⏳?Ⓐⓣⓝⓐⓕ ♈'s page:


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


My personal page

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Репост из: NEAEA (Afaan Oromoo)
Barattoota keenya kutaa 8ffa 10ffaa fi kutaa 12ffa qoramtan hundaaf Gorsaafii Eebban isiniifan qaba
GORSA
- Akka akka amantaa keessanitti Waaqa
kadhadhaa qormaaticha jalqabaa
- Ajajoota waraqaa qormaataa sanarra jiran
of eeggannoodhaan dubbisaa
- Gaaffilee hunda qalbiidhaan irra deebi'aa
dubbisaa
- Filannoowwan jiranis hanga dhumaatti
dubbisaa. Utuu filannoo jiran A - D tti hin
dubbisiin gaaffii sana hin deebisiinaa
- Gaaffilee deebiinsaanii wallaaltanii yookiin
shakkitanii irra dabartan booda deebitanii
guutuu hin dagatiinaa
- Yeroo keessanitti haalaan fayyadamaa. Yoo
daftanii fixxanillee irra deebi'aa ilaalaa
malee baatanii deemuuf hin ariifatiinaa!
~
2. EEBBA
Callaafi calleensa galfadhaa
Addaafi addunyaa argadhaa
Abidda tulluurraa ta'aa
Bakka karoorfattan ga'aa
Hamaafi hammeenya hin qabiinaa
Deebii yaaddan hin dhabiinaa
Qabxii tuulaa gumbii goobsaa
Oromoofi Oromiyaa boonsaa!
Dhadhaa ejersaan haa dibamu qubni keessan
Akka warqeetti haa miidhagu dhumni
keessan!
~
Haala mijataa hin taane keessatti nu
boonsitanii argineerra! Ammas sana caalaatti
sin abdanna! Jajjabaadhaa ijoollee keenyaa!
@sool_dave
@NEAEA_AfanOromo
@NEAEA_AfanOromo
@NEAEA_AfanOromo


Oduu gammachiisa barattoota kutaa 10f qormaani matrici hatamee ba'ee jira gosa barnootaa barbaaddan tuquun waan inni sinii fide irratti join kan jettu tuquun deebii isaa guutimmatti argachuu dandeessu caarraa gaarii!


Репост из: NEAEA (Afaan Oromoo)
Guyyaan qorumsi biyyoolessa
Kutaa 10ffaa waxabajjii 3,4,5 akkasuma
Kan kutaa 12ffaa Waxabajjii 6,7,10,11
Kan kutaa 8ffaa Waxabajjii 12, 13, 14 ta'uun beekameera kanuma irra ka'uun Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa "barattoonni keenya yeroodhan qormaataaf of qopheessuu akka qabaniifi sodaa keessa akka hin seenne dhaaman"
Nutis carra kanatti fayyadamuun baratoota keenya hundaaf caarraa gaarii hawwina
Channel keenya join gochuun odeeffannoo qormaataa argadhaa
@NEAEA_AfanOromo
@NEAEA_AfanOromo
@NEAEA_AfanOromo


Репост из: Oromoo ICT
NEAEA (Afaan Oromoo)
NEAEA (Biiroo barnootaa federaalaa) information'wwan qormaataan biyyoolessaan wal qabatan qulqullinaan isin biraan geenya nu hordofaa
Join godhaa yaadaf gaaffiiyoo qabatan
Karaa @sool_dave nun ga'aa
https://telegram.me/NEAEA_AfanOromo


Репост из: NEAEA (Afaan Oromoo)
Channel bareedaa Oromoo link armaan gadii tuquun itti dabalami
https://t.me/joinchat/AAAAAE9WQc7i6gh2mZ3h0g




Репост из: Jaalala dhugaa!
Jaalala dhugaa!
Channel keenya qophiilee jaalala irratti hundaa'an kanneen akka Asoosamaa, Walaloo, Danbalii Jaalalaa, Xalayaa Jaalalaa fi kkf of keessa qaba
@jaalala_dhuga
Namoonni xalayaa jaalalaa qillensa irra akka siniif oolan barbaaddan @jaalala_dhugaa_bot quunnamaa
https://telegram.me/Jaalala_dhuga




Репост из: Top Kîñg
3G-4G network.apk
253.3Кб
Fayyadamtoonni internet biyya keessaa baga gammaddan baga gammanne!
Kana dura ixoophiya bakkee garagaraa keessatti yeroo connection fayyadamnu rakkoo network irraa kaanee bilbila keenya lafatti rukutuuf kaana amma garuu sun darbeera!
Warreen bilbilli keessan Huawie,sumsing, tekno , apple I phone, fi kanneen kana fakkaatan maraaf furmaanni argameera
Innis 3G irraa gara 4G tti jijiiruudha jijiiruuf qajeelcha armaan gadii hordofaa!
1:- app armaan olii bufadhaa (download) godhadhaa
2:- app buufattan open (banaa)
3:- warreen simi lama fayyadamtan simi isa ittiin fayyadamtan filadhaa gad tuqaa
4:- yeroo sana barreeffamni isiniif dhufu jira osoo yeroo itti hin kenniin lakkoofsa #tokko (1) barreessun send godhaa
5:- yoo hojiin keessan milkaa'e message tele biraa isiniif dhufa
NB::qajeelfama armaan olii osoo hin dogogoriin raawwadhaa
Group keessa jirtan maratti share godhaa
Yoo isin dide keessan na quunnamaa!!
Galatoomaa




Jirtuu Ijoollee oromoo an artist Haacaaluu Hundeessaa'ti aartii oromoo gama weelluun Akkuma Guddisaa jirru gama 'social media'ttis dhufneerra (link) barrefama halluu adda ta'een Artist Hacaaluu Hundessa jettu tuquun channel sinii dhufe join godhaa nu hordofa horaa bulaa deebanaa
Artist Hacaaluu Hundessa
Artist Hacaaluu Hundessa
Artist Hacaaluu Hundessa



















Показано 20 последних публикаций.

103

подписчиков
Статистика канала