Kiristiyaanoo Roonaaldoo YouTube channel banate sa'aatii 6 keessatti saffisaan hordoftoota miliyoona jaha ol walitti qabuu danda'eera. 😮
Urjiin kubbaa miilaa amma garee Al-Nassr taphachaa jiru kun battalumatti jechuun ni danda'ama viidiyoo 18 gadhiise. 🎥
Duraanis dhaabbata miidiyaa hawaasaa guddaa hordoftoota Inistaagiraamii miiliyoona 636, Feesbuukii irratti miiliyoona 170, fi X irratti miiliyoona 112.5 kan qabu yoo ta'u, yeroo jalqabaaf YouTube irratti hirmaate Roonaaldoo dhiibbaa toora interneetii irratti qabu daran cimsa jira. 📍