Oromo News


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


@Imalakaayyoo

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Seenaa namaa gadi fageessanii qorachuu irraa jaalala cimaa ykn Jibbaa cimaatu argama jedheen amana anis!!
Odeeffannoon iyyaafannee nama barra osoo hin taane wojjin jiraannee waan argineen jaallachuus jibbuus dandeenya!!


Breaking news😏

Rakkoo systema kaampaanii#FACEBOOK mudatee ture furmaata argatee hojii jalqabee jira!!


#Facebook

Fesbuukii, Mesenjarii, Waatsaappi fi Inistaagiraama akka addunyaatti hojii dhaabaniiru. Rakkinichi maal akka ta'e hanga ammaatti kan hin beekamne yoo ta'u, miidiyaalee addunyaa hedduun dhimmicha gabaasaa jiru.

#Share
@OromoNews


​​#Irreechaa2021 / 2014

​​Baga Ayyaanaa Irreechaa nagayaan geenye!

Irreechi:-
➧Lafa galateeffannaati.
➧Lafa tokkummaati.
➧Lafa wal qixxummaati.
➧Ayyaana nagaaf jaalalaati.

Waltajjii Oromoon dachee kanarraa dhufee itti wal arguu fi waaqa isaa galateeffatuudha.

Ayyaana Gaarii!
Join 👇👇
@OromoNews
@OromoNews


𝐎𝐛𝐬𝐢 𝐨𝐛𝐬𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐢𝐢𝐧

𝑨𝒅𝒅𝒖𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒈𝒊𝒅𝒊𝒓𝒂𝒂 𝒂𝒅𝒅𝒖𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒓𝒂𝒌𝒌𝒊𝒔𝒕𝒖𝒖
𝑲𝒂𝒏 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒘𝒐𝒓𝒂𝒂𝒏𝒕𝒖 𝒒𝒐𝒓𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏
𝒈𝒖𝒖𝒕𝒖𝒖
𝑩𝒖'𝒂𝒂 𝒃𝒂𝒉𝒊𝒊 𝒉𝒆𝒅𝒅𝒖 𝒒𝒂𝒃𝒅𝒊 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂𝒂𝒇 𝒉𝒊𝒏 𝒎𝒊𝒋𝒂𝒕𝒕𝒖

𝑻𝒐𝒌𝒌𝒐𝒕𝒕𝒊 𝒚𝒐𝒐 𝒕𝒐𝒍𝒕𝒆 𝒌𝒂𝒂𝒏𝒊𝒕𝒕𝒊𝒎𝒎𝒐𝒐 𝒉𝒂𝒎𝒕𝒖𝒖
𝑻𝒐𝒌𝒌𝒐 𝒌𝒐𝒇𝒂𝒍𝒄𝒉𝒊𝒊𝒇𝒕𝒆 𝒊𝒔𝒂 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐 𝒃𝒐𝒐𝒄𝒉𝒊𝒇𝒕𝒊
𝑵𝒂𝒎𝒂 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐 𝒐𝒍 𝒌𝒂𝒂𝒇𝒕𝒆 𝒊𝒔𝒂 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐 𝒈𝒂𝒅𝒊 𝒃𝒖𝒖𝒇𝒕𝒊
𝑭𝒊𝒍𝒂𝒏𝒏𝒐𝒐 𝒎𝒂𝒕𝒂𝒂𝒔𝒉𝒆𝒆𝒏 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒘𝒐𝒍 𝒄𝒂𝒂𝒍𝒄𝒉𝒊𝒇𝒕𝒊
𝑰𝒋𝒂 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐 𝒉𝒊𝒏 𝒒𝒂𝒃𝒅𝒖 𝒒𝒐𝒐𝒅𝒅𝒆𝒆 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒊𝒍𝒂𝒂𝒍𝒕𝒊
𝑱𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒊 𝒐𝒇𝒖𝒎𝒂𝒔𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒎𝒂𝒏𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂𝒕𝒊
𝑹𝒂𝒌𝒌𝒊𝒔𝒕𝒆𝒆 𝒅𝒉𝒊𝒑𝒉𝒊𝒔𝒕𝒆𝒆 𝒘𝒂𝒂 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒇𝒕𝒊
𝑴𝒊'𝒂𝒂𝒘𝒂𝒂𝒔 𝒉𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂𝒘𝒂𝒂𝒔 𝒈𝒂𝒂𝒓𝒊𝒊 𝒕𝒂'𝒖𝒔 𝒉𝒂𝒎𝒂𝒂
𝑫𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒅𝒆𝒆𝒎𝒖𝒖𝒇 𝒈𝒂𝒎𝒎𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒇 𝒈𝒂𝒅𝒅𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂
𝑴𝒆𝒆𝒔𝒉𝒂𝒂 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐𝒕𝒖 𝒋𝒊𝒓𝒂 𝒊𝒏𝒏𝒊𝒔 𝒃𝒂𝒂𝒚𝒚𝒆𝒆 𝒔𝒊𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒄𝒉𝒊𝒔𝒂


.....𝐎𝐁𝐒𝐀.....
Hiriyaayaa kee jaallattu 3 qofaaf ergi
Akka join godhanu himiif🙏🙏
👇👇👇👇👇👇👇👇
@OromoNews
@OromoNews
Forward❗❗




"Sammuun kee gorsaan kuulamee obsaan tuulamuu qaba"!!

Waan ta'uu feetu tokko ta'uudhaaf ciminni kee qofti si hin gargaaru. Milkaa'ina kee keessatti namoota baay'eetu qooda fudhattoota ta'uu mala. namoonni gorsaan,yaadaan maallaqaan,waan baayyeen sibira dhaabbatu,isaan kana hunda
keessaa baayyee murteessaafi barbaachisaan Gorsa. gorsi qoraasuma summuuti!! Sammuun gorsaan faayame waan gaarii dubbata waan gaarii yaada!!
Egaa sammuu gorsaan faayame kanatti osoo obsi dabaalamee akkam tolu!

