TAFAKKUR/تفكر


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


Tafakkur
Da'awaa,Odeeffannoo,Barnoota,leenjiiwwan adda adda fi,Wantoota baayyee nama dinqisiisan barachuu feenaan chaanalii TAFAKKUR/تفكرjedhu hordofaa.
Yaadaa fi Gaafii keessan yoo nuuf gumaachuu barbaaddan link kana tuqaa.
https://t.me/Ibrahim_92taf

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


قال الحافظ ابن رجب (رحمه الله تعالى) :

يا ذا الذي ما كفاه الذنب في رجب
حتى عصى ربه في شهر شعبان

لقد أظلك شهر الصوم بعدهما
فلا تصيره أيضا شهر عصيان

واتل القرآن وسبح فيه مجتهدا
فإنه شهر تسبيح وقرآن

واحمل على جسد ترجو النجاة له
فسوف تضرم أجساد بنيران

كم كنت تعرف ممن صام في سلف
من بين أهل وجيران وإخوان

أفناهم الموت واستبقاك بعدهم
حيا فما أقرب القاصي من الداني

ومعجب بثياب العيد يقطعها
فأصبحت في غد أثواب أكفان

حتى متى يعمر الإنسان مسكنه
مصير مسكنه قبر لإنسان
https://t.me/tafak_or
https://t.me/tafak_or


#Covid_19
Ameerikaa keessatti sabab fafgaca'iinsa #COVID19 tiif jecha namoonni miliyoona 22 ol hojii isaaniitiin ala ta'anii jiru.
@tafak_or
@tafak_or


#Covid_19
Odeeffannoo hanga ammaa,namota qabamanii fi bayyanatan,akkasumas kan du'anis yoo jiraatan;
▶️Kuwaataar
Namoonni qabaman=119=1524
Kan bayyanatan=19=225
▶️Iraan
Namoonni qabaman=1606=77995 gahe.
Kan du'an=4869
▶️Ispeen
Namoonni qabaman=5183
Walii galatti=182816
▶️su’uudii
Namoonni qabaman=518=6380
Namoonni bayyanatan=59=990
Kan du'an=4=83 gahanii jiru.
▶️Itoophiyaa
Namoonni qabaman=7=92
Namoonni bayyanatan=15
Kan du'an=3
@tafak_or
@tafak_or
https://t.me/tafak_or


#COVID19 Ityoophiyaa keessatti haala COVID-19 jiru

•Qorannoo gaggeeffame = 5,389
•Namoonni qabaman = 92
•Namoonni yeroo ammaa yaaliirra jiran = 72
•Namoonni bayyanatan = 15
•Namoonni du'an = 3
@tafak_or
@tafak_or


#Covid_19
#ODUU_AMMEE
Jibuutii
Jibuutii keessatti ammas namoonni 5 yoo du’an,155 vayirasichaan qabamanii jiru,isaan keessaa immoo 39 bayyanatanii jiru, jiru,waliigalatti;
Namoonni du'an=183
Kan qabaman=2505
Kan bayyanatan=751
Maddi:Al-jaziiraa.
https://t.me/tafak_or
https://t.me/tafak_or




#COVID19
Turkii
Turkii keessatti ammas namoonni 115 yoo du’an,namoonni 4281 immoo dhibee kanaan qabamanii jiru,waliigalatti;
Kan qabaman=69392
Kan du’an =1518
Kan bayyanatan=5674.
Maddi:Al-Jaziiraa.

@tafak_or
@tafak_or


#Covid_19
Xaaliyaan.
Xaaliyaan keessatti ammas namoonni 578 yoo du'an,2667 immoo dhukkubichaan qabamanii jiru,waliigalaatti;
~kan qabaman=kuma 165
~Kan du'an=211645

@tafak_or
@tafak_or


▶️Badii dalayde waa lamaafuu(2) namatti hin himin;
1⃣~Ittiin boonuuf waan sirraa hin bareedne!!.
2⃣~Yoo ati towbattees namni ati itti himte suni yoomuu waan hin daganneef!!.
share godhaa👇👇👇👇
@tafak_or
@tafak_or


