FIRO FIRA QALBII


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


barnoota siiraa rasuula [saw]
Dhaloota hanga du'attii
Yaddaa fi komii yoo qabatan @Firomsa1442 Asin nu qunaamu ni dandeeysan
👉HAAYATU-sahaba
👉Ahklaqa gaarii

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Репост из: Jamatul Towhid dargagoo muslim
★yaadachiisa
Gaaffii fi deebiin har'a galgalaa sa'aatii 1:00tti ni jira.n
√Namni kamiiyyuu hirmaatuu dandeessu.

Gaaffii ykn yaada yoo qabaattan asiin gaafadhaa👇
@Asmorif_bot




# Osoon akkas tahee silaa akkana hin tahu.

osoo akkas tahuu baadhee silaa wahiin akkana tahaa?

#Osoon meeshaa sheeyxaanni namattiin waswaasu irraahi.

Cinaacha kee jabaa beekii tikfadhu, cinaacha kee dadhabaa bekii irraa qulqullaawuuf tattaafadhu.

Sahaabaa beekkamaa #Abuu_hureeyraa rabbiin irraa haa jaalatuu isaan irraa odeeffamee #Nabiyyiin_rabbi SAW akkana jadhan: "Mu'umina jabaatu laafaa caala rabbi birattiis irra jaalatama,Mu'umina cufa keessa keeyriin ni jira, Waan si fayyadu itti bololi Rabbiin gargaarsifadhu hin dadhabin, yoo wanni ati hin jaalanne siqunnamte akkana hin jadhin: odoon akkas dalaguu baadhee wahi akkas tahaa osoon akkana dalagee silaa akkana taha, murtii rabbiiti rabbiin waan fedhe dalaga jadhi osoo jachuun hujii sheexaanaati".

﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
Hadiisa kana imaamu muslimtu gabaase.


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
🎬Dhandhamadhu mi'aa qura'aanaa↖

#Gaafa rakkoon gama hundaan si marsee, hulaan kulliin sitti cufattee, furmaata dhabde. abshir abdii hin kutin hulaan yeroo kamuu banaa takka ni jirti.

Seenaa kana Rabbitu qur'aanan nuu hima, Yeeroma gareen muusaa fi fir'ownaa walitti dhufan, kan warri musaa humnaa hin qabne, kan duubaan diinni guddaan, fuulduraan garbi jiru. Haala kana keessatti ture ummanni nabi muusaa (a.s) waliin jiru akki jedhan dhugumatti warri fir'awnaa nurra gahuuf jiru (nu dhaqqabani nu fixu) jedhan.

Hoggaa kana nabi Musaan a.s waan jedhe ummata isaatiin," kallaa/Lakkisaa; Dhugumatti rabbiin kiyya na waliin jira,{furmaata nuuf godha}" jedheen.

Haala saniin Rabbiin isaaniif birmatee, garba addaan kuteefii warri muusaa nagayaan garba gamatti yaa'an.
-----------------------
Ash-Shu'ara' 61

📖فَلَمَّا تَرَٰٓءَا ٱلْجَمْعَانِ قَالَ أَصْحَٰبُ مُوسَىٰٓ إِنَّا لَمُدْرَكُونَ 🔎 قَالَ كَلَّآۖ إِنَّ مَعِىَ رَبِّى سَيَهۡدِينِ
======================
🕘1:17 MB 3.6
♻️share godhi qur'anni sadaqaa jaariyaadha.




#Jannatni koomee haadhaa jala jirti.

#Haati hikkaa jiruuti.
#Gaaddisa rakkooti.
#Ifaa dukkanaati.
#Riqicha jannataati.
#Madaala jaalala dhugaati.
#Balbala milkiiti.
#kennaa rabbii guddichaati.

• Qaqqabaan isiin mata si qaqqabduutu cinqii fi hiraar
addunyaa tanaa si dagachiise onnetti gammachuu safara.

• Haati waan ati barbaaddu siif godhuu baattuus , waan
qabdu hunda siif godhuuf osoo lubbuu sitti hin qusatin namni siif arjoomuf qophii tahu an haadha malee hin beeku.

• Waa'ee haadhaa dubbachuuf arrabaatu hudhama , Onneetu
dhaabbata , sammuutu dhiphata , Jachootaatu ba'aa dadhabee gitintira.

• Hin dagamin, barakadhuun haadhaa tokkichi waan kumaatamaan tilmaamamuu miti.

• Isaan bira teessee hin gaddin, gaddi kee isaan irra miidha.

• isaanitti tola ooli, yeroo mara du'aa'iin yaadadhu.

• Rabbiin haawwota keenya kan jiran Umrii haa dheereessu ; kan gara ganda aakiraa deemaniif rahmata haa godhuuf.


Guyyaa Juma'aa tokko akka tasaa tahee imaamni masjidaa khuxbaarraa turraan Tiraafikni (Traffic Police) tokko ka'ee #MINBARA irra bahe.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

🎙Tiraafikichis Afaan hojii isaatin khuxbaa eegale.

