ABDII BORUU❤️✍

Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана

Channel kan irraa wanti argatani odeeffannoo babareedoo beekumsaa irraa argti

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций

t.me/muskempire_bot/game?startapp=hero1775855796
🔥Play with me, grow your startup.

💸 +5k coins as your first gift
💵 +25k coins if you have Telegram Premium

Репост из: 𝗚𝗔𝗔𝗗𝗗𝗜𝗦𝗔 𝗦𝗔𝗕𝗔𝗔
"Gaabbii fi eegeen boodarra dhufa"
Tokkummaan hojjadhu!

Carraan nama dabarraan deebitee bifa walfakkaatuun hin dhuftu. Yeroonis nama gattee fiigdi. Humnis yeroo hunda nuwaliin hin jiraatu. Dulumatu dhufa, haalatu geeddarama.

Ati ofii keetiif gatii ofiif kenni. Ni dandeessa. Tuullaa rakkoo "yaadanii yaada'uurra", tuullaa rakkoo keessa of baraaruuf akka dandeessu of amansiisi.
Yaadama "otuu ykn jedheen turee" keessa of bilisoomsi.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

Ergaa dabalataaf

@GAADDISA_SABAA1 join share ..

Репост из: Oromian Students
#AKKA_HIN_DAGATAMNE!

01/12/2016
#GALMEE_BARATTOOTA_KUTAA_9FFAA_M/B #BULTII_ADDAAFI #ADDAA Barachuu Barbaadan Hundaaf
-------------
Guyyaan Galmee :-
06 - 10/12/2016
Iddoo Galmee:-
- Waajjira Barnootaa Aanaalee hunda keessatti,
#Magaalota_Finfinneefi_Shaggaritti
- Waajjira Barnootaa Kutaalee magaalotaa keessatti waan gaggeeffamuuf galmaa'aa!

ULAAGAALEE GALMEE
-----------------
Ulaagaa Simannaa Barattoota Kutaa 9ffaa Manneen Barnoota Addaafi Bultii Addaa Bara 2017

1) Ulaagaalee Galmee
➢ Qormaata naannoo kutaa 8ffaatiin qabxiin giddugaleessaa (Average) dhiiraaf 85%fi isaa ol,
Shamarraniif 82%fi isaa ol kan qaban
➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi
isaa ol;
➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi
8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen
qaban.
Naannoo Horsiisee Bulaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- % 82 Dub- %80
➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi
isaa ol;
➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi
8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban
Qaama Miidhamtootaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- %82 Dub- %80
➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi
isaa ol;
➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi
8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban.
Umrii yeroo kutaa 9ffaa seenu waggaa 16 kan hin caalle

2) Guyyaa Galmeefi Bakki Galmeen Itti Geggeeffamu:
Guyyaa Galmee: Hagayya 06 hanga 10/2016 ta' a
Iddoo Galmee: Wajjira Barnoota Aanaaleefi Bul/Magaalotaa Oromiyaa hundaafi Waajjira Barnoota
Kutaalee Magaalaa Shaggariifi Finfinnee keessatti ta'ee qormaanni barreeffamaa jiddugala 24 irratti kan
kennamu ta’ee iddoon isaa Godinaaleefi Magaalotaaf keessaan kan beeksisnu ta'a.

#Gosni_barnootaa_qormaatni_barreeffamaan_kennamu;
1-#Herrega
2-#Afaan_Oromoo
3-#Afaan_Ingilizii
4-#Keemistirii
5-#Fiiziksii
6-#Baayoolojii

#Guyyaa_Qormaataa- Hagayya 24/2016
Waraqaa eenyummaa isaan ibsu qabachuun bufata qormaataatti argamuu qabu

#Qabxii ittiin darbamu
➢ 80% Qabxii qormaata barreeffamaa
➢ 15% qabxii ministrii
➢ 5% qabxi Transkriiptii

#Iddoo ramaddii: Barattootni Qabxii darbinsaa fiduun darban Manneen barnootaa bultii addaa BBOfi
WMOn ramadutti barachuuf qophii kan qabu/du ta’ee kanneen hafan qabxii darbinsaa Biiroon murteessee
beeksisuun MBA Yunivarsiitii, Godinaaleefi Magaalotaan bulaniifi isaanitti dhiyoo ta’anitti galmaa’uun
barachuu kan danda’an ta’uu ni hubachiifna.

Репост из: WALIIF TV MEDIA
Ministeerri Daldalaa tarkaanfii seeraa fi gabaa tasgabbeessuu fudhachaa jiraachuu ibse

Itoophiyaatti riiformiin diinagdee hojiirra ooluu hordofee gochaalee seeraan ala raawwatamaniin walqabatee hanqina oomisha akka hin uumamne tarkaanfii gabaa tasgabbeessuu fudhatamaa akka jiru Ministeerri Daldala fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.

