakka tokkitti isin arguun barbaada kottaa jirra jedhaa Diinota keenya ijji isii ha boohu akka hin hafne sa,aatii 8:00 irratti isinin eega.

Sabni gurmaaheefii sabni hidhate yoomuu injifataadha.

worri nutti hin makaminis si,adhaa kottaa bootaa qabadhaa😃

👇👇👇 @Riqicha_Tokkommaa




#OromiaDevelopmentAssociation

Barattoota Mana Barumsaa Bultii Addaa, Waldaa Misooma Oromiyaa dorgomanii galuu barbaadanif.

WMO barattoota qorumsaa bara 2012 kan sababa COVID-19'n dheerachuum bara 2013 qoramanii firii gaarii galmeessisaan wal dorgomsiisuun ni simataa.

Waldaa Misooma Oromiyaa barattoota haaraa dorgomanii bara 2013 mana barumsaa bultii addaa galuu barbaadaniif ulaagalee isaan guutuu qaban ifoomse.

Haaluma kanaan

1) Dhiiraaf qabxii giddugaleessa Avereejii %89 fi isaa ol barattoota galmeessisaan,

2) Dubaraaf qabxii giddugaleessa ykn Avereejii 87 fi isaa ol barattoota galmeessisaan akka ta'ee waldichii beeksiseera.

Galmeen barattoota dorgomuu barbaadani kan gaggeeffamuu Wajjira Barnoota Godinoota Oromiyaa fi Magaalaa Finfinneetti manneen barnootaa Afaan Oromoon barsiisaanitti akka ta'ee ibsameera.

https://t.me/kuush_United/2982

Показано 20 последних публикаций.

2 386

подписчиков
Статистика канала