☆ " Yaa ilmaan Namaa! Hayyama imaana keessanii
haaroymfadhaa!

☆ Qabattoo sodaa rabbii hidhadhaa !

☆ Saffisa Dilii dalaguu hir'isaa !

☆ Niyyaan teessan akka qulqulluu taate mirkaneeffadhaa !

☆ Matoora qalbii teessanii qulqulleeysaa !

☆ Mallatoolee Ifaa Qur'aanaa hordofaa !

☆ Karaa Diin gubbaa imala keessan godhaa !

☆ Fuul dura keessan iddoo sakata'insaa (Fittashaa) jabduutu jira. Namni waa balleesse dhufe adabbiin isaa ibidda jahannam
tahuutu mala. "

Jachuun Gorsa isaa xumuree bu'e ! #mayafb


Репост из: Nuuralhudaa
Hadiisa Nu'umaan ibnu Bashiir (RA) gabaase keessatti Ergamaan Rabbii (ﷺ) akkana jedhe

"Qaama namaa keessa kutaa foonii xiqqoo takkatu jira; yoo isiin tolte qaamni hundi ni tola; yoo isiin badde qaamni hundi ni bada; dhagayaa! Isiin sun qalbiidha ykn onneedha "

Yaa Rabbi qalbii keenya tolchi.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa


Waan qabanirraa sadaqachuun akkasuma jecha gaarii namaan jachulleen ibidda azaabaarraa nama tiysiti.

Rasuulli Rabbii ﷺ akkana jedhan :- “Ibidda azaabaa sodaadhaa, cinaa timiraa sadaqachuunillee taatu irraa if tiysaa; yoo sanis dadhabdan jecha gaariidhaan”

عَنْ عَدِيِّ بْنِ حَاتِمٍ، قَالَ قَالَ النَّبِيُّ صلى الله عليه وسلم ‏"‏ اتَّقُوا النَّارَ وَلَوْ بِشِقِّ تَمْرَةٍ، فَمَنْ لَمْ يَجِدْ فَبِكَلِمَةٍ طَيِّبَةٍ ‏"‌‏.

Sahih al-Bukhari

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa




Репост из: Nuuralhudaa
Rabbiin qur'aana isaa keessati rakkoon yookaan fitnaan yoo nama muudate obsaa fi salaataan akka isa gargaarsifannu nu ajaje.
Ergamaan Rabbiitis ﷺ yeroo rakkoon hamtuun nu mudaatetti du'aa'ii Rabbiin kadhannuun ilaalchisee akkana jedhan:-

“Tokkoon kheeysan hoggaa balaan isin tuyxe du’a hin hawwinaa” yoo haalli akka malee isin dirqamsiise akkana jedhaa "Yaa Rabbi na jiraachisi yoo jiruun irra naaaf caalte, Yaa Rabbi na fudhadhu yoo duuti irra naa caalte."

وَعَنْ أَنَسٍ قَالَ: قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ: " لَا يَتَمَنَّيَنَّ أَحَدُكُمُ الْمَوْتَ مِنْ ضُرٍّ أَصَابَهُ فَإِنْ كَانَ لابد فَاعِلًا فَلْيَقُلِ: اللَّهُمَّ أَحْيِنِي مَا كَانَتِ الْحَيَاةُ خَيْرًا لِي وَتَوَفَّنِي إِذَا كَانَتِ الْوَفَاةُ خَيْرًا لي "

Bukhaarii fi Muslim

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa


Репост из: Nuuralhudaa
Hanqinna (eybii) namaa hordofuun dhoorka!

Ergamaan Rabbii (s.a.w) akkana jechun gorsa dabarsaniiru :

“Isin Yaa warroota arraba keessaniin amantanii fi iimaanni onnee keessanitti gadi hin seenne hoo! Muslimoota hin hamatinaa. Hanqinna (eybii) isaaniis hin hordofinaa. Isaannan(warra) hanqinna (eybii) hordofan Rabbiin hanqinna isaanii ni hordofa. Warreen hanqinna isaanii Rabbiin hordofe immoo mana isaaniittiyyuu yoo ta'an isaan saaxila.”
(Abuu Daawuudi gabaase)


Репост из: Firomsa Adam
Namni Muslima hin taane hundi ibidda seenaa?

Qophii: Ustaz Abdul Jabbaar Aliyi

Tun gaafii namni hedduun gaafatuufi haalaan barbaachiftu. Deebii armaan gaditti dubbifadhaa.


Репост из: Jamatul Towhid dargagoo muslim
Yaa RABBI!! Waan ati nurratti murteessite maaltu beekha ?

ILAAHII! Salphina addunyaaf aakiraa nu baasi.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
(...وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌ مَّاذَا تَكۡسِبُ غَدًاۖ وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌۢ بِأَىِّ أَرۡضٍ تَمُوتُۚ.....) Luqman 34
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
*Lubbuun takkalleen, waan boru dalaydu waan gaari'imoo,waan hamtu'uu hin beytu, kan san beekhu rabbi qofa kan nama tokko hin beysisin.

