Репост из: Mujahid Habo
#XIIFOO_XIIFOO
~~~~~~~
Irraa deebi'een jedhaa
Baga ittin ga'e
Ituu dhiphaata deemtu
kaayyoon kee siif milkaa'e
Baguma milkooftee
Dhugabaas Badiruu
osoo dhiibbaan meeqa
keessooke injiruu
Rabbiin sigargaarraan
hardha keessa baate
Jaalako Dhugabaas
baguma milkooftee
Dhugabaas Badiruu
Goota walaleessaa
Jechoota jajjabaan
walaloo barreessa
jechoota Filatee
yeroo waa barreessu
namni akkasaa kamuu
Danda'ee hin barreessuu
''XIIFOO'' Keenyaa dhaamsuuf
Guboon Ol utaalee
Galaana Cuqqaalus
Roobnis wal ijaaree
Dukkana Limixii
Kurreentin hin jirree
Xiifoo nurkaa dhaamsuuf
Isaanis hin illee
Nutis xiiqefatnnee
hin dhaamsinee Xiifoo
Qurcii Sodaaf miti
duruu qabna Ciigoo
jedhee walaleessee
jechoota gaggaarii
Gurbaa XIIFO Kana
Yaa Rabbii gargaarii
Abdii kutuu dhiisee
ciniinfata as ga'ee
baayyeen siif gammade
baga kanaan siga'ee
baga kanaan siga'ee
Galanni isaa aga'u
Eebbaa isaatinis
Rabbin nuun haga'u
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@legna_gram
@mujehabo
@jifartvh
@bashasha join godhaa🌹
~~~~~~~
Irraa deebi'een jedhaa
Baga ittin ga'e
Ituu dhiphaata deemtu
kaayyoon kee siif milkaa'e
Baguma milkooftee
Dhugabaas Badiruu
osoo dhiibbaan meeqa
keessooke injiruu
Rabbiin sigargaarraan
hardha keessa baate
Jaalako Dhugabaas
baguma milkooftee
Dhugabaas Badiruu
Goota walaleessaa
Jechoota jajjabaan
walaloo barreessa
jechoota Filatee
yeroo waa barreessu
namni akkasaa kamuu
Danda'ee hin barreessuu
''XIIFOO'' Keenyaa dhaamsuuf
Guboon Ol utaalee
Galaana Cuqqaalus
Roobnis wal ijaaree
Dukkana Limixii
Kurreentin hin jirree
Xiifoo nurkaa dhaamsuuf
Isaanis hin illee
Nutis xiiqefatnnee
hin dhaamsinee Xiifoo
Qurcii Sodaaf miti
duruu qabna Ciigoo
jedhee walaleessee
jechoota gaggaarii
Gurbaa XIIFO Kana
Yaa Rabbii gargaarii
Abdii kutuu dhiisee
ciniinfata as ga'ee
baayyeen siif gammade
baga kanaan siga'ee
baga kanaan siga'ee
Galanni isaa aga'u
Eebbaa isaatinis
Rabbin nuun haga'u
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@legna_gram
@mujehabo
@jifartvh
@bashasha join godhaa🌹