Haaluma kanaan torban kana eegalee Zayiitii nyaataa liitirri miiliyoona 14 sadarkaa biyyaalessaatti raabsamuuf ta'uu ministeerichi ibseera.

Ministirri Ministeerichaa Kaasaahuun Gofeen, buufata gumurukaa Adaamaatti konkolaattotaa meeshaalee bu'uuraa fe'anii dhaabbata 700 ol adeemsa seeraa gumurukaa xumuruuf ibsan.

Gama biraatin, daldaltoota fi dhaabbilee daldalaa “hojii seeraan alaarratti bobbahan” irratti tarkaanfiin fudhachuu ibsaniiru.

Hanga ammaatti:-
-Dhaabbileen daldalaa 2202 kan saamsamaniiru.
-Dhaabbileen 6 eeyyamni daldalaa isaanii haqameera.
-Daldaltoota “hojii seeraan ala irratti bobbahan” 87 hidhaan adabamaniiru.

#Link_FB_follow

https://www.facebook.com/empirestateatoman?mibextid=AQBXeECoIFSgMqhe

Telegram channel
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+oPeCGZZEhfswOTJk

Telegram channel
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+o0PnBe-ZvZQ2MTE0

Репост из: BBC News Afaan Oromoo
Nama ani obboleessa quxisuu Kantiibaa Magaalaa Finfinneefi abbaa seeraa mana murtii olaanaati jechuun namootarraa birrii 900,000 ol waliin dhahuun shakkame to’atee qorataa akka jiru poolisiin beeksise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WfDyvCX

Репост из: Walaloo Raayyaa A/Maccaa
BEEKSISA_WAAMICHA_GALMEE_BARATTOOTAA

Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Qormaata naannoo kutaa 8ffaa Bara 2016 fudhatanii qabxii ol'aanaa fidanii gara kutaa 9ffaatti darban qormaata seensaa keennee Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaafi Manneen Barnootaa Addaa Sad.2ffaatti barsiisuuf beeksisa ulaagaa galmee baasee jira.

Haaluma Kanaan;
Ulaagaa Simannaa Barattoota Kutaa 9ffaa Manneen Barnoota Addaafi Bultii Addaa Bara 2017

Ulaagaalee_Galmee:

Qormaata naannoo kutaa 8ffaatiin qabxiin giddugaleessaa (Average) dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 82%fi isaa ol kan qaban

Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol;
Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan _Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen qaban.

Naannoo_Horsiisee_Bulaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- % 82 Dub- %80
Tiraaniskiriiptii_kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol;
Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingiliziifi_Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban.

Qaama_Miidhamtootaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- %82 Dub- %80
➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol Shamarraniif 75%fi isaa ol;
➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban.

Umrii yeroo kutaa 9ffaa seenu waggaa 16 kan hin caalle.
Guyyaa_Galmee: Hagayya 06 hanga 10/2016 ta' a
Iddoo_Galmee: Naannoo Oromiyaatti Wajjira Barnoota Aanaaleefi Bul/Magaalotaa hunda keessatti, akkasumas Waajjira Barnootaa
Kutaalee Magaalaa Shaggariifi Finfinnee keessatti  galmeen ni gaggeeffama.

Qormaatni seensaa Hagayya 24/2016  barreeffamaan jiddu gala (buufata) 24 keessatti kennama
qormaanni barreeffamaa jiddugala 24 irratti kan
kennamu ta’ee iddoon isaa Godinaaleefi Magaalotaaf keessaan kan beeksisnu ta'a.

Guyyaa Qormaataa- Hagayya 24/2016
Barataa_Qormaata_Darbe_Iddoo_Ramaddii: Barattootni Qabxii darbinsaa fiduun darban Manneen barnootaa bultii addaa BBOfi  WMOn ramadutti barachuuf qophii kan qabu/du ta’ee kanneen hafan qabxii darbinsaa Biiroon murteessee
beeksisuun MBA Yunivarsiitii, Godinaaleefi Magaalotaan bulaniifi isaanitti dhiyoo ta’anitti galmaa’uun
barachuu kan danda’an ta’uu ni hubachiisna.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

t.me/muskempire_bot/game?startapp=hero1775855796
🔥Play with me, grow your startup.

💸 +5k coins as your first gift
💵 +25k coins if you have Telegram Premium

t.me/muskempire_bot/game?startapp=hero1775855796
🔥Play with me, grow your startup.

