Oromo?fun and NEWS


Гео и язык канала: Сомали, Сомалийский


qosaa gara gara
Suuralee nama kofalchisan oduu haarawa ama miliqte fi walaloo kolfaa Page kana jalati ni argatu nuti makama
Join and share with friends
@sikomando @sikomando
@sikomando
Yaada nuf keenu yoo barbadan kuunoti ? @IlmasikkoBot ?tuuqi

Связанные каналы

Гео и язык канала
Сомали, Сомалийский
Статистика
Фильтр публикаций




😂Hardha osoon class keessati barachaa jirruu intalii wahii barfate dhufte.

Barsiisaa=urjii maaliif barfaate?

Urjii=safara keenati jarsaaf jartiin wal lolanii kophee kiyyaan utuu walreebanii ani maaliinan dhufa hin jeetu seetani

Boo qoy ijoolen teena tan amma tunii ariifuma barsiisarati garsiisanii...ajaba bar

Aboo share like goodhi kaa laalte hin dhisiinii
Join +++                 share +++

👇👇👇👇            👇👇👇👇
@sikomando         @sikomando


😂Namticha tokkotu ture yeroo baayyee raadiyo dhageefachu jaalata, guyyaa tokko halkan jaarti isaa wojjiin osoo rafee jiruu abjuun itti dhufe guyyaa itti fakkesse xaabbiya barbaadi jedheen inis xaabiyaa barbaaduf jedheen qacee harma jaarti isaa sosochoosa otoo Jiruu haati mana maal taate jetten inis xaabiya barbaadan jiraa jedheen. Haati mana egaasi maal jetten seeta
.
.
.
.
.
.aantena kaasan malee xaabiya barbaadu

Aboo share like goodhi kaa bra laalte hin dhisiinii
😂hh😂😂hh😂😂hh😂

Like👍 like👍 like👍
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
 Share and join
👇👇👇👇👇
 👉👉👉  @sikomando 👈👈
 👉👉👉  @sikomando 👈👈
                👆👆👆👆👆👆
           〰〰〰〰〰〰〰〰〰
  |🔴⚫⚪OROMO FUN and NEWS!😁
           〰〰〰〰〰〰〰〰〰        

Special thanks 4👉@nuroo_bazade


😂Namiichatu ijaa hin qabuu takka wama aduunya kanara jiruu argee hin beeku ina guyyaa tokko rabbiin namiicha kana secondii 5 nif qofa baneefi egaasi ammaas jamte secondi 5 ni san keessati wantii inii argee yoo jiraate lukkuu takka qofa ina sahibnii isaa tokko itti dhufee eeeee ARBAA hardha anii argee hagaa inii gahuu yeroo jeedhun  namtiichii ijaa hin qabne kunii yoo mal jedheen gaari siiti fakkata
.
.
.
.
.
.

Lukkuu hin gahaa 😂😂😂😂😂😂😂😂

👇👇4 more👇👇
👉@sikomando👈
👉@sikomando👈
Ere laalanii dhisuu😳 like👍
Warreen biroos join akka godhaanif
Share 😘 Share 😘 Share😘


Special thanks 4 @abdiiyebahabaale


😂Sahiba lama kan yeroo hunda addaan hin baane jiraa bona fi Abdi Bonan kubba miila akka malee kana hordofa waa'ee isi likkiiti beeka Abdi ammo hin beeku ina guyya tokko bonan akkana jedhaan abdiin

Bona👨:-Ronaldon jeventus seene bar.

