Firri obboleettii tanaa dhaqaa gargaaraa
"Boontuu Abbaa Olii Adam jedhamti.
Guyyaa shan dura namoonni karaa irratti kuftee arginaan gara hospitaala keenyaatti fidan, isheen kan of hin beeknee fi namni ishee beekus waan hin jirreef yaalaa fi refer gochuuf rakkannee jirra. Kanaaf maatiin ishee akka arganiif fuula miidiyaa keessan irratti akka nuuf gabaastan kabajaan isin gaafanna.
Iddoon Godina SH/K/Lixaa,Hospitaala Tulluboolloo!"