Getu Official 🌼


Гео и язык канала: не указан, Английский
Категория: Психология


WE ARE HERE
to love!
to serve!
to inspire!
to support!
to live truth!
Buy ads: https://telega.io/c/Getu_Official
https://www.youtube.com/@GerumaTube
https://www.youtube.com/@orotv24
Contact: @Getu_Abera

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
не указан, Английский
Категория
Психология
Статистика
Фильтр публикаций




ሰላም ቅዱሳን በTELEGRAM አድሱ ቻናል ተወዳጅ የሆነ እናንተም JOIN በማለት በተሰብ ይሆኑ 🙏

ለማስታወቅያ ስራ👉@kal_tf


Репост из: SPEAK ENGLISH
❤️ ✍️ "Miira jaalalaa namatti dhaga'amu parsantiin 70% maal akka ta'e beektuu?...." ➡️ As tuquun dubbisaa.

🔜 See More
See More




➡️Birmadummaan maalidha? Birmadummaatti jiraachuuf daandii gurguddoo 3 dubbisaa!
👇👇
https://gaggeessummaa.com/masturbation-cubbuudhaa/




Faaruu Ganamaa Walitti Fufaa Classicalidhaan

➡️https://youtu.be/ZdQaTwf7sBM
➡️https://youtu.be/ZdQaTwf7sBM




"Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne" jedhe."
  — HoE. 4:12

@Getu_Official




Barsiisaa koo Dhugaa - Faaruu hafuura namaa boqochiisu https://youtu.be/nSAO1HENy4c?si=5XYOkw1sbQnYwggz


Roba Aman - Faarfannaa Durii

➡️ https://youtu.be/vwNMQG84M1w
➡️ https://youtu.be/vwNMQG84M1w


🎧 Paulos T Bulcha - Barsiisa Keenyaan

╰──⌊ 
✉️ @Getu_Official 💌


“Nama sodaachuun kiyyootti nama galcha, Waaqayyoon amanachuun garuu fayyina;”
— Fak. 29:25

@Getu_Official
@Getu_Official




BARSIISA KEENYAAN
Phawulos Tegegn
🔺 Coming Soon 🔺


AMMAYYUU ABDIIN JIRA
Amazing Gospel Song - Dhaggeeffadhaa!

➡️https://youtu.be/z0jM8z0UY6I
➡️https://youtu.be/z0jM8z0UY6I


Faalama Barichaaf falaasama bineensichaa

Amantoonnii fi tajaajiltoonni Wangeelaa yeroo kana sirriitti hubachuu qabna. Seexanni ija dhaloonni ittiin egeree isaa argu Jaamseera. Dhaloonni hedduun galgala isaa seexanaaf qabdii kennee har'a isaa dhiiga yakkaan xureesseera. Baay'een dhalootaa wantoota gurguddaa armaan gadii kana dhiiseera.
1: Kadhannaa dhiiseera
2. Sagalee Waaqayyoo dubbisuu dhiiseera
3. Jireenya Qulqullummaaf Waaqayyoon sodaachuu dhiiseera. Karicha isa dhiphaa jireenyatti geessu irraa gara karaa isa boochoo badiisatti geessuutti hiriireera. Oromoon akkas jedha; " Fuula galaa abbaatu lafa qala" jedha. Gara dhumaatti hin dhibaa'an jechuudha."Durba heerumuuf yeroon ga'eef qotiyyoo hiikaa jala namatti hin kennan" jedha. Yeroon kun yeroo kiristoos Yesus dhufuun isaa jala ga'eedha. Haa Dammaqnu. Falaasama seexanaa isa gaara Waaqayyoo nu loogee; garaa lafaatti nu naquuf harka hin laannu. Jabaadhaa kadhadhaa... 1Yoh; 2:18, Ijoollee Yeroon kun isa dhumaati.

@Getu_Official


“Inni, "Waaqayyo kattaa koo, masaraa koo, oolchaa koo tis;”
— 2Sam. 22:2



Показано 20 последних публикаций.