BBC CORENA VIRES


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


All About Corona Virus
Department of COVID-19

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Magaalaan Chaayinaa biroos saree fi adurree nyaachuu dhorkite
**
Chaayinaatti magaalaan lammaffaa weerara koroonaavaayiras booda foon saree fi adurree nyaachuu dhorkite.
Magaalaan Zhuuhaayi jedhamtu magaalaa jalqaba dhorkite Shenzen hordofuun dhorkaa kana keesse.
Dhorkaan magaalonni kunniin kaa'aniis Caamsaa 1 irraa eegalee hojiirra oola.
Murtoon kuni rogeeyyii mirga bineeldotaaf falman, weerara kanaan walqabatee foon saree fi adurree nyaachuun Chaayinaatti ni dhorkama jedhanii abdataniin guddoo jajameera. T.me/bbc_corena


Itoophiyaatti namoonni 7 haaraa Covid-19n qabaman argaman
*
Itoophiyaatti sa'aa 24 dabran keessa namoonni 401 vaayirasichaaf qoratamanii namoota torba irratti covid-19 argamuu Ministirri Fayyaa Dr. Liyaa Taaddasaa beeksisan.
Kanaanis lakkoofsi namoota waliigalaa gara 92tti ol guddateera.
Namoonni jahan kan biyya alaarraa deebiyan oggaa tahu, iddoo turmaataa keessa kan turanidha jedhameera.
Tokko ammoo gara biyya alaa kan hin imalledha.
Itoophiyaan haga ammaa namoota 5389 koroonaavaayirasiif kan qoratte wayita tahu, namoonni 15 vaayirasicharraa bayyanataniiru.
Kanneen sadi ammoo lubbuun darbeera. T.me/bbc_corena


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
📹Akkamiin sirnaan maaskii kaawwatu?

▶️ 3.2 MB @bashashaa

👉 @bbc_corena






Biriiteenitti maanguddoon ganna 99 hojii deeggarsa walitti qabuun hojjettoota fayyaa biyyittii deeggaraa jiru.
Namni kun qabsaa’aa buleessa ganna 99 yoo ta’u Oddoo(Foonaa ) isaa keessa miilaan yeroo hedduu deddeebi’uun deeggarsa walitti qabeen doolara Ameerikaa miliyoona 15 argachuu danda’ee jira.
Kanas hojii ittisa Vaayireesii Koronaa oggeeyyin fayyaa hojjetaniif deeggarsa akka ta’uuf gumaacheera.
Namni Tom Moore jedhamuun beekamu kun lafa dheerinni isaa meetira 25 ta’u si’a dhibba tokko deddeebi’uun maallaqa kana kan walitti qabate yoo ta’u,
kanas guyyaa dhaloota isaa waggaa 100ffaa Ebla 30,2020 kabajatu sababeeffachuun akka raawwate Rooyitersi Gabaaseera.
T.me/bbc_corena


#Gorsa Fayyaa

WAL HIN DOGOGGORSINAA, WALIS HIN DAGACHIISIINAA.

Bishaan Ashaboo Qabuun Qoonqoo (throat) Qulqulleeffachuun Vaayiresii Koroonaa: Hin ittisus, hin fayyisu.!

Ergaan karaa keessaa yeroo ammaa hedduminaan waliif ergamu, "bishaan ashaboo qabuun qoonqoo ykn kokkee qulqulleeffachuun vaayirasii koroonaa ittisa" jedhu, isin hin dogoggorsin, isin hin dagachiisinis.

Ammas taanaan vaayirasii koroonaaf kan fayyadu:
-Harka ofii bishaaniif saamunaan dhiqachuu
-Haga dirqama hin taanetti tasumaa mana ofii ba'uu dhiisuu.
-Yoo deeman, taa'an, socho'anii fi yeroo kamiyyuu qaamaan walirraa faagaachuu.
-Yoo kan qufa'an fi haxxiffatan ta'e, ciqilee ofii daachaasanii itti hacciffachuu/qufa'uu.