Abdi👦:-nan beeka

Bona👨: us kijiba hin beytu hayee Neymer eessa taphata naf himii mee

Abdiin Yoo mal jadhe gaari 😐
.
.
.
.
TV kessa taphata kaa😃😃😂😂😂😂😂😂😂

🔴⚫⚪Join  ▒▓⇨→@sikomando 👈
🔴⚫⚪Join  ▒▓⇨→@sikomando 👈
Like👍 like👍 like👍
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
Mal laalani usuun xiqates guddates atiis artii oromo guudisu irraati gahee kee bahii waroota kaniis join akka godhaniif  Share 😘 Share 😘 Share godhiif


Specail thanks 4👉 @Jämëś Uśm


👉#isaa:- akkana nan jeedhe imma lamata biiro san keessa hin dalaguu😏

#ana:-mal siin jeedhe inii ?🤔
:
:
:

#isaa:- Arii'amte jirtaa😂😂😂😂

Aboo share like goodhi kaa bra laalte hin dhisiinii
Join +++                 share +++

👇👇👇👇            👇👇👇👇
@sikomando         @sikomando
Specail thanks for @murtii


👉Jalalee tokko qabadhe kan akkanati naa gamachiise   jalalee 10 gaafa qabadhee yaadanii garuu።😜🤗jeete intalii

            〰〰〰〰〰〰〰〰〰
         OROMO FUN and NEWS!😁
           〰〰〰〰〰〰〰〰〰
 •══•••😂💚@sikomando❤😂•••═══•
 •══•••😂❤@sikomando💙😂•••═══•


👉pantii...isii...xaga...godhee...dadafii..dhan...suure...koo..gad...buuse...
.
.
.
Haada tokko irraati dubartii wajiin ufata afachuu hin jaladhuu 😂😂😂


Aboo share like goodhi kaa bra laalte hin dhisiinii
😂hh😂😂hh😂😂hh😂

Like👍 like👍 like👍
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
 Share and join 👇👇👇👇👇
 👉👉👉  @sikomando 👈👈
 👉👉👉  @sikomando 👈👈
                👆👆👆👆👆👆
           〰〰〰〰〰〰〰〰〰
  |🔴⚫⚪OROMO FUN and NEWS!😁
           〰〰〰〰〰〰〰〰〰          


👉Gorsaa dhiiraf

Yaa warraa dhiira.....jartii tee kunuunsi jalalaa keenif !!!
Waaqni gochaa kana argee
.
.
.
.
Jartii biro sif ida'uu ni mala ¡¡¡ 😂😂😂😂😂

@sikomando
Ere laalanii dhisuu😳 like👍
Warreen biroos join akka godhaanif
Share 😘 Share 😘 Share😘


👉Bekta jalaale tiyyaa wajin waldhabee ina dhifama gafachuu barbadeeti akkana jeedhan

Ana👦:-yoo mal ta'ee irraa naf darbiita

Isii👧 :-dhifama na gafadhu

Ana👦:-numaan dogongoree wallaalan si mufachiise,
Tan tanarra caaltu aanu numaan obse, Deebi'i jaalatoo ana sii balleesse
.

Isii👧:- jedhee kamar yusuuf

Ana👦:-jechuun

Isii👧:-saaliha samiitiifi malee anaaf miti nagayatti

Aboo share like goodhi kaa bra laalte hin dhisiinii
           〰〰〰〰〰〰〰〰〰
         OROMO FUN and NEWS!😁
           〰〰〰〰〰〰〰〰〰

 •══•••😂💚@sikomando❤😂•••═══•
 •══•••😂❤@sikomando💙😂•••═══•
Specail thanks @murti_abbaa_gadaa


👉Mucaa tokkotu warraa magalaati ina baadiyaa kana keessa dubra baadiya laalachu deemeti ina warra intala birra dhaqee abbaa intala wajiin hasawu jalqabee

Abbaa intala👴:-esaara dhufte

Mucaa👦:- adaama

Abbaa intala👴:-gostii tee maalidha

Mucaa👦:- Jiidda

Abbaa intala👴:-balbalti hoo maali jeenan muciichi yoo mal jeedhen gaari sittii fakkate

Mucaa👦:-laamera hin jeedhun seeta

Aboo share like goodhi kaa bra laalte hin dhisiinii
           〰〰〰〰〰〰〰〰〰
       😁 OROMO FUN and NEWS!😁
           〰〰〰〰〰〰〰〰〰

 •══•••😂💚@sikomando❤😂•••═══•
 •══•••😂❤@sikomando💙😂•••═══•
Special thanks for @TAHIR_TARREE


