⃣barannoo 19ƒƒαα.
Barannoo keenya har'aatiin:
°Akkaataa barreefama gabaabaa stickeritti jijjirrattaniidha.
Sticker suuraa sana hojjachuuf yeroo isinirraa fudhata garuu namni isa hojjetatuu barbaadus yoo jiraate bot kana @Stickers fayyadamatani hojjechuu dandeessu
√ @big_text_bot Garuu kan nuti isinii fidne kun haalaan salphaadhaa garuu barreeffama kan inni stickeritti isinii jijjiiru, fayyadamuudhaaf wanta( inline mode ) jedhamuutu jira kana jechuun bootiwwan tokko tokko yoo fayyadamtan jalqaba @username isaa akka waan chat erguufi heddaniitti barreessitu booda osoo send hin goone akkuma jecha addaan baasuuf fayyadamtanitti yeroo tokko irraa siiqsitu booda barruu stickeritti jijjiiruu heddan sana barreessitu hanga inni isinii jijjiiruu eegdu ergasii stickricha gadi qabdu jijjirame jechuudha.
💻 Yaadaafi gaafiif: @barannoobot