Ityoo teeleekoom weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf tajaajila walii galaarratti fooyya’iinsa taasise
ኢትዮ ቴሌኮም በሚሰጣቸው የአገልግሎት ዘርፎች ላይ ከነገ ጀምሮ ማሻሻያ ሊያደርግ ነው።
Dhaabbatichi tajaajila walii galaa irratti fooyya'iinsa taasisuu hoji raawwachiiftuu Olaantuun Ityoo teeleekoom Aadde Firehiyiwat Taammiruu ibsaniiru. Lammiileen sochii daangeessuun mana ofii taa’anii weerara vaayrasichaa ittisuuf qooda isaanii akka ba’aniif kan kaayyeffameedha jedhame.

Haaluma kanaan tajaajila sagalee biyya keessaa Birrii 5niin daqiiqaa 30, ergaa gabaabaa bilisaa 20, tajaajila intarneetii waliigalaa Birrii 5 meegaa baayitii 100, Birrii 10 meegaa baayitii 250, ergaa gabaabaa biyya keessaa bilisaa 20 waliin fayyadamtootaaf dhiyaatera jedhame.

Dabalataan tajaajila bilbila fi Intarneetii mana keessaan turaan tajaajila sagalee Birrii 15 meegaa baayitii 300, ergaa gabaabaa bilisaa daqiiqaa 30 fi barreeffamaa 20 bilisaan dhiyyeessuu isaa aadde Firehiyiwat ibsaniiru.

Maamiltoonni tajaajiloota kana ganama sa’aatii 12:00 hanga guyyaa sa’aatii 10 :00tti fayyadamu kan danda’an ta’uu dhaabbatichi beeksiseera.

Tajaajilli kun booruu eegalee Baatii lamaaf kan turu ta’uus ibsameera.
@tafak_or
@tafak_or


#Covid_19
Nama 8⃣5⃣gahee jira
Itoophiyaa keessatti ammas namoonni dabalataa 3 dhibee kanaan qabamanii jiru,waliigalatti nama 85 gahee jira.
8⃣5⃣ ደርሷል

በአጠቃላይ በሀገራችን በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች ቁጥር ሰማንያ አምስት (85) ደርሷል፡፡
@tafak_or
@tafak_or
https://t.me/tafak_or


🖤Qalbii too.....

❤Qalbii(Onnee) tantee Ramadaanaan duratti!!!!!
🖤Qalbii dhibee fi xurii adda addaa irraa qulqullooftetu,Mi'aa Ramadaanaa dhandhamuu danda'a!!.
🖤Qalbii jechuun:Iddoo Rabbiin qaama namaa irraa laalutu isiidha!.
🖤Isiin mootii qaama guutuuti!.
🖤Bareedinna isiitiin qaamni guutuun bareeda!.
🖤Araarama rabbii barbaadaaf jecha gabroottan Rabbiitiif irra dabruu qabda!.
🖤kuttee,Namaan ooduu,Duyda namatti galuu,boona,jibbaa,Na argaa,Uf jajuu,waanyoo,Uf dinqisiifannaa,Sehaa namatti baduu irraa fagaachuu qabda!.
❤️Onnee qulqulluu,tan jibbaa fi boonaa uf keeysaa hin qabneen ramadaana simachuu qabda!.
❤️Onneen iddoo sodaan rabbii fi jaalalti isaa quphattu!.
❤️Gubbaa ketirra keessa keetitti yaaddahuu qabda!.
❤️Gabrichi onneen isaa naga qabaannaan qaamni isaa hundi naga Argata.
Yaa Rabbi onnee teenna Gadi nuuf dhaabi!?
@tafak_or
@tafak_or
https://t.me/tafak_or


🚫💫"Ramadaan Kariim"hin jedhin,"Ramadaan Mubaarak"jedhi malee💫
🔊‏لاتقل ‎رمضان كريم☝🏻 بل قل

