DHIIROO DHUGUMAA !!!
EEE dhugaadha, Mee sirritti dubbisii, obboleeyyan keetiifis
SHARE, godhi.
Sahaaboonni guyyaa jum'aa tokko Kuxbaa nuuf haa godhu
ja'anii UMAR ibnu kaxxaab eegaa turan. Garuu umar yeroo
jum'aa dabarsee turee dhufee, minbararratti ol behee
akkana je'e " obboleeyyan, dhiifama naaf godhaa, xiqqo
isnirraa turee mii? Bar wannin tureef, shamiza kiyya kanin
ofirraa qabu kanaatu narratti baqaqeen hodhachuuf
ture !!!" je'ee kuxbaa itti fufe........
Umar miskiinummaa qabaateetii miti, duniyaa dantaa
dhabeeti malee !!
Dhiiroo umar kana ni beytaa? Eega abu bakriitii irra caalaan
ummata muhammad isaa bar !! Amiiral mu'uminiinii bar !
Addunyaa tana 1/3 isaatu bulchaa bar !!
Rabbiin umar ibnu kaxxaabirraa haa jaalatu, nutis iimaana
akka isaa nuuf haa kennu.
Mee qissaa kana yoo jaalatte, LIKE godhiitii umariif du'aaii
godhi, Akkasuma obboleeyyan keetiifis SHARE godhi!
Page tenyàs #zeew_tube_offecial like follow godhu dagatina