❓🇺🇸
DV Ameerikaa⚠️
Akka gaaffii isinitti hin uumneetti jalqabaa hanga dhumaatti dubbisaa!➡️
DV maalidha? Maal fayyada? ✅DV'n hiiknisaa "DIVERSITY VISA" yoo ta'u carraa VISA biyya Ameerikaa bilisaan ittiin argamudha. Carraan kun akka addunyaatti waggaa waggaan nama kuma 55'f kan kennamu yoo ta'u, akka biyya Itiyoophiyaatti namoonni 3000-5000 ta'an carraa kana ni argatu.
➡️
Ulaagaa akkamii gaafata? ✅Sadarkaa Barnoota qofa gaafata. Highschool, Vocational(Level), Diploma, Degree, Masters, PhD & Etc. Yoo xiqqaate barnoota sadarkaa 2ffaa nama baratee xumure qofatu guutuu danda'a. Maatrikii kutaa 10 durii namni fudhatee jiru guutuu ni danda'a. Amma immoo nama qormaata kutaa 12ffaa fudhatee jirutu fudhatama qaba. Dabalataan namni kutaa 12 barachaa jirus guutuu ni danda'a. Garuu qormaata kutaa 12 kan baranaa osoo hin fudhatin yoo hafe ulaagaa hin guutu
➡️
Umrii ni daangessaa? ✅Hin daangessu!
➡️
Passport ni barbaachisaa? ✅Hin barbaachisu!
➡️
Dokumantii barnootaa dhiyeessuu ni barbaachisaa? ✔️Ammaaf hin barbaachisu! Nama abbaa carraa ta'e qofatu process gochuuf dokumentii dhiyeessuun dirqama itti ta'a
➡️
Suuraa akkamii barbaachisa? ✅Suuraa qomaa olii(gurdii) qulqullina gahaa kan qabu. Waa'ee suuraa ilaalchisee addatti ibsa bal'aa isiniifan kenna
➡️
Online moo qaamaan guutama? ✔️Online, asuma telegram irraan guutama
➡️
Si'a 2 guutuun ni hayyamamaa? ✅Hin hayyamamu, si'a 2 yoo guunne carraan nuuf bahellee nu jalaa haqamuu danda'a!
➡️
Yoom guutamuu eegala? ✔️Ara galgalla irraa eegalee , nutimmoo form fi suuraa bor galgala irraa eegallee isiniif qindeessuu ni eegalla
@Qiddus100@Qiddus100