(رمضان مبارك)🌙

📚قال الشيخ ‎#ابن_عثيمين رحمه

الله: حكم ذلك أن هذه الكلمة:
(رمضان كريم) غير صحيحة.
Shek Useeymiin Akkana jedhe;
jechi "Ramadaan kariim"jedhu sirrii miti,Rabbitu arjummaa keessa kaahe malee inni mataa isaatii kan waa namaaf kennuu miti,Arjaa Ta'uuufuu!!!
▪ مجموع فتاوى (٢٠/٢٥٤)
@tafak_or
@tafak_or
https://t.me/tafak_or


#COVID19
Ministeera fayyaa Su'uudii:
Su'uudii keessatti ammas namoonni 435 dhibee kanaan qabamanii jiru.
Namoonni qabaman=5369
Namoonni bayyanatan=889
Namoonni du’an=73

@tafak_or
@tafak_or


Hangam takka Rabbitti warwaachuu qabda!❓
‏قال الشيخ ‎#ابن_باز رحمه الله:
▶️Ibnu Baaz" Rabbiin rahmata isaaniif haa godhuu" akkana jedhan;
عليك أيها المسلم أن تتوب إلى الله عز وجل، حتى يصلح لك ما كان فاسداً، ويرد عليك ما كان غائباً.
"Namni muslimaa gara rabbii towbaa deebi'utu sirraa eeggama,hanga wanni si jalaa bade tokko siif tolutti,Ammas hanga wanni sirraa fagaate tokko siif deebi'utti".

وقد صح في الحديث عن رسول اللهﷺ أنه قال:
(إن العبد ليحرم الرزق بالذنب يصيبه).
▶️Hadiisa keessatti ergamaa rabbii irraa(S.A.W)Akkanatti dhufe:
"Gabrichi tokko badii dalaguun Rizqii hoongeffama"
الفتاوى [174/5]
@tafak_or
@tafak_or
https://t.me/tafak_or


🔰Maal Dhabee dura maal qabaa laali!!!.

كيف تحزن و قد أنعم الله عليك بالإسلام، وغيرك يسجد لغير الله ؟
▶️Akkamitti Rifatta!,Islaamummaan faayamtee,namoonni hedduun haala nama birootiif sujuudaniin!!!.
كيف تحزن وقد ستر الله ذنوبك وعيوبك، وغيرك فضحه في عقر داره ؟
▶️Akkamitti rifatta!?,Rabbiin badii teetii fi Eeybii tantee haala siif dhoksee juruun,nama heddu raabbiin jalaa badhetti baase!!

▶️Akkamitti Rifatta!?Nyaata fi dhugaatii,iddoo qubsumaa haala rabbiin siif kenneen,Nama meeqatu Daabboo bututtuu,Bishaanii fi Goojjoo keessa jiraatu hin qabne!!!

▶️Akkamitti Rifatta!?,Dhageettiin keetii fi Miirri kee akkasumas qaamni kee guutuun haala fayyaa qabuun!,nama meeqatu kana dhabe!!!

▶️Akkamitti Rifatta!?,Haala rabbiin uf si dandeessisee akka namatti hin hajamne si godheen!,nama meeqatu harka nama jala qabataa jira!!

▶️Akkamitti Rifatta!?,qaama guutuun lafa geettee rafaa jirta hanga bariisifattutti!,nama heddutu hirriba dhabee beektaa laata!!!
كيف تحزن وقد رزقك الله بزواج طيب وذرية صالحة، وغيرك محروم ؟
Akkamitti Rifatta!?,haala rabbiin fuudha gaarii fi finna gaarii siif hiree jiruun,nama meeqatu kana dhabe!!?
فقبل أن تسأل ماذا أفتقد، أنظر ماذا لديك، وقل : ( الحمد لله )
▶️maal dhabee dura maal qabaa jedhiitii rabbii keetiif galata galchi!.
@tafak_or
@tafak_or
https://t.me/tafak_or