👉Obboleeso ariifuma jechuun suure kee gad buusu ykn qaaliisu yoo sitti fakkate dogongorte jirtaa....
:
Ariifuma jechuun jilbaarati baqaqsuudha 😂hh😂😂hh😂😂hh
😂

Like👍 like👍 like👍
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆

 Share and join
👇👇👇👇👇
👉👉👉  @sikomando 👈👈
👉👉👉  @sikomando 👈👈
               👆👆👆👆👆👆
Galatoomi @ilmasikko


👉University keessati jeequmsi kaa'eti federali tokko dhufee baqa isiin quuftan jeechudha ishii amma hiirira

engineering MIRGAAN  ፣ department BIITAN 😂hh😂hh😂hh warrii campasi siinif gala mii ree.

Aboo share like goodhi kaa bra laalte hin dhisiinii
           〰〰〰〰〰〰〰〰〰
         OROMO FUN and NEWS!😁
           〰〰〰〰〰〰〰〰〰

 •══•••😂💚@sikomando❤😂•••═══•
 •══•••😂❤@sikomando💙😂•••═══•


Namiichaa wahii kaleen dhukkubee mana yaala deema

Namtiicha:- yaa doktor kaleen koo dhukkuubiin cinqaa naa seensiiste nara jijjiiri jedhaan

Doktara :- ammaf kalee nama hin qabnu kan sarree malee

Namiicha:- naf ta'aa yaa doktor sanumaatu naf jijjirii

Doktariichiis jijiiirefi nagayaan egaa of irraa qajeelche booda  ji'aa 1 turaanii kararaati wal argaan

Doktar :-akkamii kaleen sunii sitti wayahee mii yeroo jedhuun namtiichi mal jeedhen seeta
.
.
.
.

Namtiicha:- ee natii wayahee garuu cinaati fincaa'i fincaa'i naa godhaa malee

Aboo share like goodhi kaa laalte hin dhisiinii
Join +++                 share +++

👇👇👇👇            👇👇👇👇
@sikomando         @sikomando


Mucaa tokkotu waraqa enyummaa haadha isaa irraati SEX (F) kaa jeedhu argee  mal jeedhe seetan
.
.
eee😳 ayyoon SEX irraati (F) yoo kaa fiidu ana akkamitii na dhaltee hin jedhuu seetanii 🤔

ijoolen barana bar tama ajaiiba qofa😂😂


           〰〰〰〰〰〰〰〰〰
         OROMO FUN and NEWS!😁
           〰〰〰〰〰〰〰〰〰
 •══•••😂💚@sikomando❤😂•••═══•
 •══•••😂❤@sikomando💙😂•••═══•


Keessummaa Haadha Manaa Dhungate.

Namichatu osoo daandii deemuu aduun itti dhiinaan mana namaatti gore. Akkuma keessummaa tokkootti, nyaatee dhugee otoo keessumsiifamaa jiruu haadha manaatiin ijji walirra isaan buute. Karaa ittiin ishee argatu osoo buusee baasuu sa'aatiin irribaa ga'e. Ciisee cinaacha gaggaragalchuu eegale. Otoo yaaduu malli tokko dhufeefii gadi ba'ee, mooraa loonii diigee ol deebi'ee ciise. Egaa akkuma beekamu baadiyyaatti namni horii qabu dhaggeeffachaatuma mugaa, shokokii dhageenyaan abbaan manaa gadi ba'e. Yeroo kana deemee ishee dhungatee, deebi'ee ciise. Ammas waantittiin araada itti taatee, ba'e loon jalaa banee ol deebi'ee yeroo abbaan manaa ba'u dhungate. Otoo akkanatti meeqa kaasuu, gara barii namichi ani dadhabee mee atimmoo ba'i jedhee haadha manaa baase. Yeroo kana inni abbaa manaatu ba'e se'ee iddoo ciisaatti namicha dhungoon gaggabse. Namichi rifatee maal taate namichoo yeroo jedhuun, inii mal jeedhen seeta
.
.
.
.
deemuufani nagaatti isiniin jechuu kooti
hin jeedhun seeta 😂😂😂😂aboo malaa baasan akkanatii

Aboo share like goodhi kaa laalte hin dhisiinii
Like +++                 share +++

👇👇👇👇            👇👇👇👇
@sikomando         @sikomando


Boonaa fi Tolaan daandiirratti wal arganii akkas jedhan,

Boonaa👨:-boyi boyi naan jedha waansaa.