Sammuu gorsaan faayamee,obsaan dabaalame qabaadhu!!

@Jimmaapress join use🙏


"OROMOON FIRA HIN QABU"


Tokkommoo ganamaan bilbilee miskoolii bule argeeni naan jedha
Ho'isii nyaadhun jedheeni Nan belleessee?😜
😁😁😁😂😂

👍 like tuquu hindagatin
Hiryoota kee 3f ergi!
join👉👉 @Jimmaapreess👈👈


Jaartii Ilmaan lakkuu dasseen, Abbaan Ijolleen kun tokko malee tokko koo miti jedhe mormaa jira.🤣😜😂


Waa'ee fayyaatiin degree dhabdullee HARMEEN hundi dokteera💝💝


Gaafa dhabde sitti kolfu😜

gaafa argattee Hundi isaani siif kolfu😂
Kana hin Shakkiiniiti atumti Jabaadhuutii hojjedhu
!!


humna sammuu haa ilaallu.

Sammuun madda badhaadhiinati;
kan deegaas maddi sammuudha.

Sammuun madda hayyummaati; maddi wallaalumaatis.

Sammuun gulantaa namummaati, namummaa kan nama dhabsiisus sammuudha.

Sammuun madda bilisummaati.
Kan gabrummaa ofitti murteessus sammuudha
Kana dubbiftee osoo like hintuqin darbuu keerra like gootee na jajjabeessuun kee gaariidha👍

Hiriyoota kee jaallattu 5n qofaaf ergi!

@Jimmaapress
@Jimmaapress


👉 Fiilmii irratti argitee chiikii keetif jakeetii kee laatteefii ganama obboleessi ishee uffatee gaafa argitu .. u be like
..
Si dhiise haa dhumu 😡 🙊🙈
..
👉 Galgala immoo Obboleettiin kee uffattee yeroo galtu 😂

👍 like tuquu hindagatin
Hiryoo
ta kee 5f ergi!
join
👉👉 @Jimmaapress 👈👈


Xalayaa Jaalalaa kanan siif barreesse


Osoo hin dubbisin maaliif lafa keesse

Moo anaan dhiiftee nama biraaf deesse

Ayyaana woggaa ammoo baga geesse

See see see see see see see see😞

Obboloonni koo kiristaanaa baga geessan🌹


Harmee akkanatti baattee si guddiftetti like👍 tuquun itti xiqaaata na amani!!

So hiriyoota telegraam irraa qabdu hundaaf forward godhi🙏
Kabajatu siif mala harmee❤❤❤


WAA'EE JIREENYA
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇


Jireenyi rakkina qaba. Bal'ina qaba. Salphina qaba. Ulfina qaba. Warra kanatu walitti dabalamee jireenyaa hiikkaa qabu fida.
#Jireenyi walitti dabalamaa wantootaa ti!

Nan kufa jettee hin sodaatiin. Kufaatiin dhumaa jireenyaa miti. Ulfinatu naaf dhufe jettees hin booniin. Ofiin boonuun galma jireenyaa miti. Isa ta'uuf dhalatte osoo hin ta'iin hafuun kufaatiidha. Isa ta'uuf dhalatte ta'uuf immoo, rakkina keessa darbuun dirqaama.

#Rakkinni yaadi haaraan keessa keetii akka burqu godha.

@Jimmaapress
Share godhaa hiriyoota keessan affeeraa🙏


Ethio telecom gaanaa giifti faaxumaa isiniif hin sifaa'u😞


አይ ሰው አልከኝና
ፈገግ ቢዬ 😄
ዚም አልኩ😐


GADDI HAA GADDU
----------------------------------------------

Abdii kutuun dawaa hinqabu
Onnee cabsee sammuu onsa
Burqaa yaadaaf abjuu guddaa
Keessa namaa haree gogsa!

Kophaa baasee garaa hammeessa
Itti hasaasee rakkoo itti hima
"Mudannookee kana caala
Maaltu ulfaata, maaltu cima?"

"Maali kan kee hiikni jiruu
Erga dhabdee falaaf hiikoo
Jireenya kee kan yaadatu
Firumallee qabdaa siikoo?"

"Milkooma keef kan gammadu
Dhukkuba keef darbee aadee
Kan bilbilee si dubbisu
Jireenya kee ofiin yaadee?"

Hin qabdu...!

"Maalifiree dadhabbiin kee
Eenyuuf jettee tabba dhiibda
Eessa geessee eenyu arguuf
Yeroo hundaa kaatee fiigda?"

"Kee asuma lafa gaddaa
Boquu buusii kana yaadi
Akka nama dhukkubsatuu
Fayyaa ta'ii eela aadi!"

Yoo siin jedhee sitti asaase
Abdii kutuun akka malee
Dubbiin sobaa harka hin laatiin
Didii darbi yaa qaxalee!

Fuuldurakee waatu jiraa
Burqaa guddaa lafa akka
Suuta hindeemiin darbi fiigii
Furtuunsaayyuu suma harkaa!

Namni kaayyoo rakkattullee
Tasa kuftee tasa hin badduu
Maaf gaddita yaa qaxalee
Ofiisaatii gaddi haa gadduu!
------------------------------------------------
Ifargan Guddataa.

@Jimmaapress
@Jimmaapress

Must share it🙏🙏

Показано 20 последних публикаций.

187

подписчиков
Статистика канала