Akkam akkam dawwaattootta keenya nagaan keenya bakka jirtan marattii isiin haa gaa'u jechaatii...sagantaa keenya kanaan dura isiin barsiisne turre...har'a ittii fufne isiniif dhiheessina!!!!
mata Duree #Haalan keessa jiruun kanan sii gochuu danda'a!!
Biyyuma keenya keessatti abbaa tokkotu ilmasaa mana hidhaa keessa jirutti xalayaa barreeffate.xalayichii akkas jedha ture....""Yaa ilmakoo nagaa keetii....anii baay'een si yaadeen jira.....yeroo hundan sii yaadachaa bo'a ....dulluma kana laalee...osoo atii naaf jiraattee....siilaa laftiikoo lafa hin ba'u ture....isuumallee dhiisii...oddoo keenya duubayuu lafa jirtu nan kotokotee(Qotee) dinnicha(moosee) dhaaba jedheen dhadhabee...ayii yaa ilmaakoo osoo atii naaf jiraatteemoo!!!! Garuu maalan godha....nagaattii naaf ta'iikaa....siin jaaladha yaa ilmakoo!!!!)) ...muciichiis...erga taa'ee baay'ee yaadeen booda xalayaa deebii abbaassatiif barreesse...xalayiichi akkas jedha ture..."""Abbaa lafa oddoo keenya duubaa san hin qotiin maaliif qootta...namootan ajjeese achii duubattiin awwaalaa tureem!!!!"" jedhee Abbaa isaatii erga!!! Xalayiichii osoo abbaa mucaa bira hin ga'iin poolisoonni mana abba mucaa dhaqanii oddo duubaa qootuu jalqabankaa!!!! Abbaan kana quba hin qabu....aja'iba jedheetu laala...poolisoonni...takka as takka ach qotaatii reeffa namaa barbaadu....osuuma jedhanii oddoo jaarsaa qootaanii fiixan dhumarra homaa dhabnaan abdii kutanii itti dhiisanii deeman..........😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳😳
Achiin guyyaa muurasa booda abba mucaa bira xalayaan tokko ga'e...ilmasaa biraa ture....xalayiichii akkas jedha..."Yaa abbaakoo haalan keessa jiru kanattii kanuman sii gochuu danda'a....ammaa oddoo siif qotamee sanatti dinnicha(moosee)kee dhaabbadhuu😳😳😳😂😂😂😂...abbaa sin jaaladha😘😘🙈🙈" jedheen.
Abbaan kana raajeffachaatii xaarii tokko malee dinnichasaa dhaabbate jedhama!!!
😢😢haala kamiiyuu keessa jiraatuuyyuu ammas waan adda tokko hojjechuu in dandeessa......xiyyeeffannoo fii tooftaa mataankee si barbaachiisa....sammuukee isa gurrakee lamaan gidduu ta'ee jiruu kana hojjeechiisuu jalqabii....Gadii fageessii yaadiii....xinxaalii....murteessii....
for more please...share it&&&join us!!
👇👇👇👇
@ofiifofiin