John Hopkins Bloomberg School of Public Health.

@bbc_corena
@bbc_corena


Vaayirasii Koroonaa (COVID-19) Kan Duraanii fi Kan Bara Kanaa Maaltu Adda Godhaa ?

1. Carraa nama qabate/dhukkubsachiise lubbuun dabarsuu irratti:
Carraan yoo nama qaban lubbuu balleessuu koroonaa vaayirasii kan duraanii kan bara kanaan yoo madaalamu, kan duraaniitu caalaatti carraa lubbuu galaafachuu guddaa qaba. Koroonaa vaayirasiin kan bara 2003 G.C (SARS), namoota qabate keessaa dhibbeentaa 10 (10%) kan lubbuun gaalafatudha. Kan bara 2012 G.C (MERS) ammoo isa hedduu hamaa ta'e yoo ta'u, nama qabate keessaa dhibbeentaa 34 (34%) lubbuun galaafata. Kan bara kanaa yoo ilaallu ammoo haga yoonaatti kan beekame, tilmaamni dhaabbilee addaa addaa wal haa darbu malee walumaa galatti dhibbeentaa 4 (4%) gadi dha.

2. Dubartoota ulfaa (garaatti baatan) addatti hubuu irratti:
Koroonaa vaayirasiin kanneen duraanii lameen dubartoota ulfaa irratti addatti ni cimu. Dubartoonni ulfaa yeroo sanatti yoo koroonaa vaayirasiin qabaman, carraan lubbuun darbuu isaanii kanneen ulfa hin ta'iin irra olka'aa akka ture, qorannoowwan yeroo sana geggeeffaman ni ibsu. Koroonaa vaayirasii kan bara kanaa (COVID-19) kun garuu qorannoon cimaan jiraachuu baatus, haga ammaa dubartoota ulfaa namoota kaan irraa addatti akka hin hubnedha ragaan jiru. Dubartoota ulfaa fi kan ulfa hin ta'iin haaluma walfakkaa ta'een huba jechuudha.

3. Saffisaan namaa namatti daddarbuu irratti:
Carraan nama qabatan lubbuun dabarsuu koroonaa vaayirasii kanneen duraanii olka'aa ta'us, baay'inaan kan lubbuu namaa dabarse garuu kan bara kanaa (COVID-19) ti. Kunis akka salphaatti namaa namatti darbuu fi namoota miliyeenotaan lakkaa'aman al-takkaatti qabachuu danda'uu koroonaa vaayirasii bara kanaa (COVID-19) irraan kan ka'e dha.

Tarii adda addummaa isaanii kan biroo ammoo akkuma qorannoon COVID-19 irratti baay'inaan geggeeffamaa deemeen baraa deemna.

Rabbi isin haa eegu, Rabbi nu haa eegu!

© Dr. Gurmeessaa

@bbc_corena
@bbc_corena


Репост из: ABC PROMO
COVID 19
(KORONAA)
ISLAAMNI MAAL JEDHA
SAAYINSIIN HOO?
@bbc_corena


#Iran :Iraan meeshaa maagneetawaa Koroonaavaayiras fageenya meetira 100 irraa adda baasu argatte

Humni waraana addaa Iraan (Islamic Revolution Guard Corps ) meeshaa magneetawaa harkatti qabatamuufi nama Koroonaavaayirasiin qabame adda baasu argachuu miidiyaan biyyatti Tasniim jedhamu gabaase.

Meeshaan kun hanga fageenya meetira 100 irraa nama vaayirasii kanaan qabamee jiru adda baasuu danda’a jedhameera.

Meeshaan daqiiqaa shan keessatti vaayirasicha adda baasuu danda’ajedhame kun %80 milkaahaddha jedhameera.

Ogeeyyiin garuu karaan amanamaan vaayirasi kana adda baasuu qorannoo jiidha Afaan ykn Funyaan keessaa fudhatamee Laaboraatooritt ilaalamuudha jedhu.

