" OTTUU ILAALTANII DU'AAF NA HIN KENINAA!"
GARGAARSA ARIIFACHIISAA OBBOLEETTII TEENYA HAYAAT IBRAAHIMIIF
Obboleettiin teenya Hayat Ibraahim barattuu kutaa 11ffaa yoo taatu dhibee kaleen qabamtee magaalaa finfinnee Hospitaalaa Giruum (GIRUM HOSPITAL)tti ji'a 3f yaalamaa turtee jirti.
Yeroo ammaa kana garuu haala nama gaddisiisuun haalli dhibee ishii kaleen lamaanuu gara sadarkaa dhumaa(End-Stage Renal Failure) tti waan jijjiirameef yeroo gabaabaa keessatti gara biyya alaa deemtee yaalii JIJJIIRRAA KALEE (Renal Transplant ykn Kidney Transplant) akka taasifamuuf jedhamee murtaa'eera.
Yaala ishee kanaaf adeemsa(process) hundaa dabalatee mallaqni barbaachisu naannoo qarshii
MIILIYOONA LAMA (2,000,000) ta'uun kan himame yoo ta'u maatiin ishee garuu qarshii kana dhunfaa isaaniitiin argachuu waan hin dandeenyeef hundi keenya lubbuu obboleettii teenyaa hambisuuf gahee keenya kan obbolummaa, obboleetummaa, akkasumas dirqama namummaa fi lamummaa akka baanu isin gaafanna.
Dhukkubichi yeroo kan hin kenninee fii yaala attantamaa kan barbaadu yoo ta'u, guyyaa irraa gara guyyaatti obboleettii teenya kan dadhabsiisaa deemu waan ta'eef obboleettii teenya akka hin dhabne fii jiraachuu isheetiif sababa akka taanuuf mallaqa xiqqoos haa ta'uu, hanga rabbiin nu dandeessiseen yeroo gabaabaa keessatti qarqaarsa akka goonuuf isin gaafanna.
"YAA LAMMII KOO, LUBBUUN KIYYA ERGA RABBIITII HARKA KEESSAN JIRA. OTTUU ILAALTANII DU'AAF NA HIN KENINAA!" Hayat Ibraahim
Lakkoofsota herreegaa baankii
1⃣. Baankii daldala Itiyoophiyaa (CBE)
1⃣0⃣0⃣0⃣3⃣5⃣3⃣4⃣4⃣3⃣1⃣4⃣7⃣
Hayat Ebrahim & Sada Sultan
2⃣. Baankii gamtaa Oromiyaa (COOP)
1⃣0⃣0⃣0⃣0⃣8⃣9⃣0⃣1⃣4⃣1⃣3⃣5⃣
Hayat Ebrahin Umer
3⃣. Baankii Awaash
0⃣1⃣4⃣2⃣5⃣8⃣5⃣3⃣9⃣8⃣1⃣5⃣0⃣0⃣
Hayat Ebrahim Umer
Lakkoofsa Bilbilaa
0983676776
0920942369
0912823605
@Help_sis_Hayat@Help_sis_Hayat@helphayat@helphayat