*Lubbuun takkalleen dachii itti duutu, hin beytu, kan san beeku rabbii tokkicha,
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ @Saalawata_busaa


Namni Muslima hin taane hundi ibidda seenaa?

Qophii: Ustaz Abdul Jabbaar Aliyi

Tun gaafii namni hedduun gaafatuufi haalaan barbaachiftu. Deebii armaan gaditti dubbifadhaa.
@Saalawata_busaa, @AniMuslima


Yaa RABBI!! Waan ati nurratti murteessite maaltu beekha ?

ILAAHII! Salphina addunyaaf aakiraa nu baasi.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
(...وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌ مَّاذَا تَكۡسِبُ غَدًاۖ وَمَا تَدۡرِى نَفۡسٌۢ بِأَىِّ أَرۡضٍ تَمُوتُۚ.....) Luqman 34
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
*Lubbuun takkalleen, waan boru dalaydu waan gaari'imoo,waan hamtu'uu hin beytu, kan san beekhu rabbi qofa kan nama tokko hin beysisin.

*Lubbuun takkalleen dachii itti duutu, hin beytu, kan san beeku rabbii tokkicha,
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩




☞ ተውሂድ ማለት በቋንቋ አንድን ነገር ብቸኛ ማድረግና መነጠል ሲሆን ሃይማኖታዊ ትርጉሙ ደግሞ አላህን በሶስቱ የተውሂድ አይነቶች ማለትም፡-

Tawhiida jechuun akka lugaa Afaan arabiitti jecha ‘wahhada’ jedhamu irraa fudhatame. Wahhadaa jechuun tokkochoomse ykn tokko taasise jechuu dha.

ተውሂድን በቀላሉ በ 𝑵𝖚𝖚𝖗𝖆𝖑 𝓲𝖘𝖑𝖆𝖒

Tawhiidaa karaa salphan 𝑵𝖚𝖚𝖗𝖆𝖑 𝓲𝖘𝖑𝖆𝖒 irratii.......................

@


👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉IRRAA FAYYADAMNA👈
🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕

♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
♡✍by Abdulaziz Ahmeddiin ♡
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡

🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂
🎂Guyyoota kurnan jabduu 🎂
🎂Kan kheeyriin isaa guddaa 🎂
🎂Ibaadaadhaan dabarsi 🎂
🎂Itti herregadhu mindaa 🎂
🎂Harra if irratti mugdee 🎂
🎂Akka hin qunnamne gadda 🎂
🎂Kheeyrii irratti bololi 🎂
🎂Bor naaf ta'i gammadaa!!!!!!!! 🎂
🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂🎂

🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌
🕌Guyyaan harra dabarte 🕌
🕌Waggaa malee hin deebitu 🕌
🕌Ati umriidhaan turtee 🕌
🕌Waggaa eeguu kee hin beektu 🕌
🕌Harra gahuunuu ni'imaadhaa 🕌
🕌Saammadhu hamma jirtu!!!!!!!! 🕌
🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌

🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
🤲Egaa dhumarratti immoo 🤲
🤲Ergaa xiqqoon dhaammadha 🤲
🤲Hundi obbolaa muslimaa 🤲
🤲Hadaraa nu yaadadhaa 🤲
🤲Balaan kun akka Darbu 🤲
🤲Rabbii keenya nuuf kadhaa 🤲
🤲Ummataaf biyya keenyaaf 🤲
🤲Du'aa'iitti nuuf jabaadhaa!!! 🤲
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
🙏Rabbiin hunduma keenyaaf 🙏
🙏Rahmata nuuf haa buusu 🙏
🙏Dhabaa fi dhibee hundarraa 🙏
🙏Cufa keenya haa tiksuu 🙏
🙏Gammachuuf milkii malee 🙏
🙏Yaaddoo nurraa haa maqsu 🙏
🙏Waggaa waggaan iideeysuu 🙏
🙏Rabbiin nuhaa milkeessuu 🙏
🙏Gabrummaa hundumarraa 🙏
🙏Mee nuhaa bilisoomsu!!!!!!!! 🙏
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏



Walaloowwan, Asoosama, odeeyfannoo waqtaawaa fi haqa qabeessa,........
Wantoota ummata Oromoo fi hawaasa islaamaaf barbaachisu hunda qabannee jirra.
Linkii kana👉@ tuquun join godhaa!!
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
💞@ 💞
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
T.me/


---------------------------------------
በየምሽቱ ከመተኛትዎ በፊት አላህን አስታውሱ እና አላህ ይቅር እንዲላችሁ ጠይቁ እና በንጹህ ልብ ተኙ ፡፡
----------------------------------------
Galgala Hunda Hirribaaf Deemuu Keessan Dura Rabbii Zakara Araaramaa Rabbii Kadhadhaa Eegasii Onnee(Lubbuu )Dansaadhan Rafaa.
-------------------------------------------
Te...➣

Показано 20 последних публикаций.

4

подписчиков
Статистика канала