Maqaa Oromoo - Apps on Google Play
Akkuma beekkamu namni hunduu erga dhalatee maqaa barbaada. Yeroo heddu maqaa kan moggaasu maatiidha. Maatiin immoo maqaa hunda maqaa ta’eef jecha cal jedhee namatti hin moggaasu. “Foolii gaarii mannaa, maqaa gaarii wayya jedhe arjaan” akkuma jedhan Maqaan hunduu hiikaa fi waan ibsu qaba. Yeroo ammaa...