Dua"ii rasulli (saw)..ganamaa fi galgalaas hin lakkifne..!!
Du"ain tun dua"ii guddodha lubbuu namaa ,warra fi ilmaan tiysuu kessatti ta muslimni oggaa aduun baatu fi oggaa aduun seentuus irratti tiyfachuu qabuudha..!!
Abdallaah binu umar ka akkana ja"u tahe...:
❍ عن عبدالله بن عمر رضي الله عنه قال:
لم يكن رسول الله صلى الله عليه وسلم يدع هؤلاء الدعوات حين يمسـي وحين يصبــح فـي
اللهــم إني أسألك العفــو و العافيــة فـي الدنيــا و الآخرة
اللهم إني أسألك العفــو و العافيــة فـي دينـي وأهلي ومالي
اللهم استر عوراتي وامن روعاتي واحفظني من بين يدي ومن خلفي وعن يميني وعن شمالي ومن فوقي وأعوذ بك أن أغتال من تحتي .
الألباني في صحيح ابن ماجه ٣١٣٥
" rasulli (saw) ka dua"ii tana yeroo galgaleeyfatuu fi yeroo ganamfatuus lakkisuu hin taane...:
Allahumma inni Asalukal afwa wal aafiyata fi duniyaa wal Aakira, Allahumma inni Asalukal afwa wal Aafiyata fi diinii wa Ahlii wa maalii, Allahumma stur Awraatii,wa Ammin raw"aati,
Wahfaznii min beeyni yadayya,
Wa min khalfii wa an yamiinii wa an shimaalii,wa min fowqii,
Wa auzu bika an ukhtaala min tahtii.."
❍ ulama"onninii fi saalihoonii dua"ii tana ja"aniiti faanta dua"ii tana lubbuu saaniiti fi warra saani, horii saanii kessatti arkan...!!
Namni dua"ii tana jachuun salaata subhii booda fi salaata maghriiba duratti dabarteen yeruma yaadate kessatti haa ja"u ..yeroon zikrii kessatti jannu bal"oodha alhamdulillah.!!
@alfannn