BBC NEWS AFAAN OROMOO


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


Oduu - BBC News Afaan Oromoo
BBC Afaan Oromoo irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi ....

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Zakiir kan amma umriin isaa 42, isaan umrii 21 biyyaa bahee, waggaa 20 mana hidhaatti dabarse. Nama gargaaru waan hin qabneef guyyaa tokko mana hidhaatii bahee bilisa ta'aa jedhe hin yaadne jedha.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2OvQ0RW


Waloon Ameerikaa sirna muudama pirezedantii Ameerikaa Joo Baayideen iratti walaloo dhiyeessite booda beekamtii akka addunyaa gonfatte Amandaa Gormaan, eegdonni nageenyaa sanyummaan ishee qoodanii akka shakkamtuutti ramaduu himatte.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qq1T9g


Masriifi Sudaan marii waa’ee hidha abbayyaarratti ammallee jaarsummaan idl – addunyaa akka keessa qooda fudhatu gaaffii dhiheessan. Dhimma kana garuu Itoophiyaan mormiteetti.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3bmogbn


Hundeessaan appii to'annoo da'umsaa 'Natural Cycles' jedhamuu US keessatti morkataansaa kan 'Clue Birth Control' jedhamu beekamtii argachuusaa irratti himata dhiyeesse.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3c5yjkA


Talaalliin covid Itophiyaa seene kan 'Astra Zeneca' jedhamudha. Talaallii kana biyyatti galchuun kuni reefu eegale malee torban itti aananif akka itti fufu eerameera.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2PvxlGr


Maaliif nama balleessaan irratti argamerratti hidhaa waggaa dhibbaan lakkaa'amu yookiis kuma fa'itti lakka'amu itti muru?

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2OxzXD7


Namootni bekkamtii qaban 100 ta’an Galmeen jechootaa Xaaliyaan 'Treccani' jedhamu jecha ''dubartii'' jedhuuf hiikkaa ka’e akka geddaru gaaffachuun xalayaa mallatteessanii arganiiru.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3kMUxf2


Phaaphaas Firaansis guyyaa lammataa dawwaanna seena qabeessa gara Iraaqitti taasisan irratti aanga’oota ciccimoo Islaamaa Shiyaa keessa tokkoo waliin marii gaggeessuuf jiru.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3c5fGgt




Rakkoo fi dhiibbaa dheessanii filannoo keessaa ba'uun carraa filannoo uummatatti cufuudha jedhan Hoogganaan quunnamtii uummataa fi idil-addunyaa paartii badhaadhinaa Dr Biqilaa Hurrisaa.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2PGzeQP


Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa weerarri koronaa ''haala sodaachisaa ta'een'' dabalaa jiraachuufi uummatni of eeggannoo gachuu dhiisuu isaa akeekkachiise.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3bldDFR


Gaazexeessaan BBC Girmaay Gabruu wayita naannoo Tigraayitti hidhamee ture maaltu akka isa mudate dubbata.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/38fMoL4




Phaaphaas Firaansis daawwanaa seena-qabeessa taheen Iraaqa galan - kunis erga weerarrri koronaavaayiras eegale daawwanaasaanii idiladdunyaa isa jalqabaati.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sPeVPq




Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii kora guyyaa Kamisaa taa'een waa'ee Itoophiyaa mari'atee waliigalteerra osoo hin gahiin xumuruu AFP'n dippiloomaatota waabeffachuun gabaase.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ejdfJM




Weerarri Covid gorillaawwan turtii bineensotaa San Diyaagoo keessatti ka’uu hordofee, gosoonni qamaleewwan bakka turtii kana keessa argamaniif talaalliin yaalii Covid kennameefi jira.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2MP5Pmv


''Yakka waraanaa fi haleellaa suukanneessaa dhala namaarratti raawwate'' ilaalchisuun UN qorannoo hatattamaa eegalee, qaamni itti gaafatamu adda ba'uu qaba jedhe Hiyuuman Raayits Waach.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qioc0S


Nyaata lagachuun mana hidhaa keessatti mormii isaanii dhageessisaa kan jiran hooggansi dhaaba KFO Obbo Jawaar Mohaammad, Obbo Baqqalaa Garbaa fi Obbo Hamzaa Adaane waldhaansaaf hospitaala Laandimaark erga seenanii guyyoonni lama darbaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3sQ8FH5

Показано 20 последних публикаций.

389

подписчиков
Статистика канала