💸 +5k coins as your first gift
💵 +25k coins if you have Telegram Premium

Breaking News 🔹️

Guyyaan Qormaanni kutaa12ffaa itti ifoomu beekameera

Ministeerrii barnootaa ibsa Guyyaa Har'aa baase keessatti Qormaata kutaa 12ffaa waligalattii yoom akka ifoomu ibseera........... #Link_ follow

https://www.facebook.com/empirestateatoman?mibextid=AQBXeECoIFSgMqhe

Репост из: Etv Afaan Oromoo
Godinni Gujii carraa misoomaa guddaa kan qabu ta'uu Pirezidaantiin MNO obbo Shimallis Abdiisaa himan
*

Jilli pirezidaantii MNO obbo Shimallis Abdiisaan durfame godina Gujiitti hojiilee misoomaa gara garaa daawwate.

Godinichatti qonna Arfaasaan lafa hektaara kuma 100 fi kuma 60 boqqoolloon misoomaa jiru keessaa hektaarri kuma 72 ol kilaastaraan kan misoome ta'uun himameera.

Hogganaan Biiroo Qonna Oromiyaa obbo Geetuu Gammachuu naannoo Oromiyaatti qonna Arfaasaan lafa misoome keessaa lafti hektaarri miliyoona 1.5 boqqoolloo kan facaafame ta'uu himan.

Qonna gannaan ammoo lafti hektaarri miliyoona 1.8 boqqoolloo facaafamuu dubbatan.

Pirezidaantiin MNO obbo Shimallis Abdiisaa gama isaaniin, godinichatti hojiin misoomaa hojjatamaa jiru jajjabeessaa ta'uu himan.

Misooma godinichaa caalaatti mirkaneessuuf bunaa fi boqqoolloon dabalatatti midhaan dibataa, misooma dammaa, mi'eessituuwwanii fi albuuda irratti xiyyeeffatamuu akka qabu hubachiisaniru.

Awwal Huseen

Репост из: 𝗚𝗔𝗔𝗗𝗗𝗜𝗦𝗔 𝗦𝗔𝗕𝗔𝗔
#OromiaBank

Baankii Oromiyaa gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa ifoomseera.

Guyyaa har'aa Adoolessa 27, 2016 gatii doolara tokko birrii 90 fi saantima 6060 bitaa birrii 102 fi Saantima 3848 gurguraa akka jiru ibseera.

Sharafa alaa kanneen biroo suuraa irraa ilaalu dandeettu.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

Ergaa dabalataaf @GAADDISA_SABAA1 join share godhaa

Репост из: 𝗚𝗔𝗔𝗗𝗗𝗜𝗦𝗔 𝗦𝗔𝗕𝗔𝗔
Gurgurtaan Doolaara Birrii 100 caale.

Baankii Daldala Itoophiyaa sharafaa alaa guyyaa boruu ifoomse. Haaluma kanaanis

- Dollar: Buy at 95.6931 Birr | Sell at 101.4347 Birr
- Pound Sterling: Buy at 116.6881 Birr | Sell at 123.6894 Birr
- Euro: Buy at 104.4107 Birr | Sell at 110.6754 Birr
- UAE Dirham: Buy at 23.3201 Birr | Sell at 24.7194 Birr

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

Ergaa dabalataaf @GAADDISA_SABAA1 join share godhaa

Репост из: 𝗚𝗔𝗗𝗔𝗔 BARNOOTAA 🔆BOOK🔆
Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi kutaa 8ffaa bara 2016 beekame.
--------
BBO- Adoolessa 25/2016 Qabxiin qormaata barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2016 har'a ibsameera.

Bara Barnootaa 2016 Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Keessatti Barattootni Kutaa 6ffaa qormaata naannoo #fudhatan dhi 255,145
dub 248,581
walitti 503,726
#kan_darban_immoo,
kutaa 6ffaa
dhi 207,141
(81.18%)
dub 201,335
(80.99%)
walitti 408,476
(81.6 %)
gara kutaa 7ffaatti darbaiiru.

Kutaa 8ffaan immoo,
#Kan_qoraman;
dhi 266,238 , dub 273,636
walitti 539,874
#Qormaata kan darban immoo,
dhi 203,520 (%76.44)
dub 191,173 (69.86%)
walitti 394,693 (%73.11) gara kutaa 9ffaatti darbaniiru.

Kutaa 6ffaafi 8ffaa - adeemsa qabxii itti ilaallachuu danda'an
-----------------
Barattootni qabxii isaanii karaa Kompitara ykn bilbila isaanii irraa 'Link' asii gaditti kenname keessa galuun fuula 'Home Result' jedhu argattu.
Fuula kanarratti bakka lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun dhumarratti 'check result' kan jedhu tuquun qabxii keessan beekuu ni dandeessu.

