SIRRITTI NAAF HUBAADHU !!!■◇-kan yeroo hundaa kolfu beekumsa of dhoowwa.
■◇-kan yeroo hundaa kadhatu kenna of dhoowwa.
■◇-kan yeroo hundaa kakatu amantii of dhoowwa.
■◇-kan yeroo hundaa jarjaru hiree of dhoowwa.
■◇-Dubbachuun immoo gootummaa mitii!
■◇Callisuun sodaaf miti !
■◇-Kaayyoo kee hin dagatiin!
■◇-DHaageesseef hin dubbaatin!
■◇-Argaateedhaaf hin nyaatin!
■◇-Waan xiqqoof hin gowwoomin!
■◇-Iccitti kee hin himatin!
■◇-Rakkoo kee hin dhokfaatin!
■◇-Hirriyyaa kee hin tuffatin!
■◇-Dhandhamachaa nyaadhu!
■◇-Tilmaamatti dubbaadhu!
■◇-Fakkeesitu hin ta'iin!
■◇-Dhugaaf falmuu filaadhu!
■◇-Baay'ee dhageefadhuu!
■◇-Xiqqoo immoo dubbaadhuu!
■◇-Kan namaa hin dubbatin!
■◇-Kan kee hin dhisiin!
■◇-Nama hin sodaatin kabajii malee!
■◇-Ofi immoo hin tuffatin!
■◇-Gowwaa namaan hin jedhiin!
■◇-Beekaa ofi hin godhin!
■◇-Amaantii kee kabajii!
■◇-Kan nama hin tufaatiin!
Galatoomaa marree ergaa dubbistee sitti tolee booda hiriyoota kee kan jallattuuf #share godhii😍
https://t.me/DAARU_SALAAM