Tolaa👦:-maali maaltu si mudate?

Boonaa👨:-ji'a darbe eessumni koo qarshii 50,000 naaf dhiisee du'e.

Tolaa👦:-maaliree kun nama boochisaa?

Boonaa👨:-torbee kanas eessumni koo inni tokko qarshii 100,000 naaf dhiisee du'e.

Tolaa👦:-himmm kun nama gammachiisa malee nama boochisaaree? 

Boonaa👨:-jechi kee illee sirriidha, garuu eessuma lama qofa qabaachuu kiyyatu na boochise
 
🔴⚫⚪Join  ▒▓⇨→@sikomando 👈
 🔴⚫⚪Join  ▒▓⇨→@sikomando 👈
Mal laalani usuun atiis artii oromo guudisu irraati gahee kee bahii waroota kaniis join akka godhaniif  Share 😘 Share 😘 Share godhiif


Jartiin dalagaan mana itti baayateti osoo hin boqotiin guyyaan galgalawa yeroo hedduudhaf haala kanan dabarsiti ፡፡....
.
.
Jarsii yeroo dalaga irraa mana galuu nyaachu, Game taphaachu dha dalagaan isaa፣ achii booda guyya tokko dalagaa irraa yeroo dhufuu egdee

.
.
JARTI :-mee bareeda koo balbalii(huula) alaa cabee jiraa naf sireesi.....jeetin
.
.
JARSA :- qoy yoo na laaltu warraa huula dalagu san sitti fakkadha....jeedhe osoo hin dalagiinif bahee taraa
.
.
guyyaa biraa immoo ifaa mana💡jalaa gubaate ina yeroo jarsii dhufuu
.
.
JARTI :- bareeda koo ifaan salooni gubaate jiraa mee naf tolchii....jeetiin
.
.

JARSA :- qoy yoo naa laaltu teknishan sitti fakkadha!!.......jeedhe ammaas osoo hin sireesiniif baahe deema።
.
.
achii booda guyya biraa jarsii yeroo dalaga irraa galuu balbaali(huulan)alaa sireefamte ifaan saalonis tolfamee mannii isaa faah jeedhe jiraa
.
.
JARSA :-enuudha kan akkanati sif sireese .....jeedhan
.
 

JARTI :-namiicha tokkon nama naf dalaguu dhabee jeedhe yeroo hasahuun
Anatu sif sireessa garuu yoo dabboo naa dalagde ykn yoo naa wajiin ciifte nan jeedhe ina naa dalagee deeme.....yeroo jeetun

.
.
JARSA ፡-ariidhan dabboo dalagdeefi ree yeroo jeedhun.  Isiin mal jeeten seeta
.
.
.

qoy yoo naa laaltu nama dabboo dalagu sittii fakkadha !!😂😂😂😂😂



@sikomando
Ere laalanii dhisuu😳
Warreen biroos
join akka godhaanif
Share 😘 Share 😘 Share😘


Share with your friends
Join us 👉@sikomando


" jalalee koo sooma hiika boruutif hoola yeroo naa biitu abjuudhan argee "
Jeetin


" yoo amaala kee siirefate abjuu itti anuti naa bara haarawaf  sangaa sif biitu argiita 😂

Thats wsp 😉😜


Waa maraafu amantii keessati barbade wanti anii irraa gahee yoo jiraate

Umrii fi Engiliifa seeran kan duubatu oromia keessa nama baa'e akka ta'aani dha aboo warrii haftaniis baradha kaa


Aboo share like goodhi kaa laalte hin dhisiinii
Like +++                 share +++
👇👇👇👇            👇👇👇👇
@sikomando         @sikomando

Показано 20 последних публикаций.

8 237

подписчиков
Статистика канала