Kutaa 6ffaaf
--------- https://oromia6.ministry.et/#result

Dabalataanis; telegraamii irratti . @emacs_ministry_result_qmt_bot

- 'start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa .
- itti aansuun Naannoo keessan filaa,
- itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu.

Kutaa 8ffaaf
---------
Liinkiin asii gaditti kenname kan qabxii kutaa 8ffaa ittiin ilaalludha.
https://oromia.ministry.et/#result
Dabalataan, Telegraamii irratti @emacs_ministry_result_qmt_bot

- start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa .
- itti aansuun Naannoo keessan filaa,

- itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu.

#Komii_yoo_qabaattan:

Barataan Komii Qabu Yoo Jiraate; Liinkii asii gaditti kenname keessa galuun komiisaa dhiheeffachuu ni danda'a.
Komiinis kan dhihaatu danda'u har'a irraa eegalee #guyyoota_hojii 10 keessatti qofa ta'a.

Kutaa 6ffaaf https://oromia6.ministry.et/#/complaint
yoo ta'u,

Kutaa 8ffaaf immoo https://oromia.ministry.et/#/complaint
fuula 'form' irratti gosa barnootaa komii irratti dhiheeffattan filachuun iyyannoo dhiheeffachuu ni dandeessu.

🎯 Hubachiisa: Dursitanii App. VPA cufuu qabdu.

Qabxii darbiinsaa
-------------
Kutaa 8ffaa
#Dhiiraafi dubartii 50%fi ol yoo ta'u,
#Naannawa horsiisee bulaatiif
dhiiraaf 48% , dubartiif 45%fi ol
# Qaama miidhamtootaaf immoo,
dhiiraaf 45% , dubartiif 42 % fi ol ta'ee murtaa'eera.

#Qabxii_Manneen_Barnootaa_Bultii_Addaa_Galchanis_fuuldura_isin_beeksifna!

@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1

Naannoo Oromiyaatti qabxiin qormaata Kutaa 6ffaafi kutaa 8ffaa bara 2016 ifoome
-
Naannoo Oromiyaatti Qabxiin qormaata barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2016 har'a ifoomeera.

Barattootni kutaa 8ffaa fi 6ffaa qabxii isaanii karaa Kompitara ykn bilbila isaanii irraa 'Link' asii gaditti kenname keessa galuun fuula 'Home Result' jedhu argattu.
Fuula kanarratti bakka lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun dhumarratti 'check result' kan jedhu tuquun qabxii keessan beekuu ni dandeessu.
Kutaa 6ffaaf
https://oromia6.ministry.et/#result
Dabalataanis; telegraamii irratti . @emacs_ministry_result_qmt_bot
- 'start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa .
- itti aansuun Naannoo keessan filaa,
- itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu.

Kutaa 8ffaaf
Liinkiin asii gaditti kenname kan qabxii kutaa 8ffaa ittiin ilaalludha.
https://oromia.ministry.et/#result
Dabalataan, Telegraamii irratti @emacs_ministry_result_qmt_bot
- start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa .
- itti aansuun Naannoo keessan filaa,
- itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu.
#Komii_yoo_qabaattan:
Barataan Komii Qabu Yoo Jiraate; Liinkii asii gaditti kenname keessa galuun komiisaa dhiheeffachuu ni danda'a.
Komiinis kan dhihaatu danda'u har'a irraa eegalee #guyyoota_hojii 10 keessatti qofa ta'a.
Kutaa 6ffaaf https://oromia6.ministry.et/#/complaint
yoo ta'u,
Kutaa 8ffaaf immoo https://oromia.ministry.et/#/complaint
fuula 'form' irratti gosa barnootaa komii irratti dhiheeffattan filachuun iyyannoo dhiheeffachuu ni dandeessu.
Hubachiisa: Dursitanii App. VPA cufuu qabdu.

Qabxii darbiinsaa
Kutaa 8ffaa
#Dhiiraafi dubartii 50%fi ol yoo ta'u,
#Naannawa horsiisee bulaatiif
dhiiraaf 48% , dubartiif 45%fi ol
# Qaama miidhamtootaaf immoo,
dhiiraaf 45% , dubartiif 42 % fi ol ta'ee murtaa'eera.

Qabxii Manneen Barnootaa Bultii Addaa Galchanis fuulduratti kan ibsamu ta'a.
https://t.me/Oromiyaa_Education_Biiroo
https://t.me/Oromiyaa_Education_Biiroo

Показано 20 последних публикаций.

256

подписчиков
Статистика канала