Mee Haa warwaannuu Rabbitti!!!🤲.
☝️Yaa Rabbi Dacheen nutti dhiphatte!.
☝️karaan nutti cufamee!.
☝️sammuun keenna yaadaan guutame!.
☝️Adda faffacaane!.
☝️Onneen teenya Iyyaansa dhibeetiin guutamte!.
☝️Lubuun teenna dhibee guddaan qabamte!.
☝️Nuti Hiyyeeyyiidha balbala kee dhufne Yaa Rabbi!.
☝️Dadhabbinn keenna malee wanti handhuurfannu takka hin jirtu!.
☝️Yaa rabbi Ati irra beekaa haala keenna maraati!.
☝️Yaa rabbi waan onneen tenya dhiphatteen kana nurraa fuudhi!.
☝️Yaa Rabbi waan kokkeen teenna goydeen kana nurraa kaasi!.
☝️Arjummaa keetiin balaa,dhibee fi sakaallaa addunyaan guutuun ittiin sakaalamte kana nurraa fuudhe!.
☝️Tika keetiin nu tiksi,gara laafoo keenna garaa nutti laafi,Ati waa hundaa danda'a dha!!
☝️Namaa birmatuus Danda'adha!.
💡Ergama keenya Irra (S.A.W)nagayaa fi Rahmanni Rabbii haa jiraatu.
Share godhaa👇👇👇👇
@tafak_or
@tafak_or
https://t.me/tafak_or


በኢትዮጵያ ተጨማሪ 8 ሰዎች የኮሮና ቫይረስ ተገኘባቸው
Itoophiyaa ammas namoota dabalataa 8 #COVID19 irratti argame,waliigala nama 82 gahee jira.
@tafak_or
@tafak_or


#COVID19

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 447 gaggeeffameen namoota dabalataa 8 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 82 taasiseera.

Haala dhibamtoota :-

1⃣ Lammii Eeritiraa ganna 20 - biyya UK irraa dhufe iddoo tursiisa keessa ture

2⃣ Lammii Ityoophiyaa fi jiraataa magaala Finfinnee, nama vaayirasichaan qabame waliin tuttuqqaa qabu

3⃣ Lammii Ityoophiyaa ganna 16 - jiraattu magaala Finfinnee fi nama vaayirasichaan qabame waliin tuttuqqaa qabdu

4⃣ Lammii Ityoophiyaa fi jiraattu magaala Finfinnee, nama vaayirasichaan qabame waliin tuttuqqaa qabdu

5⃣ Lammii Ityoophiyaa ganna 32 - Ameerikaa irraa kan dhufe fi tursiisa addaatti kan ture

6⃣ Lammii Ityoophiyaa - UK irraa dhufe fi tursiisa addaatti kan ture

7⃣ Lammii Somaaliyaa ganna 37 - UK irraa kan dhufe fi tursiisa addaatti kan ture

8⃣ Lammii Ityoophiyaa ganna 40, jiraataa magaala Finfinnee - seenaa imala biyya alaa hin qabu - hojiin isaa saaxilamummaa qaba

@Gadaapost
@tafak_or
@tafak_or
https://t.me/tafak_or


🕌🕌🕌🕌🕌Jiini Ramadaan Dhufe!!!
Akkamitti Ramadaana Simanna❓❓❓❓❓❓
Simannaa Ramadaanaa keessatti ilmi namaa wal caala;
🥬Namoonni Gariin,Gabayaa irra deddeemuun,Nyaata gosoota adda addaa bituun simata,hanga waa bituu irratti wal dorgoman mara.
Inumaa hanga gatiin nyaataa fi dhugaatii dabalu takka.
Akka waan Ji’a nyaataa fi dhugaatii wahii simataa jiruutti!!
🎡🎢Namoonni Gariin, meeshaa taphaa,kan yeroo isaanii kabajamtuu tana ittiin balleeysan qopheeffatan.
🕌Namoonni gariin,warroonni Rabbiin isaanitti qanani'e,lubbuu ufii Ramadaanaaf qopheessan,akka malee kan cinqame isa garta,fkn:
Qur’aanaaf yeroo addaa,Zikriidhaaf,Dhaabbannaa halkaniitiif,Qarqaarsa namaatiif,Darsii dhaggeeffachuu fi kkfn hundaafuu yeroo ufii qoqqooduun uf qopheeysa!!!
Ati kamiin keessa jirta laata,Uf toohadhu mee!!
Share waliif godhaa👇👇👇👇
@tafak_or
@tafak_or

Показано 20 последних публикаций.

1 487

подписчиков
Статистика канала