Репост из: Seenaa Jaalalaa ❤️
Hardhas suman eegaa ,suman beekaa
Sagalee koo olkaaseen
Akkaa gaangee himimsaa
Bu,aa jaalala keetii
Gorora koo xuuxeen liqimsaa
Jaalala boojiaa yaadaf qalbii
Isatu namarraa fudhata
Kabajaa haqaaf dilbii👂
... Jedhee yoon eegaluu kan na kakaasee ammoo jaalala mataa isaatii . Namnii yoo jaalala ibsuu miira adda of irratti arguun hafuura ballaa baafataa .yoo hiriyaa isaatin gargar bahuu,ammoo kaan natti sii hin deebisn achumatti hafii jedhe abaara,kaan ammoo guyyaan ani walbare kaasee jireenyii koo boqonnaa hin qabu jedha ,kaan ammoo ani gaafan siin walbaru osoo du,a ko ta,ee jedha ,kaan amoo anii sii malee ija hin qabu ,jiraachuu hin danda,uu jedha .kana hundaa gaafa jaalataa fi jaalatamaan waliittii bu,aanii dha,ani ammoo akkas mitii ,jechoota amma dubbataman kana fayyadamuuf sammuu koo naa eeyyamuu caalaa,yoon yaadeyyuu ,galmee shororkeessaa jalatii waan galmeessuu nattii fakkaata ,sababni isaas ,oolmaa kee duraanii kabajaa atii naaf qabdu sammuu koo galmeeffate sana akka baatee waan jiruuf . Anii ergan siin adda bahee eegalee qofa koon jiraa qofuman jiraadhaas ,
Falaasama namoonnii ani si malee jiraachuu hin danda,uu jedhan sun anaaf sirrii mitii
Maalif yoo jettan ISA JAA LATAn san jaalachaa qofaa ofii jiraachuun ni danda,ama waan ta,eef .
Uuff nagaa sii gaafachuu sii gaafachuu hin dagannee akkam jirtaa jireenyii koo akkam ani fayyaa kootii .hardhas suman beekaa ,suman eegas.guyyaan qorumsa biyyoolessa dhihaate kanatti yaadaf yaaddoon koo qorumsa osoo hin taanee badii koo guyyaa badii sanatuu gurra koo irraa iyyuun na yaadesa . maalif garuu ,yoo dhiifamaa anaaf laatee,dhala namaa kan caaluu gooftaan iyyesuus kiristoosin warra isa waraani fannisan niffuu dhifama kadhatee ,atimmoo siif murtii ,anaaf abdii kan ta,ee siin barbaaduu qofaadha .jabaa ta,uun sirrii namaa taasisa jedhu chaayinonni anis jabaadhe hardha ga,eera guyyaa tokko tarii yoo dandeesse na bilbili akkan jireenya kotu deebi,uu .
Adaraa jaalalaa ,adaraa isa kan waliif umamnee ,waliinis guddannee dhadannoo jedhuun sanas yaadachaa ,dhifama keetiin na yaadadhuu iin jedha
Kan naf hafee dhaamsii koo ammas anii jaalalaa duraanii caalaaa kan ammatu caala ,homa sitti hin jijjiramuu ,kan siin jedhu kan sirraa eeggadhuus dhiifama kee qofa
Badiin koo hedduu ta,us jaalali koo sanumaa
Dhumarrattii walaloo kana dhaageeffadhuu 👂
Jaalala qulqulluu ❣️
Salphisee ilaaluu
Jaalan kee mi,aawaa
Maaliinuu madaalaa
Ani qaama kon sin jedhaa
Ofiittis deebii,een
Siin jiraachuu fedhaa
Arjummaa keetiin
Dhifaama naaf laadhuu
Jireenyaa qalbii gaarii
Ta,een akkan jiraadhuu
Atii qaama kootii
#Share
#share
#join
#seenaajaalalaa