@


#Covid_19
Faransaayii keessatti hanga ammaatti namoonni 17176 lubbuun isaanii dabree jira.
https://t.me/bbc_corena


#COVID19
Turkii
Turkii keessatti ammas namoonni 115 yoo du’an,namoonni 4281 immoo dhibee kanaan qabamanii jiru,waliigalatti;
Kan qabaman=69392
Kan du’an =1518
Kan bayyanatan=5674.
Maddi:Al-Jaziiraa.

@bbc_corena
@bbc_corena


#Covid_19
Xaaliyaan.
Xaaliyaan keessatti ammas namoonni 578 yoo du'an,2667 immoo dhukkubichaan qabamanii jiru,waliigalaatti;
~kan qabaman=kuma 165
~Kan du'an=211645

@bbc_corena
@bbc_corena






Barsiisotaa fi Ogeeyyi Fayyaa Aanaa Dhidheessaa

Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Dhidheessaa tti ogeeyyiin fayyaa fi barsiisotni aanichaa guyyaa har'aa waa'ee Vaayirasii Koronaa, tooftaa ittisaa fi akkaataa inni itti namatti daddarbu irratti hawaasaaf hubannoo uumaa jiru.


❗️የማዋጣውን
ገንዘብ አቋርጫለሁ❗️

🌎አሜሪካ ለዓለም ጤና ድርጅት የማዋጣውን
ገንዘብ አቋርጫለሁ አለች🌎

👉ፕሬዝዳንት ዶናልድ ትራምፕ ለኮሮናቫይረስ
የሰጠው ምላሽ ቀርፋፋ ነው፤ በአካሄዱም ቻይናን
ማዕከል አድርጓል ላሉት የዓለም ጤና ድርጅት
አገራቸው የምታበረክተውን የገንዘብ መዋጮ
እዲቋረጥ አዘዙ።

👉ይህም ማለት አሜሪካ ለድርጅቱ በየዓመቱ ለድርጅቱ
ትሰጥ የነበረው ገንዘብ እንዲቆም የሚያደርግ ነው
ተብሏል።

👉የተባበሩት መንግሥታት ድርጅት ዋና ጸሐፊ አንቶኒዮ
ጉተሬዝ የትራምፕን ውሳኔ "ጊዜውን ያላገናዘበ
እርምጃ" ሲሉ ተችተውታል።

👉ዶናልድ ትራምፕ ከሳምንታት በፊት ዶ/ር ቴድሮስ
አድኃኖም የሚመሩትን መሥሪያ ቤት ክፉኛ ሲወቅሱ
ነበር። በየዓመቱ የሚሰጡትን መዋጮ ለማጤን
እንደሚገደዱም ጥቁምታ መስጠታቸው ይታወሳል።

👉ትራምፕ እንደሚሉት የዓለም ጤና ድርጅት "መሠረታዊ
ኃላፊነቱን እንኳ" አልተወጣም። የቫይረሱን የስርጭት
ስፋትና አደገኛነት ባላገናዘበ መልኩ እርምጃ አወሳሰዱ
የዘገየና ቀርፋፋም ነበር ብለዋል። ከሁሉም በላይ
ለቻይና ያደላ ሲሉም ተችተውታል።

👉ፕሬዝዳንት ትራምፕ በአሁኑ ወቅት ራሳቸውም
በአገራቸው ጋዜጠኞችና ፖለቲከኞች ለቫይረሱ ባሳዩት
ቸልተኝነት ክፉኛ እየተብጠለጠሉ ይገኛሉ።

👉 አንዳንድ
የፖለቲካ ተንታኞች ትራምፕ በዓለም ጤና ድርጅት ላይ
እየወሰዱ ያሉት እርምጃ የተወሰነ ፋታ ለማግኘትና
ትኩረት ለማስቀየር እንደሆነ ይገምታሉ።

👉ትራምፕ በሰጡት ጋዜጣዊ መግለጫ "ለደረሰው
ጥፋት ድርጅቱ ተጠያቂ መሆን አለበት" እስከ ማለት
ደርሰዋል።

👉አሜሪካ ለዓለም ጤና ድርጅት የምትሰጠው የገንዘብ
ድጋፍ ለድርጅቱ ወሳኝና የጠቅላላውን 15 በመቶ
የሚይዝ ሲሆን፤ ቻይና በአንጻሩ በፈረንጆቹ 2018/19
ለድርጅቱ ያዋጣቸው ገንዘብ 76 ሚሊዮን ዶላር ብቻ
ነው፤ የአሜሪካ የባለፈው ዓመት መዋጮ 400
ሚሊዮን ዶላር ይደርሳል።

👉"ድርጅቱ ቫይረሱ ከዉሃን የተነሳ ሰሞን ፈጥኖ እርምጃ
ቢወስድ ኖሮ ይህ ሁሉ ቀውስ ባልተፈጠረ ነበር። ከዚያ
ይልቅ ቻይና እየወሰደችው የነበረውን እርምጃ
ሲያንቆለጳጵስ ነበር" ሲሉ ዶ/ር ቴድሮስ የሚመሩትን
ድርጅት ወቅሰዋል፤ ፕሬዝዳንት ትራምፕ።

👉የቢቢሲ የዋይት ሐውስ ሪፖርት በበኩሉ ፕሬዝዳንቱ
ራሳቸው በተመሳሳይ ጊዜ የቻይናን እርምጃ አወሳሰድ
ሲያደንቁ ነበር፤ ይህንንም በትዊተር ሰሌዳቸው
ጽፈውታል ብሏል።

👉የአሜሪካንን እርምጃ በተመለከተ የዓለም ጤና ድርጅት
መሪ ዶ/ር ቴድሮስ መግለጫ ይሰጣሉ ተብሎ
ይጠበቃል።
@bashashaa


#Covid_19
Nama 8⃣5⃣gahee jira
Itoophiyaa keessatti ammas namoonni dabalataa 3 dhibee kanaan qabamanii jiru,waliigalatti nama 85 gahee jira.
8⃣5⃣ ደርሷል

በአጠቃላይ በሀገራችን በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች ቁጥር ሰማንያ አምስት (85) ደርሷል፡፡
@bbc_corena
@bbc_corena
https://t.me/bbc_corena


#Tanzania በኮሮና ቫይረስ ወረርሽኝ የተነሳ በርካታ አየር መንገዶች መብረር ያቆሙ በመሆኑ የታንዛኒያ መንግስት ወደ አውሮፓ ለሚልካቸው ምርቶች የኢትዮጵያን አየር መንገድን እንደሚጠቀም አስታውቋል፡፡‼️

የታንዛኒያ አየር መንገድ ሥራ አስፈጻሚ ዶ/ር ሚኪንዲ እንደገለጹት የኢትዮጵያ አየር መንገድ ቦይንግ 787 ድሪምላይነር ካርጎ አውሮፕላን ረቡዕ እና እሁድ የሀገሪቱን የአትክልት ምርት ከኪሊማንጃሮ አለም አቀፍ አውሮፕላን ጣቢያ በመነሳት ወደ አውሮፓ ከተሞች ይበራል ተብሏል፡፡

የካርጎው አውሮፕላኑ 30 ሜትሪክ ቶን አትክልት የመጫን አቅም ያለው ሲሆን ቤልጄምን ጨምሮ በርካታ የአውሮፓ ሀገራትን ከተሞች ጭነቶችን እንደሚያጓጉዝ ተነግሯል፡፡


Yaadachiisa Labsii.

Labsiin Yeroo Muddamaa dhiyeenya kana ragga'e harka wal-fuudhuu dhorka, naannoo uummanni baay'atetti haguuggii afaanii godhachuus nama dirqisiisa.
Namni labsii kana hin kabajne hidhaa hanga waggaa 3 fi adabbii qarshii hanga 200,000 isa eeggata.

@bbc_corena
@bbc_corena

Показано 20 последних публикаций.

1 552

подписчиков
Статистика канала